Ethiopia: ESAT on the death of activist Tesfahun Chemeda in Kaliti jail

Aside

Kabajaa Bifa Addaa Ummati Oromoo Taasiseefiin Sirni Awwaalicha Gootichi Oromoo Injiner Tasfahun Camadaan Lafa Dhaloota Isaatti Raawwate.

Aside

Tasfahun 2

Hagayya 26,2013Gabaasa Qeerroo Finca’aa

Godina Dhihaa Oromiyaa bakkotaa gara garaatti sabboontotni ilmaan Oromoo ajjeechaa suukkaaneessaa mootuummaan Wayyaanee EPRDF hayyuu Oromoo Injinner Tasfahun Camadaa irratti raawwatamettii gadda guddaa itti dhaga’amee, ibsachuun

Anotaa gara garaa keessatti Hagaayyaa 25/2013 irraa egaluun reeffaa gooticha Injiner Tasfahun Camadaa eegaa turan. Keessaattuu Magaalaa Amboo, Gudarii , Geedoo fi Hanga Godina Horroo Guduruu Wallaaggaa Anaa Guduruutti sabboontotni Oromoo
reeffaa gootichaa Oromoo walqindeessuun simmannaaf egaa kan turan ta’uu gabaasi Qeerroo naannicha irraa beeksisa.

Awwaalchaa gooticha Oromoo Injineer Tafahun Camadaan walqabatee mootummaan Wayyaanee humna waaraanaa bobbaasuun uummata sodaachisuuf yaaluun, reeffii isaas guyyaa uummataan simatamuuf waan eegamaa tureef mootummaan Wayyaanee ta’e jedhee halkan akka darbuu fi maatii isaan akka dhaqabu taasise.Haalli kunis bakkaa hundatti sammuu uummataa keessaatti hadhaa kana hin jedhamne fi kulkkulfannaa uumee jira.

Sirni gaggeessaa awwaalcha hayyuu fi goota Oromoo Injiiner Tasfaahuu Camadaa Hagayya 26,2014 godina dhalotaa isaa Onaa Guduruu keessaatti ganda Harbuu iddoo jedhamu itti bakkaa hiriyoonnii isaa , sabboontotni Oromoo,Qeerroowwaan,dargaggoonnii Oromoo, Baratootni Oromoo dhaabbiilee barnotaa garaagaraa irraa boqonnaaf galanii jiran bakkoota garaagaraa irraa walitti dhammaachuun sirna awwaalcha gooticha Oromoo Enjineer Tasfahuun Camadaa irraatti argamuun marartoo fi jaalala goota kanaaf qaban agarsiisuun kabajaan aduunyaa kana irraa gaggefame.

Sirna sana irrattis haala sagalee jabaan fi dhadhannoon hangana hin jedhamneen Ummaannii fi sabboontotni dargaggoonnii Oromoo dhadannoowwaan argaman gadii dhageesisan.

1.Tasfaahuun hin dunee ummataa Oromoof jedhetu wareegame,
2. Wareegama hayyuu keenyaan bilisummaan uummataa keenyaa ni mirkana’a!!
3, Qabsoo hayyuun Oromoo Tasfahuun Camadaa irraatti, wareegamee fiixaan ni baafna.
4, Wayyaaneen diinaa uummataa keenyaati!!
5, Gumaan Hayyuu Oromoo Tasfahuun Camadaa irree qeerrootiin ni baafama!!
6, Diinni goota keenyaa qabsaa’aa kuffisuus qabsoon inni egalee hin kufuu itti fufaa kan jedhuu fi Walaloo fi seenaan Hayyuu Oromoo Injiineer Tasfahuun Camadaa uummataaf dubbifamuun haala aja’inbsiisaa ta’een sirni awwaalchaa isaa rawwate.

Walumaa galattii sirna awwaalchaa enjiiner Tasfahuun Camadaa irraatti kutaalee Oromiyaa gara dhihaa fi magaalota Finfinnee Adaamaa dabalatee Uummaannii Oromoo tilmaamaan 10,000 olitti lakkaa’amani tu irraatti kan argamee fi dargaggoonnii hedduun waraanaa Wayyaaneetiin utuu achii hin ga’iin karaattii kan dhorkamuun deebifaman ta’uu odeessii nu qaqqabee jiruu ifaa godhee jira.

