SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Ebla 26,2018

Aside

ONN:Oduu Olmaa Oromiyaa Ebla 26/2018

Aside

SBO: Ebla 27 bara 2018.

Aside

Ethiopia’s state of emergency ‘would be lifted’ – UNHCR Chief, Al Hussien

Aside

April 26, 2018 (Journal du Cameroun) — The UN High Commissioner for Human Rights, Zied Raad Al Hussien, has hinted that the ongoing state of emergency in Ethiopia could be lifted in the context of reforms being undertaken by the country’s new Prime Minister Dr. Abiy Ahmed.In an interview with the state run television on Wednesday evening, Al Hussien said “there was clearly hope that the state of emergency would be lifted under the ongoing reform, there will be further release of political prisoners and closure of major detention facility in Addis Ababa.” Continue reading

[SQ Ebla 26,2018] “Daa’immaan Oromoo Jaalala WBOf qaban”

Aside

Gootonni Barattooti Oromoo Yuniverstii Amboo Komaandi Poostii Dura Jagnummaan Dhaabatanii FXG Gaggeessaa Jiru.

Aside

Image may contain: one or more people, people standing, crowd and outdoor Oduu Ammee Ebla 26 /2018 )Goototni Qeerroon Barattootni Oromoo Yuunibarsiitii Amboo Sochii Warraaqsaa FXG finiinsuun itti fufsisan. Sochii Warraaqsi Goototni Qeerroon Barattootni Oromoo Amboo Manneen barnootaa sadarkaa 1ffaa, 2ffaafi Qophaa’ina dheengadda gaafatan gaaffii keenya jechuun Qeerroon Barattootni Oromoo Yuunibarsiitii Amboo mooraa guddicha keessatti warraaqsa daran jabeessuun har’a itti fufsiisuun diina muddaa jiru. Mootummaan wayyaanee afaan qawwee malee gaaffii karaa nagaa deebisuu hin beekne waraanna komandii Continue reading

Seenaa Gabaabaa Obbo Taammiruu Qana’aa ( Turtii mana Dararaa Maayikalaawwii fi Qiliixoo)

Aside

Maqaa guutuu: Taammiruu Qana’aa Jallis

Lafti dhaloota:   Oromiyaa, Wallagga Bahaa, Aanaa Eebantuu, Ganda Qeelloo.

Bara dhalootaa:  A.L.H tti bara 1960 moota keessa kan ta’e

Haala Maatii: Abbaa ijoollee jahaa fi walumatti maatii saddeet kan bulchan

Hojii: Qotee bulaa

Haala Siyaasaa: Miseensa KFO

Jaalala biyyaa kan qabanii, Uummata Oromoo naannichaa biratti fudhatama guddaa kan qabanii fi Oromummaa isaani baay’ee kan jaallatan akka ta’e jiraattonni naannichaa dhugaa bahu. Kanumarraa kan ka’es Dhiibbaan garaa garaa mootummaa biyyattii irraa maqaa hidhata ABO qabda jedhuun yeroo hedduuf irra gahaa kan ture akka ta’es ni beekama. Dhugaan jireenya isaanii garuu nama nagaafi Qotee bulaa Maatii isaanii saddeettanii fi firoottan isaanii jiraachisuu fi jireenya isaanii mo’achuuf jecha oliif gadi kaachaa turani dha. Continue reading

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Ebla 24,2018

Aside

SBO: Ebla 25 bara 2018. Oduu, Sirna Kabajaa Guyyaa Gootota Oromoo: Keeniyaa magaalaa Naayroobiitti gaggeeffame irratti gabaasa qindaa’ee fi Qophii Haala Yeroo Irratti Fuuleffate Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa5

Aside

SBO: Ebla 22, 2018, Oduu, Sirna Kabaja GGO Biyya Jarman Konyaan ABO Magaalaa Firaankifartitti raawwatame ilaalchisuun yaada Qindeessaa sirnicha J/ Yaasiin Kadiir, Ebla 15 Konyaan ABO Niwziilaand kabajaterratti gaaffii fi deebii D/T Konyichaa J/ Lalisaa Kumalaa Waliin taasifame Akkasumas GGO Keenyaa Mooraa baqattootaa Kaakumaa keessatti kabajame irraa qooda kan fudhatan J/ Sanyii Eebbaa yaada SBOf kennan.

Aside