https://www.facebook.com/ferhanabdulselam/videos/10213937745032042/Har’a Guran 14/2018 ganama kana guyyaa #3ffaaf manneen daldalaa hundii cufaa, sochiin geejjiba hin jiru, hojiinis akkuma dhaabbatetti jira. Qeerroon Wallee Warraaqsaa dhageesisaa jira.
Gootota Oromoo Maatiin Seenaa Hojjetan!
Aside
Namootni suuraa irratti argitan sadeen kunniin ilmaan abbaafi haadha tokkooti. Sadeenuu Ada’aa Bargaa, Incinniirraa qsbamanii mana hidhaa Qilinxootti hiraarfamaa jiru.
_Nigusuu Dirribaa (Miseensa KFO)
_Katamaa Dirribaafi
_Dajanee Dirribaati.
Qabsoon Oromoo hunda hidhaadhaa baasuu qaba!
Waan Baaneef Waan Kaaneef Beekna!
Aside
SQ-SAGALEE QEERROO GURAANDHALA 13 2018
Aside
Moyyaalee Guyyaa 2ffaa
Aside


Gujii, Bulee Horaa Guyyaa 2ffaa
Aside
Fincila Xumura Gabrumaa(FXG) Magaalaa Bishooftuu Guyyaa 2ffaa
Aside
Gootonni Qeerroo Magaalaa Baakkoo Lixa Shaggar Guyyaa 2ffaa Akkasitti Jiru!
Aside
Finfinnee Naannoo Laga Xaafoo Guyyaa 2ffaa
Aside

Hiriirri Guddaan Mooraa Yuunibarsiitii Keessatti Dhoofamee Jira
Aside
[SQ, Gurraandhala 13,2018] Sirna mootummaa Wayyaanee ykn TPLF mormiuf burjaajjii OPDO jala dhaabbachuun mooraa Yuunibarsiitii Jimmaa keessatti FXG jabaatee guyyaa lammaffaaf itti fufee jira.
Haaluma kanan dhaadannoowwan gurguddaa bilbilaan sagalee Qeerroo Bilisummaa. Dhaqqabee jira. Akka gabaasan achirra nuuf katabanittimmoo ” Magaalaan Jimmaa yeroo ammaa kana haala yaadessaa irra jirti. Mooraa yuunibarsiitii keesaa fi mooraan alatti dhukaasa jabaatu dhagahamaa jira. Hojiif geejjibni, barumsi guutummaan guututti dhaabateera. Qeerroon Bilisummaas tarkanfii boonsaa akkasii fudhatee jira. Continue reading