Kana malees, Caasaaleen Qeerroo kan Godinotaa Lixaa Shawaa, Jimmaa, Iluu Abbaa Booraa , fi Godina kibbaa lixaa Shawaa erga gootichi Oromoo hayyuun ija uummataa ta’ee kun wareegamuu dhaga’anii gaddaa guddaa isaanitti dhaga’ame ibsachaa guyyaa sirni awwaalcha isaa rawwatamee bakkuma jiranitti maadheewwan walitti dhufuun dungoo qabsiifachuun sirna awwalchaa kana hirmaachuun gadda isaanii waliif ibsuun qabsoo gootni Oromoo kun irraatti wareegamee galmaan ga’uuf waadaa isaanii haaromsan.
Sirna Awwalchaa Gooticha Oromoo Injiineer Tasfahuun Camadaa ilaalchisuun gabaasni Qeerroo Oromiyaa gara gara irraa itti fufa.

Qbasa’an Kufus Qabsoon ittii Fufa!.

Nagaa Dhaamachuu Jaal Tasfahuun Camadaa (Oromo-Oromia)

Aside

 Jaal Jallannee Biqilaa irraa

Aside

logo-qeerroo-oromiyaa31.jpg

አገር አቀፍ የወጣቶች ንቅናቄ ለነፃነት እና ለዲሞክራሲ

የኢፌድሪ መንግስት በኢንጅነር ተስፋሁን ጨመዳ ላይ የፈፀመው ግድያ በኢትዮጵያ ግዛት ውስጥ ለሚታዩ ችግሮች መፍትሄ አይሆንም፡፡

ከወጣቶች ነፃነት ንቅናቄ የተሰጠ መግለጫ

ፊንፊኔ

የወያኔ መንግስት በኢንጅነር ተስፋሁን ጨመዳ ላይ የፈፀመው አሰቃቂ ግድያ ለሁሉም የኦሮሞ ህዝብ ያለውን ንቀት የሚያሳይ ነው፡፡ የኦሮሞ ህዝብ በሀበሻ የባርነት አገዛዝ ስር ወድቄያለሁ አንድም ቀን ተስፋ ቆርጦ ትግሉን አቁሞ አያውቅም፡፡ የህወሀት/ኢፌዲሪ/ አገዛዝ አዛውንት፣ መምህር፣ ተማሪ፣ አርሶ አደር፣ ሰራተኛና ነጋዴ እንዲሁም ወንድ፣ ሴት፣ ትንሽ፣ ትልቅ ሳይል በኦሮሞ ላይ ለረጅም አመታት በኦሮሞነቱ ብቻ ወንጅሎ ወደር የሌለው በደል እያደረሰበት ከዚህ ደርሷል፡፡ በኦሮሞ ማህበረሰብ ላይ የሚደረገው ከመኖሪያ መፈናቀል፣ ዝርፊያና ወደር የሌለው ጭቆና ተባሶ ቀጥሏል፡፡
ይህ በደል ጭካኔ በተሞላበት ሁኔታ በመባባሱ በአሁኑ ወቅት የኢፌዲሪ መንግስት በኦሮሞ ህዝብ ላይ እያሳደረ ያለው ጫና እየተጠናከረ በመምጣቱ ለ7 አመታት በጨለማ ውስጥ ታፍኖ የተለያየ እንግልት ሲደርስበት የነበረው ኢንጅነር ተስፋሁን ጨመዳ ነሀሴ 24/2013 በቃሊቲ ማረሚያ ቤት ውስጥ መገደሉ የተሰማ ሲሆን ኢንጅነር ተስፋሁን ጨመዳን ቢገድለውም የኦሮሞን ትግል መግደል እንደማይቻል ለወያኔ መንግስት እናረጋግጣለን፡፡
ከዚህ በፊት በማረሚያ ቤት ውስጥ ሲደርስበት በነበረው ስቃይ ምክንያት ታሞ የነበረ ሲሆን እንዲታከም በተደጋጋሚ የማረሚያ ቤቱን አስተዳደሮች /ህወሀትን/ የጠየቀ ቢሆንም ሳይፈቀድለት መቅረቱ ይታወቃል፡፡ ቃሊቲ ማረሚያ ቤት ውስጥ በሚታሰሩ በርካታ ምሁራን የኦሮሞ ልጆች ላይ ጉዳት ማድረስና ግድያ መፈፀም የወያኔ ባህል ሲሆን አለማየሁ  ገርባ፣ ጋዲሳ ሂርጳ እና ተስፋሁን ጨመዳ በደረሰባቸው አሰቃቂ ስቃይ መስዋእት መሆናቸው በኦሮሞ የትግል ሜዳ እና ህዝብ ዘንድ የማይሽር ጠባሳ ጥሏል፡፡
