SBO: Onkoloolessa 05 bara 2016. Oduu, Yakka Ajjeechaa Ayyaana Irreechaarratti raawwatame ilaalchisee ibsa ABO, Ibsa Gaddaa fi Itti fufiinsa Warraaqsa FXG Qeerroo Bilisummaarraa kennamee fi Qophii Addaa Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

Aside

Dhaabbata Deegarsa Qeerroo Idila Addunyaa irraa

Aside

iqsg

Akkuma beekamu Qeerroon Bilisummaa Oromiyaa keessatti mirga uummata Oromoo fi walbummaa Oromiyaa kabachisiisuuf mootummaa abbaa irree biyya bulchu waliin qabsoo hadhooftuu gaggeessaa jira. Qabsoo kana keessattis lammiiwwan keenya hedduun lubbuu isaanii bakka bu’umsa hin qabne dhabaniiru, qaamaas hir’ataniiru akkasumas mana hidhaa keessatti dararaa dhala namaaf hin malle argaa jiru. Kunis mootummaan abbaa irree biyya bulchaa jiru mirga namoomaa uummatni Oromoo dhalootaan qabu mulquu bira taree duguuggaa sanyii kana jaarraa 21ffaa keessatti uumama jedhamee hin yaadamne geesisaa jira.Keesumaayyuu, Oromoon lagan, amantiinii fi saalaan osoo wal hin qoodiin ayyaana irreechaa kabajachuuf guyyaa har’aa (10/02/2016) manaa bahe  mootummaa nama nyaataa wayyaaneen haala suukkanneessaa ta’een tarkaanfii irratti fudhatame gochaa sanyii duuguginsaa waan ta’eef Oromotni biyya alaa jirtan marti balaaleffachuu irra darbee hojii qabatamaa keessa seenuun yeroon isaa amma dha. Namootni guyyaa har’aa du’an dhibbootaan kan lakkaawaman yommuu ta’u kan yeroo ammaa hospitaalaa keessatti du’aa fi jiraa jidduutti argaman daran heedduu akka ta’an odeessi Qeerroo irraa nu gahee jira.Kanaafuu:

Continue reading

Ethiopia: Deadliest TPLF/EPRDF Mass Murder In Oromia

Aside

HRLHAHRLHA Urgent Action

October 2, 2016
The HRLHA deeply condemns the mass execution by the Ethiopian government sponsored killing squad Agazi force near Bishoftu, Oromia where over 4,000,000 Oromos were gathered to celebrate the Irrecha annual festival , the Oromo Thanksgiving Day on October 2, 2016.
The attack by the killing squad Agazi supported by helicopter gunships- has left at least 300 civilians dead and thousands wounded; the latter have been taken to hospitals in Bishoftu and Addis Ababa, 40 km away from the place of mass execution. According to the HRLHA informant on the ground, the dead bodies were everywhere on the ground around the Hora Arsadi, the area of the Irrecha Festival.
The October 2, 2016 mass execution is one of the highest single day death tolls in Oromia since the Oromo Protest started in November 2015.
The HRLHA calls on the world governments and donor organizations to condemn the government sponsored terrorism act of the TPLF/EPRDF government against Oromo civilians and demands that they put pressure on the TPLF/EPRDF government to allow a neutral body to investigate the horrific action of this dictatorial government.

For more click Here 1-mass-murder-in-ethiopia

The Ethiopian Government is utterly responsible for the unlawful killings at the Ardsade Irrecha (Thanksgiving) Oromo Celebration

Aside

osga

Appeal for urgent action:

The Ethiopian Government is utterly responsible for the unlawful killings at the Ardsade Irrecha (Thanksgiving) Oromo Celebration

To: Office of the United Nations High Commissioner for Human Rights (OHCHR)

Palais Wilson
52 rue des Pâquis
CH-1201 Geneva, Switzerland.

Dear Commissioner,

Oromia Support Group Australia extremely shocked about the killings of innocent Oromo civilians at the Ardsade, few Kilometers from the capital city (Finfinnee – Addis Ababa) during today’s Irrecha (Oromo Thanksgiving) celebration on 2 October 2016.

The Ethiopian Federal forces, racially affiliated and heavily armed, known as Agazi and part of the select force of the ruling Tigrean People’s Liberation Front (TPLF), violently opened fire and killed more than 140 people out for the celebration (please see attached evidence).

 

Continue reading

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Qophii Onkoloolessa 4, 2016

Aside

Video Irreecha 2016

Aside

Continue reading

Dhumaatii Arsedee fi Sharpeville

Aside

Damee Boruun,

black-irreechaaMootummaan Sanyii balfattuu Afrikaa Kibbaa gara bara kudha sgalii fi jaatamaa keessa  warqii fi diamond baafachuuf humna hojjetaa uummata gurraachaa saamuu hojii isaa duraa godhate. Garuu namni qaaman gurracha tahe mirgaa fi haaqaa isaa gaafachuu hin danda’u. Kana malee eehama ittiin darbu qabaate malee hojii isaaniif illee magaala adii seenuu dorkaa dha. Gurraachi mana barumsaa addii deemee barachuus hin danda’u. Mindaan argatu garuu jiraachuuf isa hin gahu.  Waan tokko waan ifa bahee jiru cunqurfamaa fi cunqurstuun bifaan wal hin fakkaatan. Kannaafuu uummatni diinni isaa eenyu akka tahe ifatti beeka. Continue reading

TPLF Down,Down!!Wayyaane Down,Down!!

Aside

Guyyaa Har’aa Magaalaan Dambi Doolloo Kana Fakkaatti.

Aside

dami-doolloo

Sochii FXG Godina Wallaggaa Aanaa Nuunuu

Aside