Ummata Oromoo Godina Harge Baha fi Lixaarraa Buqqifamanii Idoo Gara Garaa Qubsiifamanii Rakkoo Adda Addaaf Saaxilamaniif Gadduun, Hidhii Xuuxuun Furmaata Hin Ta’u.

Aside

Baarentuu Gadaa Irraa
Abbaa irree qawween nama fixu, hidhuu fi dararu akkasumas  abbaa biyyaa afaan qabee saamu aariin keenya aangoo qabaterraa hin buusu. Isa hidhattoota abbaa irreetiin kufee fi dararameefis hidhii xuxun madaa isaa hin fayyisu, kan du’es hin galchu. Isa murna gabroonfataan saamamee beela, daaraa fi gadadoof  saaxilameefis aariin, gaddanii hidhii xuuxuun akkasuma furmaata hin ta’uuf. Deemsi akkasii eenyuyyuu rakkoo keessaayis hin baasu.  Keessumaa sirna abbaa irree akka Wayyaanee isa gateettii ummataatirratti daadee baase kana karaa nagahaatiin fala itti barbaaduun gongumaa waan hin yaadamnee dha.
Wayyaaneen waggoota 26n darbaniif ummattoota impaayeera Itiyoophiya keessa jiran  keessumaa ummata Oromoorratti xiyyeeffattee yakkoota Continue reading

Riqicha-Gaaffii fi Deebii Addaa HD ABO, Ob Daawud Ibsaa -Kutaa 1ffaa

Aside

Qophii Qaanqee Show Caamsaa 19, 2017 Gaafi fi deebi Atl.Feyisa Lilesa waliin

Aside

Raadiyoo Simbirtuu Qophii Caamsaa 18,2017

Aside

Simbirtuu: oduufi qophii IMALAA. Keessummootni lama haalaafi amala HD ABOobbo Daawud Ibsaa ijoolummaarraa kaasee hanga lltummaa Eritrea demanii leenjihanii dirree seenaniitti kan beekan himu.Seenaa namoota hedduus ni tuttuqu.Akkatti Dr Nagaasoo Gidaadaa ABO keessaa bahanifii gahee Dr Haayilee Fidaa QUBEE UUMUU keessatti qaban eeraniiru caqasaa..

SBO Caamsaa 21,2017. Oduu, Qophii haala yeroo irratti hundaa’ee fi Gaaffii fi deebii Dr.Gizaachoo Teessoo wali in taasisame

Aside

Godina Arsii Aanaa Gadab Asaasaa Keessatti Ergamtooti Wayyaaneen Darggoota Qabachuuf Tattafataa Jiraachuu Qeerroon Gabaase.

Aside

Gadab Asaasaa

Caamsaa 19/2017 Godina Arsii Aanaa Gadab Asaasaatti Tiraaaktaroota Qonnaa Dargaggoota hojii hin gabne waldaalee 17n Ijaaramaniif Bulchiisi Aanaa Keennaa Bite jechuun dura taa’aan waajjira dhaaba OPDO Musxafaa Sheekaa Konkolaattota magaalattii keessa naannessisiisuun qalbiidargaggoota Aanichaa hatuuf sagalee gudfiftuun magaalattii keessaa olola oifsisaa ooluu maddeen oduu Qeerroo Gadab Asaasaa Gabaasanii jiru Continue reading

Kutaan Magaalaa Finfinnee Bakkooti Hedduun Ifaa Argachaa Hin Jiran.

Aside

Related imageCaamsaa 19,2017/ Kutaa Finfiinnee harki caaluu sababa rakkoo ibsaa guddaa keessa akka jiran jiraattoonni finfiinnee  gugunguumaa jiru,kutaa finfiinnee naannoo Addisuu Gabayaa naannnoo warshaa Karameellaa,naannoo Buraayyuu kattaa,naannoo lidataa Kookaa Mazooraa,magaalaa Sabbataa…kkf. Continue reading

Abbaan Qabsoo Oromoo Eenyuu?

Aside

Abbummaa

Abbaa malee waa hin dhalatu; kun dhugaa namni martuu itti amanuuf itti walii galuudha. Namni tokko ammoo lafaa ka’ee mucaa hin dhalchineef abbaadha ofiin jechuun waan oodaati; hagam yoo ilmasaa taassifachuuf yoo carraaqe illee dhaamaatin isaa dafqa duwwaa ta’uun waan mara keenyaaf ifuudha.

Abbaan isa dhalcheedha, isa itti dhadhabeedha, isa itti xaareedha, isa itti dugdaa goophateedha.Malee lafaa ka’ee maqaa mararteen isa waamee ofitti qabe miti. Waa malee manni hin aaru jenna Oromoon. Anis kana waa malee hin kaafne. Jaarraa tokkoof walakkaa ol Oromoon Harqoota diinaa saggoo irra gadi taa’e ofirraa kaasuuf caba lafee hanga meelachuu hamileetti, sammuu dhabee hanga qullaa buusuutti, … qaama hir’atee hanga lubbuusaa dhabuutti ga’ee jiraan. Continue reading

Godina Shaggar Kaabaa Magaalaa Suluultaa Keessaa Artistooti Oromoo Sadii (3)Humna Tikaa Wayyaaneen Butaman

Aside

Caamsaa18_2017

Godina Shaggar kaabaa magaalaa Suluultaatti weellistoota/Artistooti Oromoo sadii(3) humnan tikan butamanii jiru,weellistoonni kun:~
  1. Dajanee Kaasaayee
  2. Mogoraa Jifaaraa
  3. Mohaammad Saayid  kanneen Jedhaman weellistoonni sababa itti dhukkaamfamaanif yeroof hin beekamne,baandii opdo keessaa hojjechaa kan turan lafa jireenyaa fi miindaas kan qabani,yeroo adda addaattis waltajjii kan afeeramani ,isaanis gola Kenya qulquulleessina waan jedhan fakkaatu.
Ammaaf weellistoonni kun wajjira poolisii suluultaa jiraachuun beekameera.Kanas tadhe sana Orommuummaan yakka tadheera Sirna nama nyaataa kana biratti.

Continue reading

Magaalaa Jimmaa Keessatti Wayyaanonni Ergamtootashee Lakkisuu Lakkoofsa Manaa Haaraa Galmeesisaa Jiru.Qeerroon Jimmaas Diddaa Itti Fufe.

Aside

Manneen daldalaa Jimmaa

Qeerroo Uni Jimmaa

Continue reading