የወያኔ መንግህስት የኦሮሞ ህዝብ ለሚያነሳው ጥያቄ መልስ እያደረገ ያለው አስከፊ ድርጊት አገሪቷ ውስጥ ያለውን ችግር ያባብሳል እንጅ የስርአቱን ውድቀት አና በታሪክ ውስጥ ኢፍትሀዊ ድርጊቶችን መፈፀሙን አያስቀርለትም፡፡
ይህን የወያኔ ድርጊት የወጣቶች ነፃነት ንቅናቄ አጥብቆ ያወግዘዋል፡፡ የወያኔ መንግስት እና ስርአቱ ከተጠያቂነት እንደማያመልጥም የወጣቶች ነፃነት ንቅናቄ አጥብቆ ያሳስባል፡፡
በአገር ውስጥም ሆነ በውጭ የሚገኘው ሁሉም የኦሮሞ ተወላጅ በኦሮሞ ልጆች ላይ እየደረሰ ያለውን መስዋእትነት በመቃወም ባላችሁበት ሁሉ ለኦሮሞ ድምፃችሁን እንድታሰሙ በአፅንኦት እንጠይቃችኋለን፡፡
 ሀሁነኔረተታ ጭከካነኔ  በተመሞለላበት መንፈስ ነበመበባበባስ በአሀሁነኑ ወቅት የአኢፈረጨየአኢፈፌድረሪ መንግስት በአኦረሮመሞ ህዝብ ለላይ እየያሰሳደረ የያለ
ታጋይ ይሞታል ትግሉ ይቀጥላል!!
ድል ለኦሮሞ ህዝብ!!
ነሀሴ 24/2013

Amaariffaa:- Ibsa Qeerroo Bilisummaa Ajjeechaa Mootummaan Wayyaanee Raawwatu Amaariffaan( Ajjeechaa Tasfaahun) the Afaan Engliffaa:– murder of engineer tesfahun chemeda will not be a solution to the pressing problem of the ethiopian empire  Afaan Oromoo:- Injinera Tasfahun Camadaa ilaalchisee Ibsa Qeerroo Bilisummaa

Ethiopia: The Government is accountable for the death of a political prisoner at an Ethiopian Jail

Aside

HRLHA Logo

HRLHA Statement

August 26, 2013

The Human Rights League of the Horn of Africa strongly condemns the atrocious torture and inhuman treatment by the Ethiopian government against its citizens and hold it accountable for the death of a political prisoner and prisoner of conscience Engineer Tesfahun Chemeda on August 24, 2013 in Kaliti prison.

HRLHA informants confirmed that Engineer Chemed died in Kaliti Penitentiary due to the severe torture inflicted on him while he was in different detentions centers from 2007 until the day he died. We also protest the fact that he was denied medical treatment by the government.

TesfahunChemeda2010Engeener Tesfahun Chemeda, an Oromo national, was handed over by Kenyan authorities to Ethiopian Security agents in April 2007 from where he had granted a refugee status from UNHCR in Kenya after he had fled to Kenya to escape persecution by the EPRDF government of Ethiopia.

