SBO Hagayya 25 Bara 2013

Aside

SHIRA DIINAA IRRAA OF TIKSUUN, MEESHAA WARAANAA CAALA !

Aside

Y.G(2005)
Barreessaa dhugaa baasa!Biyyoonni ykn Saboonni Bilisummaa isaanii goonfatanii jiran , milkaa’ina qabsoo isaaniif inni adda duraa, shira diinaa irra aanuu ta’uu jala muranii namaa dhaaman. Faallaa kanaas, humna kamuu mo’achuuf ammoo , shira humna sana diigu yk humna dhabsiisu hojjachuun murteessaa ta’uu gadi jabeessanii dubbatu. Qawwee baatanii adda waraanaatti wal waraanuun, carraa tokko fi tokkoti. Ajjeesuu ykn du’uu. Shirri barbaachisu keessa diinaatti odoo hin hojjatamiin qawween walitti ba’uun, tarii kasaaraa lubbuu hedduu nama gaafachuu danda’a. shirri keessaan yoo hojjatame garuu , yeroon qawwee barbaachisu iyyu dhibu akka danda’u warra muuxannoo qaban irraa hubachuun ni danda’ama.
Biyyoonni gurguddatan har’a meeshaa waraanaaf maallaqi baasanii fi humna Biyya tokko ykn humna tokko laafffisuuf shira hojjatamuf maallaqii baasan waaqaa fi lafa. Addunyaan har’a waa hedduun walitti dammaqee, karaan shira wal irratti hojjatan , karaa hedduu dhoksaa fi waggoota lakkofsiisee Injifannoo argamsiisu irratti hojjachuu ega eegalanii bubbulanii jiru. Biyyoonni hedduun Biyya isa tokko shiraan cabsuuf, dhaloota wal irratti guddisaa jiran. Dhaloota jiru amanu dhabuu irraa, dhaloota Biyya ykn lammii Biyya akkasii akka jibbutti, jibbuu qofa odoo hin taane, of wareegee akka dhabamsiisutti wal irratti guddisaa jiran.
Kana malees, lammiilee Biyya cabsuu barbaadanii funaananii, waan barbaadaniin qaranii guddisanii, Angoo qabsiisanii saamichaa fii tu’annoo barbaadan yennaa gaggeessan, ifatti kan argaa jirrudha. Adeemsi akkasii ammoo, Biyyoota gurguddataniif qofaa odoo hin taane, warri akka wayyaanees muuxannoo kana fudhatanii nu irratti hojjachaa jiraachuu ragaalee hedduu tarrisuu dandeenya. kana irratti raga tokko kaasuu danda’a. wayyaaneen baatii lama dura humna basaasaa Israa’eelitti leenji’e Biyya keessatti wayita bobbaaftu, hojiin isaanii adda duraa sochii hawaasa musiliimaa dhaabuudha. Kanaafis basaastoota 893 laanjisifte, quraanaa fi salaata hundaa barsiiftee jirti. Kanneen keessaa 630 TIGIREEDHA. Jarri kun egaa warra sochii kana gaggeessan keessa seenanii waan hundaa barbadeessudha. Ajjeesuudha.

SHIRA DIINAA IRRAA OF TIKSUUN,,,,,,,,,,,.docx

Seife Nebelbal Radio Program Aug 23, 2013

Aside

Raadiyoo Simbirtuu Qophii Har’aa 22/08/2013

Aside

Aside

OROMO WOMEN NATIONAL UNION FOR LIBERATION (OWN-UL)

August 21, 2013

womenIntroduction

Due to the harsh and increasing oppression of the Ethiopian government; the social, political and economical problems has reached an unprecedented level in the country. As a prime target and ongoing victim of genocide, the Oromo people have to double its effort in stepping up its struggle. Taking in to account the aforementioned facts; we the Oromo Women from all corners of Oromiya, have decided to stand together and deliver our responsibility in addressing the pressing human right issues of our people under the name and logo indicated above.

  1. Whereas, the government act of unjustified imprisonment under terrorism law, exiling and killing of citizens demanding human right issues are intolerable;
  2. Whereas, it has become important to document and expose the successive Ethiopian government horrendous crime against Oromo women;
  3. Whereas, societal problems of unemployment and cost of living are unbearable and increasingly severe by the day
  4. Whereas, the Oromo are left with no other option but to step up its struggle to achieve the right to self determination for the Oromiya and other nations in the country,
  5. Whereas, it is necessary to work in an organized manner to build on the ongoing contribution of Women in the Oromo struggle for self determination and freedom and to learn from other nations who achieved their goal;
  6. Whereas, it is crucial to air the voice of the Oromo and other oppressed nations suffering under the brutal EPRDF government, to the international communities through medias;
  7. Whereas, it has become an urgent matter to put the facts straight and counter the false propaganda of the government about the Oromo which has recently been intensified to crush the struggle of our people,
  8. Whereas, it has become necessary to stand with National Youth Movement for Freedom And Democracy, QEERROO and to organize the share of women in this effort
  9. Whereas, the ongoing environmental destruction, displacement, imprisonment, exiling, killing and genocide against the Oromo and other oppressed nations in the country has necessitated an organized counter offensive against the oppressor.

