Dirqamni bifa hedduu qaba. Wareegamnis akaakuu hedduu qabdi.Qabsoon keenya wareegama qaqqaalii baasaa, sadarkaa amma irra jirru irra ga’ee jira. Injifannoon nuuti argannees waan laayyoo miti. Dirqamni ba’aa jirrus hanga lubbuu ofii kennuutti ol guddateera. Amma bakka jirru kana dhaabbannee waan ilaallachuu qabnuutu dhufaa jira. Wareegamni keenya mootummaa raaseera. Murtiilee kabeebsaas haa ta’uu dharaa akka fudhataniif dirqisiifnee jirra. Adeemsi mootummaa amma itti jiru, of eeggannoo fi dhaamsa gama hundaa nu akeeka. yoo nuuti karaa galii keenya itti milkoofnuu qofaa ilaallee yoo hin tarkaanfatiin, mootummaan farrooftuun tun, carraa gaarii argachuu dandeessi. Kanaaf wayyaaneen kana booda tarii, Qabsoo Oromoo dura dhaabbachuu dadhabuurraa adeemsa Dhaabbilee siyaasaa wal dura dhaabuu fayyadamuu dandeessi. Dhabbileen siyaasaa fi Ummati keenya addatti Qeerroon yeroo of eeggannoo haalaan barbaachisaa ta’an raawwachuun dirqama ta’eerra geenyerra. Continue reading
SBO: Caamsaa 16, 2018. Oduu fi Haala Yeroo Irratti Gaaffii fi Deebii Miseensa Shanee Gumii GS-ABO fi Dubbii Himaa Dhaabaa Jaal Toleeraa Adabaa Waliin Taasifame Kutaa 5ffaa.
Aside
Magaalaa Shaambuu Keessatti Qeerroon Tokko Ajjeesamuun Mormii Kaase
Aside
Magaalaa Shaambuu Keessatti Qeerroon Tokko Ajjeesamuun Mormii Kaase
Namoo Daandiitin, Caamsaa 15, 2018
https://www.voaafaanoromoo.com/embed/player/0/4395095.html?type=audio Continue reading
SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo,Caamsaa 15,2018
Aside
Namoota Mormii Haaromuu Warshaa Miidrook Irratti Miidhamanii fi Wareegamanii
Aside
Qamni Uummata Oromoo Gaggeessuu Danda’u, Qaama Nageenya Oromoo Eegsisuu Danda’u Qofa.
Aside
Diddaa FXG Godina Wallaggaa Magaalaa Shaambuu Guyyaa Har’aa.
Aside
SBO: Caamsaa 13, 2018.
Aside
ONN: Qeerroo fi Jaarsoliin Biyyaa magaalaa Shaambuu Murtee Dabarfatan. Caamsaa 12, 2018.
Aside
Guyyaa harraa jechuun 12/5/2018 GHW magaalaa Shaambuutti sirni gabroomfataa Wayyaaneetiin qeerroo Olii Margaa ajjeefaamuun sirni hawwalchaa rawwatee jirac
huu martuu quba qaba.
Sirna hawwalchichaatii boodas q
eerroon oromoof jaarsoliin biyyaa marii icciitii godhaniin,
kanaa booda nuti ilmaan oromoo TPLF fi OPDO addaan baafnee kan laallu yoo ta’e, nuti ofgowwoomsuudha jechuudha jechuudhaan dhaamsa isaanii dabarfatanii jiru.
Itti fufuunis qeerroof uummanni magaalaa Shaambuu kanaa booda sirna kanaaf gara laafinas hin qabnu; hin dhageeffannus jedhaniiru.
Gumaa qeerroo keenyaa baasuufis guyyaa, halkan, haalaafi bakka jirru kamittiyyuu baasuuf qophii ximmurrera jechuun yaada isaanii kan xiiqii ofkeessaa qabu waliif dhaamanii jiru.
Haaluma kanaan qeerroonis akkana jechuun waadaa waliif galeera.
“Nuti qabsaawwaa keenya Olii hawwaallee kan galleef, gallee ciisuuf miti. Qaamni dhiiga keenya dhangalaases ta’e kan dhangalaasise dhiigasaa ni dhangalaafna. OPDOn qaama Oromoo bakka bu’u miti.
Nuti amma ABOn biyya kana keessatti dhaabbatee sabasaaf gumaa baasutti cichoominaan nii qabsoofna.”
Jechuun waan gochuu qaban waliin dubbachuun maree icciitii isaanii xummuraniiru.


