Category Archives: Oduu/News
Press release, the Oromo youth movement (Qeerroo Bilisummaa)
Aside
The Qeerroo Business Boycott is Upgraded into an Overall Uprising to End Tyranny
Press release, the Oromo youth movement (Qeerroo Bilisummaa)
Until it has fallen under the colony of the Ethiopian empire, the Oromo people had a glorious history. Since the colonization, the Oromo people have suffered from various forms of oppression and exploitation by the successive Ethiopian regimes. Now the Oromo people have said enough to the tyranny and took their frustration to the street in unison.
We, the Oromo youth movement (aka ‘Qeerroo Bilisumma Oromo’), have held a leadership meeting to celebrate the new year 2018 and the commemoration of Oromo liberation army (OLA) day. During our meeting, we have discussed various issues and strategies and planned the next steps of our struggle. As can be recalled from our press, released on January 1, 2018, we have declared our plans. Among the plans was to continue the movement until all the questions of the Oromo people are being answered and the quest of the Oromo people for freedom is achieved. In addition, we have also declared that all Oromo business men and women, farmers, students and the Oromo people as a whole should stand up in unity against the Ethiopian government and implement our plans to bring an end to the tyranny. Continue reading
በኣዲስ መንገድ የጀመረው የኦሮሞ ህዝብ ኣመጽ ከገበያ ኣድማ ቀጣይነት ወዳለው የጭቆና ፍጻሜ ኣመጽ ይሸጋገራል!(የቄሮ ቢሊሱማ ኦሮሞ መግለጫ የካቲት 14, 2018 ዓም)
Aside
በኣዲስ መንገድ የጀመረው የኦሮሞ ህዝብ ኣመጽ ከገበያ ኣድማ ቀጣይነት ወዳለው የጭቆና ፍጻሜ ኣመጽ ይሸጋገራል!
Diddaan Ummata Oromoo Bifa Haaraan Eegale Lagannaa Gabaa Irraa Gara Fincila Xumura Gabrummaa Wal Irraa Hin Cinneetti Ceha.(Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo)
Aside
Diddaan Ummata Oromoo Bifa Haaraan Eegale Lagannaa Gabaa Irraa Gara Fincila Xumura Gabrummaa Wal Irraa Hin Cinneetti Ceha
Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo
Gurraandhala 14,2018
Ummanni Oromoo seenaa boonsaa qabu dhiibbaa alagaa fi gabrummaa jaarraa tokkoof baadhataa ture na gahe jechuun ka’ee jira.
Qeerroon Bilisummaa Oromoo bara haaraa 2018 fi guyyaa WBO ilaalchisee walgahii hogganootaa godhateen “ Labsii Qeerroo” Amajjii 11,2018 ummata Oromoof dabarsee ture irratti akka karooraatti kan fudhate keessaa amma gaaffiin ummata Oromoo deebi’utti Fincila Xumura Gabrummaa(FXG) itti fufuuf Labsii dabarsuun ni yaadatama,Labsiin darbes Hayyoota Oromoo,Daldaltoota Oromoo,Qonnaan bultootaa fi Barattoota Oromoon hundi tokkummaan ka’uun bara kana keessatti xumura gabruma akka milkeessaniif labsii hojii irra ooluu fi seena qabeessa dabarsine. Continue reading
Magaalaan Burraayyuu Hayyoota Gootata Oromoo Obboo Dajanee Xaafaafi Obboo Gurmeessaa Ayyaanoo Ofitti Simachuun haala addaa keessa bulte.
Aside
https://www.facebook.com/ferhanabdulselam/videos/10213937745032042/Har’a Guran 14/2018 ganama kana guyyaa #3ffaaf manneen daldalaa hundii cufaa, sochiin geejjiba hin jiru, hojiinis akkuma dhaabbatetti jira. Qeerroon Wallee Warraaqsaa dhageesisaa jira.
Gootota Oromoo Maatiin Seenaa Hojjetan!
Aside
Namootni suuraa irratti argitan sadeen kunniin ilmaan abbaafi haadha tokkooti. Sadeenuu Ada’aa Bargaa, Incinniirraa qsbamanii mana hidhaa Qilinxootti hiraarfamaa jiru.
_Nigusuu Dirribaa (Miseensa KFO)
_Katamaa Dirribaafi
_Dajanee Dirribaati.
Qabsoon Oromoo hunda hidhaadhaa baasuu qaba!
Waan Baaneef Waan Kaaneef Beekna!
Aside
SQ-SAGALEE QEERROO GURAANDHALA 13 2018
Aside
Moyyaalee Guyyaa 2ffaa
Aside





