Mootummaan Wayyaanee keessa isaa butute suphuuf mala dhawate keessaa aangawoota biyyattii aangoo irraa darbaa jira.

Aside

Muddee 28,2013 Finfinnee

Uummata Impaayera Itoophiyaa keessaa humnaan bulchuuf mootummaan wayyaanee shira hojjetaa ture keessaa inni hangafti aangawoota biyyattii namoota lammummaa Tigiree qabaniin kaan ammoo maallaqaan bituun Uummata ittiin hidhaa, ajjeesaa fi doorsisaa asiin gahe. Yeroo ammaa kana Impaayera Biyyattii keessatti tasgabbii dhabinsa haalaan mudachaa dhufe dura dhaabbachuuf wayyaaneen aangawoota amanamtoota tahan shakkiin guutamuun aangoo irraa darbaa kaan ammoo beektota kanneen jedhu mana hidhaatti Ukkaamsaa jira. Hoogganaa Humna Ibsaa Itoophiyaa kan ture Obbo Abbabaa Alaamirroo mootummaan Wayyaanee akka garaatti dhimma bahuu waan dadhabdeefis maqaa malaammaltummaan aangoo irraa darbitee jirti. Hojjettootni biyyattii keessaa gaaffiiwwan mirgaa kanneen akka dabalinsa miindaa gaafatamaa jiruuf hooggantootni maallaqa saaman dabalatee kaasuun hin oolu sodaa jedhuun wayyaaneen hojjettoota biyyattii keessaa bakka murteessaa kanneen jiran amanamtoota wayyaanee kan hin taane aangoo irraa darbuu ykn ammoo maqaa shakkiin mana hidhaatti ukkaamsuuf saganteeffachuun isaas saaxilamee jira. Mootummaan wayyaanee shira kamuu hojjetus keessi isaa tasgabbii dhabinsaan guutamuun isaa ifa bahee jira.

SBO Mudde 22 Bara 2013

Aside

Raadiyoo Seife Nebelbaalii fi Simbirtuu,Muddee 19,2013

Aside

Tuttuqqaan Wayyaanee Uumata Itti Heddummaachuun Qabsoo Oromoo Cimsa Malee Hin Laaffisu Jedhu Qeerroon Qellaam Anfilloo

Aside

Gabaasa Qeerroo Anifilloo Muddee 18,2013

Sirna bittaa isaa kan gita hin qabne fedha isaa guutachuuf jecha saboota biyyattii jiran irratti humna fayadamee baroota 22 gargaaramee jiraachuun isaa ifa-gala kan tahe,yeroo hedduu irra deddeebiidhaan kan gabaafamu uummanni Oromoo ABOf deggersa jabaa fi hundee qabeessa qaba,Qeerroo ABOtiin hoogganama kan jedhuun Wayyaaneen TPLF yoomiyyuu jala deemtota isaan dhaamsa gahuun hordoffii cimaa jiraachuu isaa yeroodhaa yerootti kan dhaammata jiruudha. Kallattii garagaraatin of jalatti dhuunfachuu yaaluun uummatatti dhiyaachaa jira.

