Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Qophii Onkoloolessa 4, 2016 Aside Posted on October 4, 2016 by Qeerroo Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgkGofundmeTwitterFacebookqeerroo youtubeQeerroo Videosbo/aboWhatsAppEmailGadaawww.Ayyaantuu.orgOromiapressLike this:Like Loading... Related
Ashaam, akkam jirtaan ilmaan oromoo martii kessaan, rakoo hallaa yeroo ammantan ykn onkollolessa guyyaa 2,2016 illalichisee dugguugii sanyii ummataa oromoo ayyaana irrechaa irratii moottumman wayyanee gaggeesiitee ,gaaddaa guddaa nuutii dhageyaamee, hawasiin oromoo magaalaa nairobi kenniyaa jiraan gaddaa kenyaa guurraa sabaa oromomotiin nuuf geyaa. hallum kanan nuutiis issin waliin jiraa, maal akkaa gonuu yaddaa kessan nuuf gummachaa. wayyanee DOWN, DOWN, ,TPLF DOWN, DOWN DOWN…Gadaan gadaa bilisummatii…. Ijiifaannoon taan ummataa oromotii, Reply ↓
Ashaam, akkam jirtaan ilmaan oromoo martii kessaan, rakoo hallaa yeroo ammantan ykn onkollolessa guyyaa 2,2016 illalichisee dugguugii sanyii ummataa oromoo ayyaana irrechaa irratii moottumman wayyanee gaggeesiitee ,gaaddaa guddaa nuutii dhageyaamee, hawasiin oromoo magaalaa nairobi kenniyaa jiraan gaddaa kenyaa guurraa sabaa oromomotiin nuuf geyaa. hallum kanan nuutiis issin waliin jiraa, maal akkaa gonuu yaddaa kessan nuuf gummachaa. wayyanee DOWN, DOWN, ,TPLF DOWN, DOWN DOWN…Gadaan gadaa bilisummatii…. Ijiifaannoon taan ummataa oromotii,