Engineer Tasfahun Chemeda was one of the 15 Oromo nationals who was sentenced to life in prison in 2010 by the Ethiopian court (http://humanrightsleague.com/2010/07/a-call-for-the-reversal-of-the-racial-politically-motivated-and-discriminatory-sentence-by-a-court-in-ethiopia/ for his activism and political beliefs that were different from the ruling EPRDF government of Ethiopia

The Ethiopian Government is accountable for

  1. Torturing Mr. Chemeda in prison, thereby violating the 1984 Convention against Torture and Other Cruel, Inhuman or Degrading Treatment or Punishment, an agreement which Ethiopia signed and ratified in 1994
  1. For denying Engineer Tesfahun medical treatment, violating the rights of prisoners which are clearly stated in international law and International covenants on civil and political rights article 10(1) . All persons deprived of their liberty shall be treated with humanity and with respect for the inherent dignity of the human person. and Constitution of the Federal Democratic Republic of Ethiopia, the Rights of Persons Held in Custody and Convicted Prisoners article 21 (1) All persons held in custody and persons imprisoned upon conviction and sentencing have the right to treatments respecting their human dignity.

By handing over the Oromo refugees and others, the Kenyan Government is also breaching its obligations under international treaties as well as customary laws. Read More:- HRLHA Statement, August 26, 2013.pdf

Aside

logo-qeerroo-oromiyaa31.jpg

The murder of Engineer Tesfahun Chemeda will not be a solution to the pressing problem of the Ethiopian Empire.

Press Release of the Qeerroo Movement

Finfinnee

The cold blood killing of Engineer Tesfahun Chemeda while in custody is clear show of an utter disrespect the TPLF has for the Oromo people.

Since its fall under the Habesha colonial hegemony, there was no time when the Oromo stopped its struggle.  On the other hand, the TPLF/EPRDF leadership has sustained a protracted and targeted attack against the Oromo of all walks of life (Elders, Teachers, Students, Farmers, Public Servants, Merchants and others) and it appear that the only crime is their identity to be an Oromo. Countless number of Oromo’s has since been exiled, displaced, robbed, imprisoned under fabricated charges and exposed to other inhuman treatments.

While the trend of repression is accelerating, the senseless and inhuman act of the government continued unabated. On the same development, today August 24, 2013 we have received one of the saddest news that Engineer Tesfahun Chemeda was murdered in Kalitti prison after serving 7 years in dark room.  Nevertheless, we would like to remind the Woyane government that even if Engineer Tasfahun was killed; it is impossible to kill the struggle of the Oromo people.

Due to the severe torture and mistreatment he sustained, Tesfahun’s repeated request to the TPLF prison official for a medical attention has ended up on deaf ear and forced to live with his anguishing pains.  Even though it is very normal for the TPLF government to target and hunt-down highly qualified Oromo elites in Kaliti prison,  the death of student Alemayo Gerba, Gadisa Hiphasaa and now Tesfahun Chemeda while serving harsh prison terms will be remembered by the Oromo people with great pain and anguish.

The Ethiopian government is responding to the Oromo question in a brutal fashion and heavy handed measures, but these blind measures cannot save the regime from collapsing. Qeerroo strongly condemns this cowardly and brutal killing and its history of atrocity will be kept for the regime to answer, sooner of later.

In this case, we urge all Oromo in and outside of the country to denounce the ongoing atrocity and to bring the ordeal of your people to the International community.

The struggle shall continue!!!

Victory to the Oromo People

August 24, 2013.

The murder of Engineer Tesfahun Chemeda will not be a solution to the pressing problem of the Ethiopian Empire..pdf

Death in Ethiopian custody of Engineer Tesfahun Chemeda, after refoulement from Kenya Open letter of OSGA To Honourable Kevin Rudd, Australian Prime Minister

Aside

Date: August 26th 2013

Open letter 

Death in Ethiopian custody of Engineer Tesfahun Chemeda, after refoulement from Kenya

To: Honourable Kevin Rudd,

Australian Prime Minister

It is with sadness and anger that Oromia Support Australia Inc. OSGA reports the death of a young Oromo in Kaliti prison, Ethiopia, on 24 August, 2013, yesterday. Tesfahun Chemeda was a student activist in Ethiopia and a political asylum seeker among refugees in Kenya, where he was granted refugee status by UNHCR. He was arrested with a colleague, Mesfin Abebe, by Kenyan ‘anti-terrorist police’ on 2 April 2007.

