Category Archives: Oduu/News
Ijaa Bahuuf Ija Baasuu Hin Qabnaa?
Aside
Damee Boruu: 03/22/2018
Bitootessa 10, 2018 dhumaatii Ilmaan Oromoo Magaalaa Moyaaleetti keessatti guyyaa waaree uummata nagaan jiruu fi jireenya gaggeefataa jiru irratti raawwatameef waraanni Wayyaanee WBOn haleelamuu ijaa (revenge) ykn haaluu bahuuf akka tahe Mootummaan EPRDF sababa dhiyeefatee jira. Dhumaatii Haroo Arsadii, Calanqoo fi Hammarreesaaf immoo eenyuun ijaa ykn haaluu bahuu akka raawwatame kan dageenye hin jiru. Mootummaan TPLF ilmaan Oromoo lafa irraa dugugee balleessuuf sababa himachuu hin qabu. Akka barbaadetti hidhee, tumee, ajjeessee, qaama irraa cirree bara dheeraa kana guutuu itti sirbee bitaa jira. Continue reading
SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Ebla 3, 2018/ Muudamuu MM Ethiopia Dr,Ahimed Irratti Ejjennoo Qeerroo Bilisummaa
Aside
ONN: Dr. Kedida Show
Continue reading
Ethiopia: The Government Must Heed Past Mistakes, Not Repeat
Aside
Ethiopia: The Government Must Heed Past Mistakes, Not Repeat
HRLHA Press Release
April 3, 2018
Since the second State of Emergency was recklessly declared, without any credible justification, by the dictatorial regime in Ethiopia on February 18, 2018- an action that has been strictly opposed by the Ethiopians, rejected by some Oromo Members of Parliament and condemned by the world community, including the Ethiopian allied governments-over 15,000 Oromo and Amhara nationals have been incarcerated and many have been killed by the killing squads, the Agazi force.
However, the government controlled Fana Broadcast, Corporate reported on March 30, 2018 that only 1,107 people have been detained for violating the emergency decree, thereby diminishing the number of detainees by over fourteen fold. Continue reading
SBO: Ebla 4 bara 2018. Oduu, Kora ABO Kutaa Kanaadaa kan 2018 ilaalchisuun Gaaffii fi deebii Barreessa Jaarmayaa ABO Kutaa Kanaadaa J. Darajjee Galataa Waliin Taasifamee fi Qophii Haala Yeroo Irratti Fuuleffate Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.
Aside
Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts- 2 April 2018
Aside
Eebla 15 Duungoo keenya keessaan wareegamtoota keenya agarra!
Aside
ለአመታት ታስራ፣ እርቃኗን ምርመራ የተካሄደባትና፣ በቅርቡ ከእስር የተፈታችው ጫልቱ ታከለ ሰሞኑን ኢ-ፍትሃዊ በሆነ መንገድ ከታሰረው የኢትዮትዩብ ባልደረባ በፍቃዱ ሀይሉ ጋር ያደረገችው ልብ የሚነካ ቆይታ።
Aside
Hidhamuun Ummata Oromoo Itti Fufee Godina Wallaggaa Aanaa Guutoo Giddaa Keessaa Namniinni Nagaa 22 ol Hidhamuu Qeerroon Gabaase.
Aside
[SQ, Bitootessa 31,2018] Aanaa Guutoo Giddaa magaalaa Ukkee Qarsaarraa daataa namoota hidhamanii kan ammaatti Qeerroo Bilisummaa Oromoo galmeeffatee jiru.
1. Tasfaayee Dabalee (Bulchaa Magaalaa Ukkee, Raadiyoo Ameerikaaf yaada laatte jedhamuun hidhame)
2. Taakkalee Qallab
3. Addunyaa Raggaasaa
4. Addunyaa Moosisaa
5. Abdii Darajjee
QABSOO FINIINSUUN…WAREEGAMTOOTATTI KABAJAA HORUUDHAA !!!
Aside
SEENAA Y.G (2005) kutaa 1ffaa
Imalli Qabsoon Oromoo itti jiru waan Qoosaa miti. Lubbuu lammiilee keenya qaqqaalii itti wareegaa jirra. Kaayyoon nuuti deemnuuf, hegaree Ummata keenyaaf furmaata maayyii mirkaneessuufii. Luubbun Lammiilee keenyaa daldala shukkaaraa ykn Ashaboo miti. Uffata ganama uffatanii galgala baasaniis miti. Haqa Umama keenyaa deeffachuu barbaanna. Kanaaf wareegama lubbuu itti baasaa jirra. wareegama qabeenyaa fi jiruu fi jireenyaa itti gabbaraa jirra. Qabsoon keenya eessa ga’ee xumura akka godhatu eenyunillee hin gaafannu. Kan Qabsootti cichee qabee jiruu miti, dhalooti har’aayyuu hubatee lubbuu isaa dabarsee kennaa jirra. Qabsoon keenya maal akka fakkaatuu fi maal gochuu akka qabnuu,,warra xiinxala siyaasaa qilleensarraa oofaniin ka qajeeluus miti. Akkatti eegalame qaba.

