“Shiftaan hidhame, miidhame jechuun hiika hinqabu…kan karaa biraan dhufuuf Qawweedhaan deebii laanna” Yaadni jedhu Muummicha Ministeeraa Xoophiyaa Dr. Abiyyi biraa dhagaa’amaa jira.

Aside

Qalbeessaa Dhangayaatiin.

Image may contain: 1 person Natti dhagaa’ame. Dubartii ulfatu hidhamaa jira. Haadhaaf daa’ima addaan baasanii Harma irraa kutanii haadha mana hidhaa kahaa jiru. Dubartiin ulfi eessatti shiftite?.

Abbaa gadaa Koree Teknikaa ta’antu Lixa keessaa, Iluu Abbaa Boor keessaa hidhamaa jira. Abbaan Gadaa shiftaadhaa?

Maanguddoo ganna 70 oliitu hidhamee Sanqallee jira. Jaarsa dulluma keessaa kanatu shiftaadhaa?

Sheekota Amantaa Musiliimaa gaggeessantu hidhamee jira. Qaamni ergama amantii qabatee amantii babal’isuuf deemu shiftaadhaa? Continue reading

Oromia

Aside

Dargaggoonni Qaroo Hawaasaa Ta’an Hidhaa Keessatti Dararamaa Jiru.

Aside

Image may contain: 1 person, beard and closeupDargaggoonni kunneen haga ammaatti mana hidhaatti gidirfamaa jiru.Qeerroo Gadaa Bultii erga leenjii xoollay xumuree tureera garuu haga ammaa hingadhiifamne.Amaanu’el Beekkataas Addis Ababa police commission ykn 3ffaa bakka jedhamutti yakka tokko malee ugguramee jira.

Amaanu’el Balaay namoota hedduu waliin xoollay keessatti dararamaa jira.Sooressaa Hundarraa kaambii RIB. Qaaqee jirutti dararamaa jira.
Dargaggoonni kunneen badii tokko malee gariin mana barumsaa irraa gariin ammoo bakka hojiirra ukkaamsamanii yakka tokko malee hidhaman.Namni balleesse saatii seerri eeyyamutti mana murtiitti dhiyyaatee badiisaatti gaafatamuun waanuma jiru osoo tahee jiruu mootummaan garuu dargaggoota kanneen badii tokko malee mana murtiirraas lagee yakka seenaa irratti raawwataa jira.
#Free_Gadaa_Bultii
#Free_Amaanuel_Beekkataa
#Free_Amanueel_Balaay
#Free_Sooressaa_Hundarraa
#Free_Abdii_Warrawaaq Continue reading

Sochii Qeerroo Bilisummaa Oromoo irratti qorannoo OSA irratti dhiyaate.

Aside

 

The 33rd Oromo Studies Association Annual Confrence (OSA) [ July 28, 2019]

Aside

 

Aside

Daataa ilmaan Oromoo baatiilee muraasaa asitti hidhamanii kumootaan lakkaa’amanii mana hiraarsaa jiran muraasa kan Qeerroo Bilisummaa Oromoon walitti qabame. Daataan kun bakkaaf baatii hidhaman waliin kan kaahudha.

Astuqa=> Continue reading

Aside

“Warra nagaa jibbe, Qawwee na baachise”

Qalbeessaa Dhangi’aan
……
Daandii dheertuun silaa
Gordubaa kee ka’e
Utuman si jaalladhuun
Manaa gadi ba’e
Rukuttaa balbalaa
Isa guyyaa maraa
Hanga yoomiitti jedheen
Didee ba’e aaraa
Roorrifamu Biyyakootu, aarsee na kakaase
Qeerroo Bilisummaa Leenca na taasiae
.
Ganama sakattaa’amee
Galgalas sakattaa’amuu
Mana abbaakoottiin
Jibbame kotaa’amuu
Gaafan aariin fiileen
Sagalee baafadhee
Qeerroo Bilisummaa
Ta’eetan falmadhe
Sagaleekoon diina
Kofoo isa hiiksisee
Wadala Harree godhee
Sodaan halaaksisee Continue reading

ONN LIVE | Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Adooleessa 13,2019

Aside

ONN LIVE | Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Adooleessa 13,2019

 

 

 

 

Aside

ONN LIVE | Qophii Addaa ONN: Waajjira ABO Kan Godina Wallagga Bahaa , magaalaa Naqamteetti argamu cabuu ilaalchisee qophii qophaa’e. Adooleessa 13/2019

 

Kora ABO Magaalaa Finfinnee Waajjira ABO Gullallee Keessatti Gaggeefame Irratti Haasaa HD ABO Jaal Daawud Ibsaa

Aside

Kora ABO Magaalaa Finfinnee Waajjira ABO Gullallee Keessatti Gaggeefame Irratti Haasaa HD ABO Jaal Daawud Ibsaa