Although cleared by the anti-terrorist unit and by the FBI, the men were subject to refoulement to Ethiopia at the request of the Ethiopian authorities. UNHCR, the Refugee Consortium of Kenya and the Kenyan Human Rights Commission were told in court, after their application for habeas corpus that the men had been returned to Ethiopia, whereas they remained in custody in Kenya for at least two more days after the court hearing.

Tesfahun and Mesfin disappeared in detention in Ethiopia until charged with terrorist offences in December 2008. They were sentenced to life imprisonment in March 2010. [1] (Mesfin’s death sentence was later commuted.)

Tesfahun was transferred from Zeway prison to Kaliti, where he had been held in solitary confinement for nearly two years before he was killed.[2]

This is not the first time young Oromo men and women have been killed in detention. For example, Alemayehu Garba, partially paralysed with polio, was shot dead with 18 others in Kaliti prison in November 2005.[3]

Refoulement of UNHCR-recognised refugees from Sudan, Djibouti and Somaliland continues.[4]

How long must we wait for Australian Government and other western governments to stop maintaining the Ethiopian People’s Revolutionary Democratic Front (EPRDF) in power? Over one third of Ethiopia’s budget is in foreign aid. Ethiopia receives more aid from the Australia than any other country in the Africa.

It is a shocking state of affairs and an appalling way to spend Australian taxpayers’ money. Oromia Support Group in Australia Inc. tired of hearing from officials that they take every opportunity to engage with representatives of the Ethiopian government at the highest level to express their serious concerns about human rights abuses and lack of democratic progress in Ethiopia.

We have been hearing this for years. When are we going to see an effective response by those who control Ethiopia’s purse strings? Page 2 of 2

If Australia is so committed to providing aid to Ethiopia, than at least we should insist on it being contingent on real, measurable benchmarks of human rights and democratisation and not the desk-based studies of government-controlled data which support the status quo in Ethiopia.

This should be backed by effective sanctions so that members of the Ethiopian government are prevented from travelling to Australia and other western countries and investing in property and businesses outside of Ethiopia.

Unless meaningful sanctions are applied, growing disaffection with the west, previously noted by former US Ambassador Yamamoto, is likely to mature further. Under the oppression of the Ethiopian regime, opposition voices are becoming more likely to find expression in the very movements which the support of Ethiopia, because of its cooperation in the ‘war on terror’, is meant to avoid.

The authoritarian regime in Ethiopia is a major cause of instability affecting the whole of the Horn of Africa. Supporting it and investing in it is a short-sighted policy.

Yours sincerely,

Marama F. Qufi

Chairperson,

Oromia Support Group in Australia Inc.

(For – Dr Trevor Trueman, Chair, Oromia Support Group).

[1] http://www.oromo.org/osg/Report_46.pdf, pp.43-44.

[2] http://www.opride.com/oromsis/news/horn-of-africa/3701-oromo-activist-tesfahun-chemeda-dies-in-prison-while-serving-life-sentence

[3] http://www.oromo.org/osg/Report_43.pdf, p.22

[4] For example, Badassa Geleta was among 18 refugees returned to Ethiopia from Djibouti on 31 December 2012 and detained in Dire Dawa. He was awaiting resettlement in Canada. Riyana Abdurahman, a 23 year-old teacher, was abducted from

 

 

Death in Ethiopian Custody of Tesfahun Chemeda After Refoulement from Kenya – Open Letter of Dr. Trevor Trueman of OSG to UK’s Parliamentary Under Secretary of State for Foreign and Commonwealth Affairs

Aside

Mark Simmonds MP

Parliamentary Under Secretary of State for Foreign and Commonwealth
Affairs (Africa)
Foreign and Commonwealth Office
King Charles Street
London SW1A 2AH
25 August 2013

Open letter
Death in Ethiopian custody of Tesfahun Chemeda, after refoulement from Kenya

Dear Minister,

It is with sadness and anger that I report the death of a young Oromo in Kaliti prison, Ethiopia, on 24 August, yesterday. Tesfahun Chemeda was a student activist in Ethiopia and a political activist among refugees in Kenya, where he was granted refugee status by UNHCR. He was arrested with a colleague, Mesfin Abebe, by Kenyan anti-terrorist police on 2 April 2007.

