ONN:Oduu Olmaa Oromiyaa fi Radio Simbirtuu Amaajjii 25/2018

Aside

Artistonni Oromoo Qaqqaalii Galaanaa Gaaromsaa fi Artist Lataa Qanaa’iin Consertii Biyya Germany Qophaawu Irratti ni Argamu

Aside

Goototni Artistootni Oromoo Artistii Galaanaa Gaaromsaafi Waloo Lataa Qanaa’ii Godina Awwurooppaa Biyya Jarmanitti Consertii Addaa Qophaa’eef Irratti Argamuuf akka jiran Mirkanaa’eera!!

Continue reading

Qophii Addaa- Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Amajjii 25,2018

Aside

ONN- News Continue reading

SBO Amajjii 26, 2018. Oduu, Qophii haala yeroo irratti fuulleffatuu fi Gaaffii fi deebii Qabsa’aa Oromoo Wagga a 24 oliif mana hidhaa keessa ture Jaal Araarsoo Abbaahumnaa waliin taasifne kutaa 2ffaa.

Aside

Oromo Voice Radio on Short-Wave Frequency 17850 kHz – Jan 24, 2017

Aside

VOA-Gargaarsaan Wal Cina Dhaabachuu Qabna: Qindeessitoota

Aside

Weellesaa, ogeessa kaameeraa fi Dizaayinii uuffata aadaa Oromoo baasuun kan beekamu, Eliyaas Kifluu

Mana Hidhaa Qiliinxoo Keessatti dhukkubsataa kan jiru Eliyaas Kifluu gargaaruuf jecha Dilbata darbee Amajjii 21 bara 2018 qophiin tokko magaalaa Finfinnee keessa kan jiru galma giddu gala aadaa Oromiyaa keessatti gaggeeffamee jira. Continue reading

SAGALEE QEERROO BILISUMMAA OROMOO QOPHII AAMAJJII 23, 2018

Aside

SBO Amajjii 24, 2018.

Aside

SBO Amajjii 24, 2018. Oduu, Ibsa ABO Ajjeechaa Mootummaan Wayyaanee Lammilee Nagahaa Ayyaana cuuphaaf bahan irratti raawwate kan ilaallatu, Gaaffii fi deebii Jaal Araarsoo Abbaahumnaa waliin taasifne kutaa jalqabaa fi Sagalee Bilisummaa Oromoo Sagantaa Afaan Amaaraa.

Godina Wallagga magaalaa Naqamtee keessatti Wayyaaneen karaa ergamtoota ishee barattootatti makamuudhaan ilmaan oromoo gandaa fi kutaan walitti buusuuf shira guddaa xaxaa akka jirtu himame.

Aside

Amajjii 23,2017 Akka maddi oduu qeerroo magaalaa Naqamtee irraa dhufaa jirutti gidduu kana dabballoonni wayyaanee ergama fudhachuudhaan barattoota magaalaa Naqamtee keessa jiranitti makamuudhaan lo’anii mana barnootaa seenuun barattoota oromoo walitti buusuuf yaalii jabaa taasisaa akka jirantu hubatame. Continue reading

Hidhaaf Hiraarsaan Uummata Oromoorratti Oromummaasaa Qofaaf Itti Fufe

Aside

[SQ, amajji 22,2018] Tibba darbee qabee hanga ammaatti Wayyaanen Kan hiine gadhiifna jettee odeessaa kan biraa hidhatti guuraa jirti. Ofiin Bulli Wayyaanee uummata cunqurfamoo lafarraa daguuguu hojii akaakayyuuwwansheerraa dhaalte gadhiisuun kan itti cime ilmaan Oromoo hiraarsuu ittuu fuulleffattee hojjetaa jirti.
Haaluma kanaan guyyaa Har’aa Wiixata baha Oromiyaa Magaalaa Gadab Hasaasaa keessaa Dargaggoonni Shan(5) achi buuteensaanii dhabamuu odeessi arganne ifa godha. Namoonni Wayyaaneen qabaman kunneen

Continue reading