Accordingly, to play our role in the ongoing struggle, we hereby declare the establishment of our union. By enhancing the performance of this organization and partnering with other like minded groups, we vow to struggle for our cause and declare our readiness to pay any sacrifice it may take.

We will realize our struggle and our right!!!

Victory for the Oromo!!!

Oromo Women National Union for Liberation

July11, 2013

Oromo Women National Union for Liberation Email: hawine342@gmail.com

OROMO WOMEN NATIONAL UNION FOR LIBERATION Afaan Oromoo.doc

Oromo Women National Union for Liberation_English.doc

Oromo Women National Union for Liberation Amharic.docx

SBO Hagayya 21 Bara 2013

Aside

በኦሮሞ ተወላጆች ላይ እየተወሰደ ያለው የግድያ እርምጃ በወያኔ አንገት ውስጥ የገባውን ገመድ የሚያጠብቅ ነው::

Aside

logo-qeerroo-oromiyaa33.jpg

 በኦሮሞ ተወላጆች ላይ እየተወሰደ ያለው የግድያ እርምጃ 

በወያኔ አንገት ውስጥ የገባውን ገመድ የሚያጠብቅ ነው

አምባገነኑ የወያኔ ስርአት ርህራሄ ከሌለው እስራቱም አልፎ የኦሮሞን ልጆች እያደነ ይገኛል፡፡ ህወሀት ቅጥረኞቹን ተጠቅሞ በኦሮሞ ህዝብ ላይ የሚያደርገውን ኢሰብአዊ ድርጊት የወጣቶች ንቅናቄ (ቄሮ) በጥብቅ ያወግዘዋል፡፡ በኦሮሞ ወጣቶች ላይ የኦነግ ደጋፊዎች ናችሁ እያለ የሚፈፅመውን ግድያ እና እስራትም እንዲያቆም አጥብቀን እንጠይቃለን፡፡ በቅርቡ በምእራብ ሸዋ አምቦ ከተማ ውስጥ ወጣት ተስፋየ ጉታ የተባለ የኦሮሞ ልጅ ታደሰ በቀለ በተባለ የወያኔ ደህንነት በጥይት የተገደለ ሲሆን ይህ ስቃይ አሁንም እየተባባሰ በመምጣቱ ከ16 በላይ የሚሆኑ ኦሮሞዎች በአርሲ ዞን ኮፈሌ ወረዳ ውስጥ በወያኔ መንግስት ጦር ተገድለዋል፣ ቁጥራቸው ከ200 በላይ የሚሆኑት ደግሞ በእስር ቤት ውስጥ ታፍነው ይገኛሉ፡፡ ከእነዚህም መካከል፡-

  1. አደም   ጀማል
  2. ሌንጮ   ጂልቻ
  3. ሀቢብ    ዋቤ
  4. ጋቻኖ    ቱሴ
  5. ሙሀመድ ደበል ኡሴ
  6. ጀማል/አርሾ አርሲ/
  7. ሙሀመድ ኢደኦ
  8. አማን    ቡሊ
  9. ሙሀመድ ሀሰን

10. ረሺድ    ቡርቃ

11. አቡሽ    ኢብራሂም

12. ማሙሽ   ኢብራሂም እና

13. ቱኬ በሶ የተባሉትን  ወጣቶች መንግስት ያለ አንዳች ርህራሄ በጭካኔ ገድሏቸዋል፡፡ ይህ ሁኔታ መንግስት የኦሮሞን ህዝብ ለመጨረስ የከፈተው ዘመቻ አካል በመሆኑ የወጣቶች ንቅናቄ (ቄሮ) ድርጊቱን በአፅንኦት ያወግዘዋል፡፡

የወያኔ መንግስት እየወሰደ ያለው የግድያ እርምጃ የአገዛዝ ዘመኑ እያከተመለት መሆኑን የሚያሳይ ነው፡፡ በምእራብ ወለጋ ጃርሶ ወረዳ ውስጥ የወያኔ የደህንነት ሀይሎች ኢፋ ይገዙ የተባለውን ወጣት የኦነግ አባል ነህ በማለት የገደለው ሲሆን በሌሎች 9 ወጣቶች ላይ የመብት ጥያቄ በማንሳታቸው ምክንያት እንደሚገደሉ የመጨረሻ ማስጠንቀቂያ አስተላልፎባቸዋል፡፡ እነሱም፡-

