Godinaalee Oromiyaa hunda keessatti Maqaa Kumaandi poostitiin Ilmaan Oromoo Mana hidhaatitti guuramuun itti fufee jira,erga labsiin kun labsamee as

Bitootessa 25,2018

Godina Arsii Aanaa Suudee 234
Godina Arsii Aanaa Shaallaa 367
Godina Baalee Aanaa Gaasaraa 197
Godina Arsii Aaanaa Doddotaa 217
Godina Baalee Aanaa Diinshoo 321
Godina Baalee Aanaa Barbaree 421
Godina Arsii Aanaa Balee 311
Godina Harargee Lixaa Aanaa Odaa Bultum 321
Godina Harargee Lixaa Aanaa Daaroo Labuu 410
Godina Harargee Bahaa Haromayaa 431
Godina Arsii Aanaa Loodee Heexosaa 346
mana hidhaatti guuramanii jiru, Oromiyaa keessa Intarneetin akka hin jirre beekkamaadha Odeeffannoo kanneen Bilbilaan walitti qabachuu dandeenye, Maqaa namoota kanaa fi Namoota godinaalee Oromiyaa keessatti hidhaman jala buunee tartiiban kan isinii dhiyeessinu.


O o l m a a B u l t i i O r o m i y a a !?!

#Malkaa Aqaaqii(Saariis)
#CommandPostn FinfinneeShaggaritti illeen Oromoo qofarratti raawwataa jira.
#Bitootessa25 Shaggar Kutaa bulchiinsa Malkaa Aqaaqii(Saariis) irraa Qeerroo Oromoo namoota Saddeet(8) mana Bashaannanaa Fi dhugaaatii #WarraLolaa jedhamuun beekamu,Kan Ayyalaa Amaaraati galgalaa keessaa naannoo sa’aa 3:30tti ukkamfamaniiru.
Maqaan namoota kanneenii,Abba Hoteelichaa Obbo Ayyalaa Amaaraa dabalatee kan armaan gadiiti.
1.Ayyalaa Amaaraa
2.Damissee Baacaa
3.Baqqalaa Qalbeessaa
4.Kumsaa Jabeessaa
5.Kabbadaa Lataa
6.Taaddasaa Burruusaa
7.Fiqaaduu Raggaasaa
8.Hayiluu…
9.Alamuu…
Yemmuu ta’an sababa tokko malee mana dhugaatii WarraLolaa jedhamuu qabamanii jiru.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s