SBO: Gurraandhala 25 bara 2018. Oduu fi Qophiilee Haala Yeroo Irratti Fuuleffatan Adda addaa.

Aside

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo,Qophii Gurraandhala 23,2018

Aside

Continue reading

Amboo-Qeerroo Bilisummaaf foolatu!

Aside

Diimokiraasii kijibaan lafa dannabsuun dhaloota qarame ofitti dammaksuudha.

Aside

Qalbeessaa Dhangi’aatin

Mootumaan Wayyaanee guyyaa mooraan qabsoo bilisummaa Oromoo hundeedhaan gad jabaatee hitituu eegalerraa eegaltee uummata Oromoo afanffajjeessuu fi waliin dhooftee bara bittaa bulchiinsa ishii daran fardeeffachuuf yaaliin isheen hin taasisne hin jiru.Uummata oromoo bukkeettis fudhatama argachuuf jechas shiraa fi goyomsaa wayyaaneen hin goones hin jiru.

Si’a tokko uummaticha maqaa amantiitiin daa’effattee gurmuushee daneeffachuun uummaticha gidduutti nagaa fi wal hunkuruu uumuudhaan bittaa bara saamicha ishee dheereffachuuf yaalii gooti.Karaa biraan ammoo kutaa ,gandaa fi naannoodhaan daa’effachuun uummata oromoo akka garboomsiffattee tohannoo saamichaa fi kijibaaf akka isheef tolutti nagaa uummatichaa faaluudhaan bittaa garbummaa ishee ittiin dheereffachaa jiraachaa turte.Karaa biraan ammoo uummatuma oromoo keessatti maallaqaan uummaticha walirratti ijaartee lukkee amanamaa uummaticha keessaa of jalatti bittaa maallaqaan goyoomsuudhaan ittiin uummaticha saaxilaa ,jiraachaa Continue reading

Simbirtuu: Shamarree Caaltuu Taakkalaafi mana-hidhaa Itoophiyaa. Oduun oolmaa Oromiyaas jira.

Aside

“Biiftuu Bilisummaa” Wallee Warraaqsaa Qabsaawaa Fiqaaduu Shumataan 2018

Aside

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo,Gurraandhala 22,2018

Aside

Continue reading

SBO: Gurraandhala 23 bara 2018. Oduu, Ibsa Gabaasaa Hoggansa Qeerroo Bilisummaa Oromoorraa kennamee fi Qophii Haala Yeroo Irratti Fuuleffate.

Aside

Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Matakkal-Asoosaa Irraa Kenname

Aside

Gaafa 22/5/2010 A.L.H tti Kaabinoonni kudha shan ta’an Uummata Bulan keessa jiran walitti qabuun Uummata Oromoo Bulan keessa jiraniin “isin Oroonni as jiraattan Oromoota naannoo isaanii jiraatan wajjin hidhata godhattaniittu; hidhata kanaanis Uummata Gumuz miidhuuf jettuu fi akka mootummaa naannichaatti buluu qabdu” ittiin jechaa turan. Kaabinootiin kun dhalootaan Shinaashaa waan ta’aniif ofii Uummata Gumuziif waan quuqaman fakkeessuun Uummata Oromoo naannichaa fi Uummata Gumuz eenyu caalaa wal jaallatee fi wal kabajee jiraate walitti buusuuf munyuuqaa jirti.

Kun immoo ergama Dr Amsaaluunfaa ji’oota muraasa dura karoorfataa turan waan hojiirra oolchuuf barbaadan fakkaata. Continue reading

 Qeerroo Laga Xaafoo Laga Daadhii irraa

Aside

FXG lagannaa gabaa guutummaa Oromiyaatti taasifame wajjin wal qabatee akkuma magaalotaa fi baadiyyaa Oromiyaa maratti taasifame naannawa Finfinnee kutaa bulchinsa Laga xaafoo- Laga daadhiittis taasifamee ture. Uummanni Oromoo kutaa magaalichaa, Hojjetaan Mootummaa fi Miseensonni Poolisii Oromiyaa Humnaa fi kallacha qabsoo kan ta’e Qeerroo kutaa magaalichaa deeggaruun mormii isaanii mul’isaniiru. Continue reading