Gama tokkoon miidhaa gama tokkoon waadaa gargaarsaa uummata gowomsuu irratti kan argamu akka madda gabaasaa godina Qeellam Anfilloo irraa irra deddeebiidhaan nu gaha jiruutti kan isaf bitamanii hojjetaa jiranillee gocha isaa balaaleffachuu irratti argamaa jiru jedhu,akka ibsa gabaasichaatti sirna bittaa isaaf kan tolu namoota raayyaadhaan ijaaraa,ganda ganda irratti namoota gurmuu gurmuudhaan walitti hidhaa toohataa jira. Yeroo ammaa mormiin adeemsifama jiru yeroon yeroo itti uummanni aanichaa qabeenyaa bunaa qeetti galfatuudha. Qabeenya galfachuun dura mootummaa ofii gabbaruun dirqiidha kan jedhu maqaadhaaf uummata oromoof kan dhaabbanne ofiin jedhan jaleen mootummaa wayyaanee OPDO uummata irratti labsii kana labsaa akka jirtutu dhagayama,haatau malee uummata aanichaa irratti qabeenya keessan badus baduu baatus dursinee qajeelfamaa fi dirqama mootummaa keenyaa galmaan geenya kan jedhan uummata irratti dirqamaan guyyuudhaan walgayii jedhanii qabeenyaan uummataa gama biraan sarbamaa kanneen miliyoona hedduutti tilmaamu ciramee badaa qabeenyaa isaanii kan falmataniif ammoo hidhaa waggoota 5nii olii itti murteeffamaa osoo jiruu kanuma irratti ammoo uummataan qabeenyaa keessan galfachuun fedhaa fi dirqama mootummaa keenyaa erga raawwannee booda jedhuun labsii yoo labsanillee Muddee 02 irraa kaasee yoo jiraannee fi qabeenyaan keenya yoo sirnaan eegametu mootummaa gabbarra kan jedhan yeroo hedduu Aanaa Anfilloo irratti bakka buanii kanisaaf hojjetanillee gara uummataa tahuudhaan ajajamuu diduu irratti argamanii jiru,godina irraa gara federaalatti gabaasaa gochuun uummanni Aanaa Anfilloo mootummaa ajajamuu diduu fi caasaan qabnullee dirqama kenname galmaaan gahuu dhabuu irraan miseensummaa keessan nutti haa hafu yeroof jiraachuuf jennee jilbeenfachaa turre jedhanii yaada dhiyeessaa jiru, uummata nurratti kan ijaaraa jiru caasama keenya kan kanaan dura nuuf hojjetaa turaniidha jedhuun hanga federaala irraa gara sanatti ergamanii toohannoo fi hordofii akkasuma qorannoon gaggeeffamutti deemaa akka jiran gabaasaan Qeerroo magaalaa Dambi Doollo irraa addeessaa jira.

Dabalata barattoota mana barumsaa gadii irrattis kan xiyyeeffate akkuma manneen barnootaa sadarkaa olaanaa fi yuuniversiti irratti ajandaan miseensummaa dhaabaa guutuu fi guuchisuu irratti xiyyeefatanii jiran miseensa dhaaba keenyaa guutuun dirqama hanga kana hin guunnetti barataa keenyaa fi mana barumsaa mootummaa keessatti barachuuf mirga hin qabu jechuun dorsiisaa jiru,kan miseensa keenya hin taane ifatti miseensa dhaaba ABO ti jedhuun,miseensa ABO tahuun ammo hidhaa waggaa hedduu fi manneen barumsaa irraa ariyuun biyya keessatti mirga jiraachuu dhabuu fi mana barumsaa itti baratu dhabuu dandaa,qabeenyaan isaa illee mootummaaf taa jedhanii hanga kanaatti doorsisaa akka jiran Qeerroon gabaasa. Akka walootti uummanni aanichaa akkasuma caasaan mootummaa wayyaanee uummata oromoof naatoo qaban ,kan gocha mootummaa wayyanee mormaa jiran ilma namaa tuttuqaatu bade,nu tuttuquun keessan umurii keessan gabaabsaa jira,ilmaan oromoo rakkoon isa mudatu yoo baayate dua hin darbu eenyummaa keenyaa fi mirga qabnuuf yoo duunes boruu galata qabna kan jedhutti amananii ija jabinaan doorsisa jiruuf gurra hin ergisinaa jedhanii dhaamsa waliif dabarsaa fi gama diddaa jiru hundaattu wal akeekaa akka jiran maddi gabaasaa kanaa addeessa. Dhimma kanaaf Qeerroon aanaa kana irratti wal arguun ibsa baafatu gabaasaa waliin walitti deebina.

