By. Dr.Baro Keno Deressa
We all want peace, we all want freedom, we all want stay out of war. We know the horrible toll and the criminal folly of war. But men of equal sincerity and loyality can and do honestly differ as to the best means of achieving this end. So let us try to think clearly and realistically in these difficult times. Those people, therefore, in our midst who would break up Oromo people life into hostile regional or religious groups and who would persuade others to judge Oromo peoples not on the basis of individual worth, character or achievement, but on the basis of the region to which they belong, or the religion to which they subscribe are the deadliest foes of the spirit as well as the peace of the Oromo people. Continue reading
TPLF angoo, maallaqa, biyya fi waraan ittisa biyaa harka isii osso jiruu dargageesaa fi shamaran Orommoo harka duwaa dhaan mormanin mohamtee. Kana ragaa kan tahu TPLF filmaata democracy dhann gaggeessameen 100% filmaata mohee jattee osso hin turin labsi hatatamaa (state of emergency) labsu dhaan biya waraanan akka bulchaa jirtu addunyaan beeku dha. Injifanoon dhigaa fi lubbu daa’iman fi hawwaan Oromoon arkaame akka laafaatti kan of booda hin deebinee tahu isaa TPLF kan bartee yaroo isiin labsi hatatamaa kan baati jahaaf labsitee dheerafachu waan dirqamteefi.
Jidduu kana Mootummaan Wayyaanee karaa “Kaabinee Ministirootaa” baanuun wixinee labsii faayidaa addaa Oromiyaan Finfinneerraa qabdu jedhu baaseera. Akka ibsa gartuu faashistii kanaan baheetti wixineen labsii kanaa raggaafamuudhaaf Mana Maree Bakka Bu’oota Ummatootaaf dhiyeeffama. Ummanni Oromoo fi dhaabni kallacha qabsoo isaa Addi Bilisummaa Oromoo wixinee labsii kanaa gonkumaa hin fudhatu. 