Although cleared by the anti-terrorist unit and by the FBI, the men were subject to refoulement to Ethiopia at the request of the
Ethiopian authorities. UNHCR, the Refugee Consortium of Kenya and the Kenyan Human Rights Commission were told in court, after their application for habeas corpus, that the men had been returned to thiopia, whereas they remained in custody in Kenya for at least two more days after the court hearing.
Tesfahun and Mesfin disappeared in detention in Ethiopia until charged with terrorist offences in December 2008. They were sentenced to lifebimprisonment in March 2010. [1] (Mesfin’s death sentence was later
commuted.)
Tesfahun was transferred from Zeway prison to Kaliti, where he had been held in solitary confinement for nearly two years before he was killed.[2]
This is not the first time young Oromo men have been killed in detention. For example, Alemayehu Garba, partially paralysed with
polio, was shot dead with 18 others in Kaliti prison in November 2005.[3] Refoulement of UNHCR-recognised refugees from Djibouti and Somaliland continues.[4]

How long must we wait for Her Majesty’s Government and other western governments to stop maintaining the EPRDF in power? Over one third of Ethiopia’s budget is in foreign aid. Ethiopia receives more aid from the UK than any other country in the world.

It is a shocking state of affairs and an appalling way to spend UK taxpayers’ money. I am tired of hearing from Ministers and officials
that they take every opportunity to engage with representatives of the Ethiopian government at the highest level to express their serious concerns about human rights abuses and lack of democratic progress in Ethiopia.

I have been hearing this for over twenty years. When are we going to see an effective response by those who control Ethiopia’s purse strings?
If the UK is so wedded to providing aid to Ethiopia, than at least we should insist on it being contingent on real, measurable benchmarks of human rights and democratisation and not the desk-based studies of government-controlled data which support the status quo in Ethiopia.
This should be backed by effective sanctions so that members of the Ethiopian government are prevented from travelling to the UK and America and investing in property and businesses outside of Ethiopia.
Unless meaningful sanctions are applied, growing disaffection with the west, previously noted by former US Ambassador Yamamoto, is likely to mature further. Under the oppression of the Ethiopian regime, opposition voices are becoming more likely to find expression in the very movements which the support of Ethiopia, because of its cooperation in the ‘war on terror’, is meant to avoid.

The authoritarian regime in Ethiopia is a major cause of instability affecting the whole of the Horn of Africa. Supporting it and investing in it is a short-sighted policy.

Yours sincerely,

Dr Trevor Trueman, Chair, Oromia Support Group.

http://www.oromo.org/osg/Report_46.pdf, pp.43-44.
http://www.opride.com/oromsis/news/horn-of-africa/3701-oromo-activist-tesfahun-chemeda-dies-in-prison-while-serving-life-sentence
http://www.oromo.org/osg/Report_43.pdf, p.22
4 For example, Badassa Geleta was among 18 refugees returned to Ethiopia from Djibouti on 31 December 2012 and detained in Dire Dawa. He was awaiting resettlement in Canada. Riyana Abdurahman, a 23 year-old teacher, was abducted from Hargeisa on 23 Novermber 2012 and imprisoned in Jigjiga, Somali Region, Ethiopia.tesfahun-chemeda-dies-in-prison-while-serving-life-sentence

[3] http://www.oromo.org/osg/Report_43.pdf, p.22

[4] For example, Badassa Geleta was among 18 refugees returned to Ethiopia from Djibouti on 31 December 2012 and detained i Dire Dawa. He was awaiting resettlement in Canada. Riyana Abdurahman, a 23 year-old teacher, was abducted from

Aside

abo

Eng. Tesfahun Chemeda, the Latest Victim of TPLF Pogrom Extermination Campaign Against the Oromo People

Gadaa.com

OLF Statement on the death of Engineer Tesfahun Chemeda who died in the notorious TPLF/EPRDF prison of Qaallittii yesterday.

