SBO: Ebla 22, 2018, Oduu, Sirna Kabaja GGO Biyya Jarman Konyaan ABO Magaalaa Firaankifartitti raawwatame ilaalchisuun yaada Qindeessaa sirnicha J/ Yaasiin Kadiir, Ebla 15 Konyaan ABO Niwziilaand kabajaterratti gaaffii fi deebii D/T Konyichaa J/ Lalisaa Kumalaa Waliin taasifame Akkasumas GGO Keenyaa Mooraa baqattootaa Kaakumaa keessatti kabajame irraa qooda kan fudhatan J/ Sanyii Eebbaa yaada SBOf kennan. Aside Posted on April 24, 2018 by Qeerroo https://qeerroo.files.wordpress.com/2018/04/22042018sbo.mp3 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgkGofundmeTwitterFacebookqeerroo youtubeQeerroo Videosbo/aboWhatsAppEmailGadaawww.Ayyaantuu.orgOromiapressLike this:Like Loading... Related