Radio Seife Nebelbal/Hagayya 30,2013

Aside

Ingineer Tasfahun Camadaa eenyu turee? Simbirtuu 29 08 2013

Aside

VOA: Injinar Tasfahuun Camadaa (Oromo-Oromia)

Aside

Imimmaan Dhiigaa

Aside

Eng. Tasfaahun Camadaa (1976 – 2013) Jaal Ebbisee Qananii/OromiaTimes

Aside

Error
This video doesn’t exist

Wallagga Magaalaa Dambii Doolloo Keessatti Barattooti Oromoo Gadda Goticha Injiner Tasfahunii Camadaaf Qaban Ibsatan

Aside

Hagayya 28,2013 Dambii Doolloo

Gabaasaa Qeerroo Godina Qellem magaalaa Dambi Dolloo irraa addeessuun Har’a Hagayya 28,201 dargaggoonni Oromoo magaalaa kanaa barattoota Yuuniversitii adda addaa irraa boqonnaaf galan waliin wal gurmeessuun gadda gooticha Oromoo Injiner Tasfahuuniin wal qabsiisee galma mana barumsaa Oliqaa Dingil keessatti huccuu gurraacha uffachuun dungoo warraaqsaa qabsiisuudhaan gadda isaanii ibsachaa akka oolan gaabsi qeerroo naannicha irraa nu gahe addeessa.

Akkasuma galgala kana sa’a 2:30 irratti barattootni waraqaa dhaddannoo diddaa gabrummaa qabu bakkoota adda addaatti maxxansaa akka turanii fi ergamtooti Wayyaanee haala kana jala bu’uun barruulee maxxanfaman magaala keessa barbaaduun buqisuun akka uumati hin argine gochaa jiraachuus Qeerroon qeerroon gabaasa.

Akka gabaasi kun addeessutti dhadannooleen maxxanan keessaa gariin:-

-Gumaan wareegamtootaa yerootti haa deebi’u!

-Qabsa’aan du’us kaayyoon keenya hin du’u
-Injineer Tasfahun Camadaa dhabnus bilisummaa hin dhabnu guyyaa isaa ni dhufa!!
-Hidhamunii fi ajjeefamuun qabsoo keenya hin laaffisu!
Fi waraqaa adda addaa halluu alaabaatiin akka bittimsan gabaasaan isaa addeessa,kallattuma bittimfameen waraqaan kun milishoonni fi kanneen garaa isaaniif wayyaaneef hojjetan uummatni osoo hin argin waraqaa kanneen deemanii akka funaananii fi ciraa turan,barattoota kanneen hojjetanis qabuuf yaalii godhaa turan hin milkaa’in akka hafan qeerroon magaalaa kana gabaasa.

Camoo/Tasfahun Haa Yaadannu

Aside

Jaal Jaallannee Biqilaa: Nagaa Dhaamachuu Jaal Tasfahuun Camadaa (Oromo-Oromia)

Aside

Sirna Guca Ibsuu Goota Oromoo Injiinar Tasfaahun Camadaa fi Oromoota Magaala Kofaleetti Ajjeefamaniif.

Aside

Waldaan Walgaragaarsa Dargaggoota Oromoo (WWDO), Jaarmiyaan Hawaasa Oromoo fi Ijaarsi Dubartoota Oromoo Adduynaa (IDOA) wal ta’uudhaan sagantaa guca ibsuu goota Oromoo Injiinar Tasfaahun Camadaa fi Oromoota magaalaa Kofaleetti mootummaa abbaa irree fi faashistii Wayyaaneetiin ajjeefaman yaadachuuf qophaaye irratti Oromooti naannoo Washington, DC, Maryland fi Virginia jiraattan akka irratti argamtan waamicha lammummaa isiniif dhiyeessina

SBO Hagayya 28 Bara 2013

Aside