  1. ወጣት ደሱ    አለማየሁ
  2. ወጣት ፍቃዱ  ቱፋ
  3. ወጣት ወንድሙ ጉዳ
  4. ወጣት አራርሶ  ቀጀላ
  5. ወጣት ገመቺስ  በንቲ
  6. ወጣት ቢቂላ   እስራኤል
  7. ወጣት ሁሴን   መሀመድ
  8. ወጣት አባያ   ባይሳ እና
  9. ወጣት ቶሎሳ አለማየሁ የተባሉት ሲሆኑ በእነዚህ ወጣቶች ላይ የወያኔ መንግስት የግድያ ማስጠንቀቂያ በመስጠት አስከፊ ድርጊቱን እየፈፀመባቸው ይገኛል፡፡ የወያኔ መንግስት እየፈፀመ ያለውን ግድያ፣ እስራት፣ ከትምህርት ገበታ ማፈናቀል እና ኢፍትሀዊ ውሳኔውን ለመጋፈጥ የኦሮሞ ህዝብ በጋራ መነሳት እንዳለበት ለነፃነት የሚታገለው ወጣት ሀይል ጥሪውን ያስተላልፋል፡፡ የወያኔ መንግስት ከመቼውም ጊዜ የከፋ ጫና በኦሮሞ ወጣቶች ላይ እያደረሰ መሆኑ ለኦሮሞ ህዝብ ነፃነት መጎናፀፊያው ወቅት እየቀረበ መሆኑን የሚያሳይ በመሆኑ የኦሮሞ ህዝብ ከመቼውም ጊዜ በተሻለ ሁኔታ እጅ ለእጅ ተያይዞ መብቱን መጠየቅ ያለበት አሁን ነው፡፡ የወጣቶች ንቅናቄ(ቄሮ) የወያኔ መንግስት በኦሮሞ ህዝብ ላይ እየወሰደ ያለውን አስከፊ እርምጃ በማውገዝ ማንኛውንም መስዋእትነት ከፍሎ የህዝቡን መብት ለማስከበር እንደሚሰራ ይገልፃል፡፡

ትግሉ ይቀጥላል!!! ድል ለኦሮሞ ህዝብ!!!

የወጣቶች ንቅናቄ(ቄሮ)

ነሀሴ/2013

Of-Keessatti Amantaa Dhabuu Irraan Mootummaan Wayyaanee Oromoota poolisoota federaalaa fi Finfinnee kanaannee ta’an hidhuu eegale

Aside

Hagayya 19,2013 Finfinnee

Dhiibbaan mootummaa wayyaanee ilmaan Oromoo irratti xiyyeeffannoo addaan kennamaa kan turee fi itti jiru daran jabaachuun yeroo ammaa wal diigumsaa fi wal amantamummaa keessa mootummaadhaa dhabameen poolisootni Finfinnee magaala Finfinnee keessaa ilmaan oromoo tahan mana hidhaatti ukkaamsamaa jiran. Haalli kun daran hammaachaa kan dhufe yoommuu tahu ilmaan Oromoo poolisii federaalaa keessaa hojjetan magaala Dirree Dawaa fi Adaamaas qorannoo hamaan rakkifamaa jiran. Ilmaan Oromoo

1. Shibbiruu Mulataa magaala Finfinnee irraa Poolisii magaala Finfinnee

2. Barasaa Qixxeessaa poolisii magaala Finfinnee

3. Jamaal Muhee poolisii federaalaa irraa

4. Alamuu Taaddasaa poolisii federaalaa magaala Finfinnee

Keessaa mana hidhaa mootummaa Wayyaaneetti naqamuun dhiibbaan qaamaa fi haamilee cabsaa irratti gaggeeffamaa kan jiru yoommuu tahu, isin miseensota ABO dha jedhamuun reebamuu fi qoratamuu irratti argamu. Mootummaan wayyaanee keessa isaa amantamummaa dhabuun dhiibbaan inni gaggeessu dhumaatii bara bittaa isaa kan mirkansu tahuu kan ibsan ilmaan Oromoo poolisii federaalaa fi Finfinnee daran qabsoo jabeessuun akka itti fufan qeerroof ibsanii jiran.

FinfinneeTube:-Oromo First Community Engagement; MN (part one)

Aside

Oromummaa cimsaa!! Oromiyaa dhugoomsaa,

Tokkummaa Oromoo daran nuu jabeessa

Mooraa qabsoo Oromoo isatu nuu tiksa

Adawwii saba koo lafa ilaalchisa

Hulluuxxuu fi footuu nu keessaa balleessa

Eenyummaa Oromoo addunyaatti muldhisa!

Walaloo Qeerroo

 

 

SBO Hagayya 18 Bara 2013

Aside