Short Biography
Engineer Tesfahun was born in 1976 from his father Mr. Chemeda Gurmessa and his mother Mrs. Giddinesh Benya at Harbu village, Guduru district, eastern Wallaga, western Oromia. He was lucky enough to get the slim chance of going to school for his likes under the occupation. He completed his school starting at Looyaa, then Fincha’aa and at Shambo in 1996. His remarkably high score enabled him to join the university in Finfinne (Addis Abeba) where he graduated with BSc in Civil Engineering in 2001. Subsequently:

1. Sept. 2004–Jan 2005 – he worked as unit manager for the maintenance of Arsi-Bale road project run by Oromia Rural Road Maintenance Authority and Ethio-Italian Company.
2. Worked at Degele-Birbirsa RR50 project in Salle-Nonno District in extreme South-west of Ilu-Abba-Bore Zone
3. Worked on four simultaneous road projects for settlements; Kone-Chawwaqaa, Baddallee-Kolosirri, Gachi-Chate and Yanfa-Ballattii
4. Worked as a project manager for Chawwaqa district head office construction in Ilu-Harari.
5. Oct. 2001–July 2003 site engineer for Siree-Nunu-Arjo Rural Road of Wallaga district.

Because of the policy of persecution and surveillance imposed on him, like any educated and entrepreneurial Oromo class as per TPLF’s standing policy, he decided to flee to Kenya for his safety. He sought protection from the UNHCR office in Nairobi explaining his position, and got accepted and recognized as a refugee. However, for unknown reasons, he and his colleague in skill and refugee life, Mesfin Abebe Abdisa, were arrested and eventually handed over to the Ethiopian authorities by the Kenyan counterpart on April 27, 2007, due to the agreement between the two countries.

Ethiopia, being a member of the Joint Anti-Terrorism Task Force (JATT), formed under the auspices U.S. that includes Uganda and Kenya as well, continues to abduct Oromo refugees from the neighbouring countries where they sought UN protection, under the pretext of anti-terrorism. The two innocent victims Tesfahun and Mesfin were handed over to the Ethiopian authorities who took them handcuffed and blindfolded at 2:00AM local time on May 12, 2007, purportedly to have them investigated for terrorism at the JATT Main Investigation Branch in Finfinne (Addis Abeba).

From Apr. 27 to May 12, 2007, before handing them over, they were interrogated at the Kenyan National Bureau of Investigation near Tirm Valley by American agents and Kenyan Anti-Terror Police Unit. The Kenyan officer Mr Francis, who led the investigation, concluded the innocence of these two victims and requested the Kenyan authority to immediately let them free. However, another Kenyan CID agent Ms. Lelian, who is suspected of having close connection with the Ethiopian agents, opposed the decision and facilitated the handing over of these two innocent victims.

Once in the hands of the Ethiopian agents, they were taken to the notorious dark Central Investigation compound, known as Ma’ikelawii, where they were interrogated under severe torture for a year and a quarter.

Engineer Tesfahun was then presented before a court of magistrates of all Tigrian nationals in Jul. 2008, who passed the life sentence on him on March 31, 2010. The two were subsequently moved from the maximum security prison to an unknown destination for the pretext of planning to escape. They were taken for further torture in another underground location by a squad directly commanded by the late Prime Minister Meles Zenawi. It was only since last three months that they were returned to Qallitti main prison. The beating was so severe that the engineer repeatedly requested and needed medical treatment which he was of course denied and eventually succumbed to the torture impact yesterday Aug. 24, 2013. He became the latest victim of the vicious systematic genocide against the Oromo.

Regarding the fate of these two engineers, the OLF strongly believes that the way Kenyan authorities have been handing over innocent Oromo refugees to the anti-Oromo Ethiopian criminal regime is against the relevant international conventions. We strongly request the Kenyan government to desist from this practice of the last 22 years of handing over innocent Oromo victims who seek refuge in their country. The Kenyan government cannot avoid sharing the responsibility of such murders of innocent people who they hand over to the notorious regime that is well known for its anti Oromo campaign.

The OLF extends its heartfelt condolence to the family relatives and friends of Engineer Tefahun and calls on the Oromo people to double the struggle for freedom as the only way to be free of such persecutions.

Victory to the Oromo People!

