Waraqaan waamichaa hedduumminaan bittinnaa’uun Uummata Oromoo dhaqqabe gaaffii mirgaa gamtaan jalqabsiise

Aside

Gabaasa Qeerroo Finfinnee Gurraandhala 14,2014

Uummatni Oromoo guyyaa tokko illee mootummaa wayyaaneefis tahe sirna garboomfataa darbeef jilbeeffatee bulee hin beeku. Mootummoota abbaa irree of irraa darbuuf qabsoo hadhooftuu gaggeessaa as gahe. Ammas kun daran jabaachaa kan dhufe dhaadannoowwan sirna mootummaa wayyaanee morman magaala Finfinnee keessattii fi naannawa Finfinnee Buraayyuu, Sulultaa fi Sabbataa keessatti haalaan bittinnaauun Uummata Oromoof waamicha mootummaa wayyaaneef ammo dhiphina guddaa tahee jira. Mootummaan wayyaanee haala kana dura dhaabbachuuf Poolisoota hedduumminaan bobbaasus Uummatni gamtaan waajjira bulchinsaa deemuun gaaffii mirgaa gaafachuu irratti argama. Waraqaan waamichaa kun Uummata dhaqqabes Uummatni dirqama isaa akka bahuuf tahuu qeerroon jabeessee hubachiisa.

SBO Gurraandhala 12 Bara 2014

Aside

Oromo Voice Radio, February 10, 2014

Aside

Jawar Mohammed and Abdi Fite on Sagalee Oromiyaa

Aside

Hawwisoon Qeerramsoo Dirree Maal Jedhanii Turanii??

Aside

Ibraahim Muhammad (Ibro): Menelik II “Iyyadhu Yaa Dachii”

Aside

Aside

Oromia

Raadiyoo Sagalee Oromoo,Gurraandhala 8,2014

Aside

SBO Gurraandhala 09 Bara 2014 – Yaadannoo Dhumaatii Oromoo Nairobi Kenyaatti geggeeffame kutaa xumuraa, odeeffannoolee biroo fi oduu qabnu caqasaa

Aside

Hayyaa lolaa Yaa lola eeboo… Wallee Haarawaa Artist Jaafar Yusuuf/ Finfinnee Oromiya

Aside