Aadaa Oromoo Naannoo Matakkal/Taamiruu Hayiluu Tufaa

Aside

SBO Mudde 18 Bara 2013

Aside

Madda Walaabu Media Foundation Launching Event

Aside

Children sang Ali Birraa's song "Oromia! Biyya Abbaa Kooti"

“Oromia! Biyya Abbaa Kooti”, Ali Birraa’s song by Washington DC children

The launching event of Saturday, December 14, 2013 was successfully concluded thanks to our determined supporters. That day was the most difficult day for travelling from one place to the other in the Metropolitan Washington DC area. It heavily snowed and rained the whole day. But it did not hinder many of those who wanted our success in our mission to give voice to the voiceless. Though physically unable to be present for the event many have sent us their support and best wishes by email and other means of communication.

We thank all from our hearts and vow to live to our promises and deliver what is expected from us. Still we are upstarts and need the moral and material support of our compatriot and friends. Our success will be the success of our nation and so remain confident that Oromo nationals will remain on our side at all times during fulfilling our mission. Your continued encouragements and support are indispensable for us.

Once again thank you for making our launching event a success under that difficult weather. We look forward for your participation as supporters and members to enhance our efforts. Visit our websitehttp://oromovoice.org for information on our activities.

Madda Walaabu Media Foundation
December 17, 2013

Letter to South African Government from Oromo residents in Ottawa

Aside

December 13, 2013

Oromo Resident of the city of Ottawa
Ottawa, ON

South Africa High Commission
15 Sussex Drive
Ottawa ON K1M 1M8

canadaWe, the Oromo residents of Ottawa, would like to express our deepest condolences on the passing away of Nelson Rolihlahal Mandela, a visionary leader and fellow Africa freedom fighter.

Madiba is not only a champion for human dignity and freedom, peace and reconciliation but also a global icon of unparalleled grace and compassion. He is remembered not only as a freedom fighter but also a beacon for perseverance, hope forgiveness.

We are grieving Madiba’s death; however, we are comforted by the fact he lived and departed as a hero and a great leader. Indeed, humanity is better off because of this universal message of love, peace, harmony, understanding, human rights and democracy.

As we grieve his death and celebrate his achievements, as Oromo we would like to note that there has been a unique connection between the Oromo of the Horn Africa and the people of South Africa in their unrelenting fight against discrimination, injustice and oppression. The Oromo people have always been supporters of the struggle of the people of South Africa against Apartheid. The Oromo have been and are still fighting against the injustices, discriminations and prejudices being perpetrated against them by the totalitarian Ethiopian Regime. Mandela’s struggle against discrimination and oppressed will inspire us to continue fighting for the rights of the Oromo People and other oppressed peoples around the world. Mandela was a prisoner of conscience, but he was a free man at last. Today, we wish freedom for the tens of thousands of Oromo Prisoners of conscience.

We would like to use this opportunity to note the role played by our Oromo hero GENERAL TADESSE BIRRU, in hosting and training Madiba while in Finfinne Oromia in 1962 as noted in Mandela’s “Long Walk for Freedom”. General Tads’ was one of the pioneers of Oromo struggle for freedom as was Madiba for South Africa. We are very glad Madiba was free man at last. General Tadesse was murdered by the Ethiopian government after languishing in prison under successive regimes; we are comforted and encouraged by Madiba’s success and have a great to learn from his experience and achievements.

As a sign of friendship between the Oromo of the Horn Africa and the people of south Africa and as expression of their mutual solidarity in the fight against injustice, we are presenting you the PHOTOGRAPH of our two pioneers, taken in 1962 in Finfinne Oromia prior to Madiba’s imprisonment.
As we mourn Madiba’s death and celebrate his achievements, our prayers go to the family of Nelson Mandela and to the people of South Africa. We wish peace and prosperity for the people of South Africa.

Freedom to the Oromo People

Tokkummaa….Tokkummaa…Yaa Ilmaan Oromoo Tokkummaa

Aside

http://www.Gadaa.com

“Holy War ” The bloodthirsty tyrant in human history, Menelik II of Ethiopia !

Aside