SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Adoolessa 18, 2017

Aside

http://sigma1.yeyi.org/sigma1-170718-1630.mp3

Gabaasa FXG Godinoota Oromiyaa Garaagaraa.

Aside

Itti fufaGodina Arsii.

IMG_20170718_152636Adooleessa 18,2017/Godina Arsii Aanota hedduu keessatti guyyoota lamaan har’aaf kaleessa lagannaan gabaa kan taasifame yoo ta’uu Suuqonni daldalaa magaalota akka Seeruu,Balee, Geersaa, Shaashamannee,Adaabbaa, Dodola,Roobe,Saddiiqa, Waabee, Eddoo, Kofalee, Nageellee, Ajjee keessatti Gibira Wayyaanen Ummatarratti feete mormuun gabaa lagatanii jiru. Tajaajilli Geejjibaas dhaabbateera Konkolaachiftoonni fi Abbootin qabeenyaa sabaan Oromoo hin ta’in muraasni isaanii dalagaa isaanii didanii kan itti fufan yoo ta’uu. Diddaa kanatti akka makaman karaa adda addaatin Qeerron ergeefii kan jiru yoo ta’uu gaaffii isaanif dhiyeessine kana fudhachuun gara ummataa hin goran yoo ta’e Qeerron tarkaanfii Qabeenya isaanii irratti akka fudhatus hubachiisee jira. jedhu Gabaasaalen Qeerroo magaalota adda addaa irraa nu gahaa juru.

kana malee Continue reading

Oromiyaa Keessatti Diddaan Gabrummaa Itti Fufee Jira.Ummanni Oromoo Gootummaa fi Tokkummaa Isaan Sirna Gabromfataa Yaaluu Itti Fufe.

Aside

Bordodde Dirree QaalluuAdoolessaa 18/2017 Godina Lixa Shaggar Aanaa Adaa’aa Bargaa Magaalaa Incinnii Keessatti Qeerroon Dargaggootni Oromoo Sochii Warraaqsaa Biyyoolessa Oromiyaa FXG daran jabeessuun finniinsaa jiruu, Warraaqsii kun yeroo amma sagalee dhaadannoo jabaa dhageesisuun itti fufani jiru. Continue reading

ONN: Oduu Oromia News Network Adolessa 18, 2017

Aside

SBO: Adoolessa 19 bara 2017. Oduu, Gaaffii fi Deebii Artiist Nafiisaa Abdulhakiim waliin taasifame -kutaa 3ffaa fi Qophii Haala Yeroo Irratti Fuuleffate Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

Aside

Guyyaa Har’aa Jalduu Keessatti Diddaan Ummataa Itti Fufe.

Aside

Adoolessa 17_2017/Wayyaaneen TPLF bifa kasaaraa dinagdee dhibbantaa 85% keessa galee jiru suphachuuf jecha ummata Oromoo irratti gibira gara malee fe’uun beekamaa dha haalli kun gibiraan uummata saamu mormuun Qeerroon Jalduu hardha guyyaa guutuu FDXG finiinsaa ooluun mootummaan Wayyaanee fi lukkeelee isa muddama keessa oolcheera.muddama kanaan kan kadhe lukkeelee isaani konkoolaachiftootaa fi imaaltoota konkoolaataa irraa harcaasuun reebichaa fi saamicha gaggeessa oluusaani Qeerroon addeessa. Continue reading

FXG Lixa Shaggar Magaalaa Waliisoo Keessatti Itti Fufee Jira.

Aside

#OromoRevolution Adoolessaa 17/2017 Godina Kibba Lixa Shaggar Magaalaa Walisoo Keessaatti Sochiin Warraaqsaa FXG tajaajila geejjibaa taskiifi bajaajiin hojii dhaabuun mormii sirna nama nyaata wayyaaneef qaban jabeessani itti fufan. #gibirri fi #qaraxni adda addaa guutummaatti labsiin bahee hanga akka humna uummatatti sirreeffamuutti,fi gaaffiin migaa abbaa biyyummaa mootummaan abbaa irree teessoo afaan qawween ijaarrate irraa gadi bu’ee hanga deebiin kennamuuf bilisummaan uummata Oromoo mirkanaa’uutti mormiin wal irraa hin citu.

Finfinnee Labsii Sitti Baasanii? “Waatu Dhufa Barana” Wallee Hawwisoo Qeerroo 2017

Aside

Godina Lixa Shaggar Keessatti Diddaan Ummataa Itti Fufee Jira,Manneen Daldhalaa Hojii Dhaaban,Warraanni Wayyaanees Ambo Keessatti Ummata Irratti Dhukaasa Bane.

Aside

AmbooAdoolessa 16/2017 Galgala keessaa sa’a 2:50 irraa eegalee Magaalaa Amboo Keessatti Dhukaasni cimaan kan waraana wayyaanee irraa uummatatti baname , gara naannoo Mooraa Yuunibarsiitii Amboottii Waraanni Wayyaanee dhukaasaa guddaa uummata sivilii irratti banuun dargaggoota Oromoo Lama Wareeguun Ibsame jira, Kanneen madeeffaman hanga gabasni kun nu gaheetti adda kan hin baanee ta’uu maddeen Qeerroo Magaalaa Amboo addeessaan. Magaalaan Amboo galgala kana caalaatti gara dirree waraanaatti waan jijjiiramte fakkaatti , gabaasaa dabalataan walitti deebina. Continue reading

Ethiopia, Land for Sale (!!): A Threat or an Opportunity for Food Security (??)

Aside

2015 2By: Dejene A. Janna

Email: abdissa2011@gmail.com

16 July, 2017 Bonn, Germany Introduction

Classically, land grabbing is known as the seizing of land by a nation, state or organization, especially illegally or unfairly. It is recently redefined as a large scale acquisition of land through purchases or leases for commercial investment by foreign organizations. Both micro and macro scales of land grabbing can result in displacement of indigenous communities and disappearance of their identities over time, because land is not only a fixed asset essential to produce sufficient amount of crop and animal to secure supply of food, but it is also the foundation of identities (language, culture & history) of communities living on the land (Genocide Watch, 2016). Continue reading