Oromo Liberation Front
August 25, 2013

Aside

logo-qeerroo-oromiyaa3

Ajjeechaa Mootummaan EPRDF Injiiner Tasfahun Camadaa Irratti Raawwate Rakkoo Empayera Itiyoophiyaa Qabee Jiruutiif Furmaata Hin Ta’u.

Tasfahun Camada Ibsa Qeerroo Bilisummaa

Finfinnee

Ajjeechaa sukkanneessaa mootummaan wayyaanee Injineer Tasfaahun Camadaa irratti raawwate tuffii Uummata Oromoo maraaf qabu kan mul’isu dha.Uummatni Oromoo garbummaa mootummaa habashaa jalatti kufe jedhee guyyaan itti qabsoo irraa dhaabbate hin qabu. Sirni bulchiinsa TPLF/EPRDF Maanguddoota, Barsiisota, Baratoota, Qonaan bulaa, hojjetaa fi daldalaa akkasumas dhiiraa dhalaa fi xiqqaa guddaan Oromoo osoo nu hin hafiin baroota dheeraaf Oromummaa qofaan yakkamuun dhumaatii daangaa hin qabne saba Oromoo irraan gahaa yoonaan gahe. Qe’ee irraa arii’aa, saamaa fi darara daangaa hin qabnes saba Oromoo irratti hammaachuun itti fufee jira.

Haalli kun daran bifa gara jabina hamaan ittin fufuun yeroo ammaa dhiibbaan mootummaan EPRDF uummata Oromoo irraan gahaa jiru daran hammaachaa dhufuu irraan, Guyyaa har’aa Hagayya 24, 2013 Injineer Tasfaahun Camadaa waggoota toorbaaf mana dukkanaa keessatti erga ukkaamsuun dararaa gara garaan irraan gahaa har’a Hagayya 24,2013 mana hidhaa Qaallittii keessatti ajjeesuun yeroo dhagahamu Injiiner Tasfahun Camadaa ajjeefamus qabsoon Oromooo akka ajjeefamuu hin dandeenye mootummaa Wayyaaneef mirkaneessina.

Ammaan duras dararaa hidhaa keessatti irraan gahamaa ture irraa ka’uun Injineer Tasfaahun Camadaa dhukkubsatee akka waldhaanamuuf irra deddeebbiin bulchitoota mana hidhaa TPLF gaafatus deebiin argate diddaa ta’uu isaatiin irraan kan ka’e miidhaan akkaanii irra gahaa ture. diduun isaanii kan beekamu dha. Mana hidhaa Qaallittii keessatti Oromoota qaroo ta’an heddumminaa midhuu fi ajjeessuun aadaa Wayyaanotaa yoo ta’e iyyuu Barataa Alamaayyoo Garbaa, Gaaddisaa Hirphaasaa fi Tasfahun Camadaan hammeenya daangaa hin qabneen wareega kafaluun isaanii mooraa qabsoo Oromoo fi uummata Oromoo biratti godaannisa hin dhinne ta’ee muldhataa jira.

Mootummaan Wayyaanee gaaffii uumata Oromoo bifa laalaa hammeenya daangaa hin qabneen furuuf tattaafatus rakkoo biyyattii daran jabeessa malee sirnicha kufaatii fi seena dabaa galmeessuu isaa irraa isa hin oolchu. Godhchaa Wayyaanotaa kanas Qeerroon Bilisummaa jabeessee balaaleffataa mootummaan Wayyaanee fi sirni bulchiisi EPRDF itti gaafatamummaa jalaa akka hin bane gadi jabeessuun Qeerroon Bilisummaa beeksisa.

Oromoonni biyya keessaa fi ala jiran marti wareegama ilmaan Oromoo irraan gahaa jiru kana dura dhaabbachuuf bakka maratti sagalee keessan aduunyaan akka dhagahu taasisuun fadoomina isaa beeksifna.

Qabsaa’aan ni Kufa. Qabsoon itti fufa!!

Injifannoo Uummata Oromoof!!

Hagayya 24,2013

PDFn:- Wareegamuu Injinera Tasfahun Camadaa ilaalchisee Ibsa Qeerroo Bilisummaa