FXG lagannaa gabaa guutummaa Oromiyaatti taasifame wajjin wal qabatee akkuma magaalotaa fi baadiyyaa Oromiyaa maratti taasifame naannawa Finfinnee kutaa bulchinsa Laga xaafoo- Laga daadhiittis taasifamee ture. Uummanni Oromoo kutaa magaalichaa, Hojjetaan Mootummaa fi Miseensonni Poolisii Oromiyaa Humnaa fi kallacha qabsoo kan ta’e Qeerroo kutaa magaalichaa deeggaruun mormii isaanii mul’isaniiru. Continue reading
Category Archives: Oduu/News
U.S. condemns crackdown in Ethiopia as political crisis deepens.
Aside
C
BS/AP February 20, 2018,
Ethiopia, a key U.S. ally in the fight against terrorism in North Africa, is again on the brink of chaos following the outbreak of large-scale protests that erupted last week. The demonstrations prompted the government to declare a state of emergency and Prime Minister Hailemariam Desalegn to submit his resignation amid the worst political crisis the country has faced in years.
Thousands of Ethiopians have taken to the streets to protest exclusion from the country’s political system and economic growth. The government’s declaration of a state of emergency effectively bans protests, leading the U.S. Embassy to call for “greater freedom, not less.” Continue reading
‘Game Over,’ U.S. Congressman jabs Ethiopia’s TPLF
Aside
‘Game Over,’ U.S. Congressman jabs Ethiopia’s TPLF
Dana Rohrabacher (R-CA), U.S House, served as a speechwriter and Special Assistant to President Ronald Reagan from 1981 to 1988
February 21, 2018 (Africa News) — A United States Congressman has insinuated that Ethiopia’s dominant party, the Tigrayan Peoples Liberation Front (TPLF) is on its way out of power. Continue reading
TPLF tank is ready to protect TPLF bank, but the role of the Ethiopian prime minster resembles gastric bypass
Aside
By Dr.Baro keno Deressa, February 21, 2018

I am educated as a medical doctor to treat patients during illness and injury to live long and healthy life. To fulfill my duty there are certain professional values on which all doctors are expected to base their practice. Doctors have a duty to make the care of patients their first concern and to practice medicine safely and effectively. They must be ethical and trustworthy.
While I am doing maximum effort to keep life safe and healthy, the organized gangs in the name of government is destroying life on the daily basis without reason. Currently, generally in Ethiopian empire and specially in Oromia, Sidama, Amhara, Afar, Gambella, Ogaden and Benishangul, a mass killing is going on by organized criminal gangs called TPLF. Continue reading
Wallee Warraaqsaa Haaraa Artist Tamaam Manza
Aside
Labsii Hattattamaa Isa Dhumaa
Aside
Damee Boruutiin.
Fincila malee Filannoon Wayyaanee Hin Buqqisu! Qeerroo Bilisummaa 2011TPLF isa ormi ittiin jedhu caalaa hojiin isheen yaroo akkana saaxilaa of baaftu arguun baayyee namati tola. Hidhamtoota hiiknee warra dorgomii siyaasaa barbaadaniif goodaa siyaasa balifnee nageenya biyyaa tasgabeessuuf akka fedhii qaban dubbatanii utuu hin rawwatiin of duuba galagalanii uummata Impayeera aItopiyaa keessa jiru irratti waraana labsuun of tufachiisuu dha. Uummata keenyaaf illee haaraa miti. Kana duraas argee jira. Akkuma isa duraa kunis ni darba. Labsiin kuun uummata cunqursaamaa hundaa keessattuu Uummata Oromoo kan harka laachisu miti. Continue reading
SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Gurraandhala 20, 2018
Aside
የወያኔ መንግስት በኦሮሞ ህዝብ ላይ ያወጀውን የጦርነት ኣዋጅ በተመለከተ የተሰጠ ኣጭር መግለጫ
Aside
የወያኔ ኢሕኣዴግ/ሕወሃት መንግስት በኦሮሞ ህዝብ ላይ ኣውጆ ለማጽደቅ እየስራ ያለውን የጦርነት ኣዋጅ በመቃወም የተሰጠ ኣጭር መግለጫ
የካቲት 20 ቀን 2018ዓም
ኣምባገነኑ የወያኔ መንግስት፡ በኦሮሚያ ብሄራዊ የጭቆና ፍጻሜ ንቅናቄ ትግል ተንኮታኩቶ ከውድቀቱ ኣፋፍ የሚገኘው የኢህኣዴግ ስርዓት በጠመንጃ ኣፈሙዝ እራሱ ከውድቀት ለማትረፍና ሲፈጽም የነበረውንና እየፈጸመ ያለውን የዘር-ማጥፋት (ጄኖሳይ) ወንጀል ይበልጥ ለማስቀጠል በኦሮሞ ህዝብና ባጠቃላይ በሃገሪቷ ህዝቦች ላይ ያወጣውን የጦርነት ኣዋጅ ኣጽድቆ የሃገሪቷን ኣስተዳደር ከስድስት ወራት በላይ ለሚሆን ጊዜ በኮማንድ ፖስት ስር ኣስገብቷል።
ኣሁን ባወጣው የጦርነት ኣዋጅ ቀደም ሲል ለስም ብቻ የነበረውን የሃገሪቷን የኣስተዳደር ስርዓት ባጠቃላይ በወታደራዊ ኣገዛዝ ስር በማስገባት የሰብዓዊና ዲሞክራሲ መብቶችን መርገጡን እንዲሁም የዘር-ፍጅት ወንጀሉን በቀጣይነት ለማካሄድ እየሰራ መሆኑ ይታወቃል። ይህ የጦርነት ኣዋጅ በህዝባችን ላይ እንዳይጸድቅ ከያለንበት ሁሉ ማውገዝና ኣስፈላጊው ጫና እንዲደረግ ቄሮ ቢሊሱማ ኦሮሞ ለኦሮሞ ህዝብና ለመላው የሃገሪቷ ህዝቦች ጥሪውን ያስተላልፋል። Continue reading
SBO: Gurraandhala 21 bara 2018. Oduu, Haala Warraaqsa FXG Dhiha Oromiyaa irratti gaaffi fi deebii jiraataa naannichaa waliin taasifamee fi Qophii Dhimma Yeroo Irratti Fuuleffate Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.
Aside
Dhumaatii Hammarreessaa
Aside
Dambee Booruutiin
Seenaa uummata tokko keessatti wagga lama jiddutti Guyyaa Dilbata Gurraacha lama qabaachuun waan ajaa’ibaati. Ani Dhumaatii Irreechaa Haroo Arsdee booda namni Oromoo lamaffaa gurmuun ni dhuma jedhee hin yaadne. Kan argaa jirru garuu aadaa godhatee itti fuufaa jira. Dhumaatiin Calanqoo Lamaffaa utuu na dhibaa jiru kan Hammarreessaa dabalame. Yaadoon koo hin guddaan nu iyyuu dhumaatii uummata keenyaa akkuma aadaati fudhachuuf deemna. Waan tokko deebi’ee deddeebi’ee yoo mul’atee qaama namaa tahaa deema. Continue reading
