Iyya Raachaa fi Silmii dhiiga xuuxxuun Qabsoon Oromoo ABOn durfamu of duuba hin deebi’u.

Iyya Raachaa fi Silmii dhiiga xuuxxuun Qabsoon Oromoo ABOn durfamu of duuba hin deebi’u.
Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo
Fulbaana 13/2020
Finfinnee,Oromiyaa
Ummatni Oromoo erga bittaa alagaa jalatti kufee waggootni 150 ol lakkaayamanis ammas Bilisummaa mataa isaa fi biyya walaba taate hin ijaarratiin gabrummaa Sirnaa jalatti kufee jira.
Qabsoo Bilisummaa Oromoo Adda Bilisummaa Oromoo durfamu jalatti ummatni Oromoo bal’aan gabrummaa fi roorroo irra gahu of irraa qolachuuf erga qabsoo eegalee waggootni hedduun bu’aa bahii wal xaxaa keessa lufaa qabsaa’otni qabsoo sabaa gaggeessan nuffii fi dadhabbii tokko malee Qabsoo Bilisummaa Oromoo asiin gahaniiru.
Ummatni Oromoo dhaaba isaa ABO jalatti kan hiriiree qabsoo gaggeessu hoggansa dhaabichaa ilaalee ykn tiksuuf osoon taane cichoominaa fi obsaan kaayyoo,Seeraa fi heera ABOn taliigamee warra kaayyootti cichu waliin qabsoon Oromoo ABOn durfamu galma gaha kan jedhuun malee warra akka muka baala harcaafatu dhaabicha irraa harca’an waliin hin raafamu.
Dhaaba ABO keessatti yeroo adda addaatti dhaabicha keessatti caccabuu fi foxxoquun Mul’ataa ture gara fuulduraattis warri akeekaa fi kaayyoo jaallanii galmaan gahuuf dandeettii fi gahumsa hin qabne keessaa harca’aa ni deemu kun amaloota qabsoon qabu keessaa isa tokkodha. Continue reading

OLF Press Statement

September 13, 2020

The Oromo Liberation Front passionately believes that sustainable and permanent solution to Ethiopia’s complex political problems could only be attained with an All-Inclusive democracy and participation of all political forces. To this effect, OLF had been working with various political forces including those in power of ruling the country and opposition groups to create a national consensus to solve the political crises in Ethiopia. Since, the OLF moved its leadership to the country on 15th September 2018 it committed itself to work with honesty and integrity for the success of the peace process that lead to inclusive true democracy.

Although OLF was not happy on how the transition to democracy in Ethiopia was handled by PM Abiy Ahmed’s government from the very beginning, we patiently dealt with the situations with the hope that it would be improved; but not without price.     However, the Political reform started in 2018 have faced huge challenges both internally within the ruling party as well as externally with the opposition groups. The situations are getting worse from time to time and currently it reached at stage where everything is out of control leading the government to collapse . http://www.oromoliberationfront.org/english/