SAGALEE QEERROO Caamsaa 22, 2018

Aside

SBO: Caamsaa 23 bara 2018. Oduu, Ibsa ABO, Gabaasa Gumaacha maallaqaa WBOf Taasifame Ilaallatuu fi Bobbaa Dr. Abiyyi Ahmad gara Dambi-doolloo irratti Marii Gabaabaa Jiraataa naannichaa waliin taasifame.

Aside

Ololli GarbummaaF Furmaata Hin Tahu!

Aside

Damee Boruutin, Caamsaa 21, 2018

Ololli GarbummaaF Furmaata Hin Tahu

Impaayeera Itoopiyaa keessatti jijjirama Mootota Habashaa keessaa Haayile Selaassie Amma Dr. Abiyi arguuf umurii dheeraa warri argate eeba Waaqayyoo qabu. Waan dhugaan seenaan raga bahu Mootoni Habashaa hundi afuura sobaan kan guutaman, dhugaa wajjin kan garaa fi dugda tahan  uummata isaanii sobuu fi afaanfajeen bara baraan warra hawwii qaban  akka tahe ifa jira. Waan uummatni irratti baraa fi dammaqaa deemuuf tooftaa fi malaamaltummaan tokkoof hojjeete isaa haaraaf akka hin hjjenne bareechanii beeku. Haayile Selaasseen Waaqatu na muudee jedhe. Dargiin kaayyoo sooshalizimii fi komoniziin afarsaadhaan uummata gura  duuche. TPLF kaayyoo dimookraasii haaratu nagaa fi badhaadhina fida jettee ilmaan biyyaa kumaatan hiitee, kumaatamaan ajjeeftee, kumaatamaan naaf gootee biyya guutuu saamuun nama utuu hin taane biyyumti Itoopiyaa jedhamtu akka hiyoomtu goote. Continue reading

Godina Wallaggaa Bahaa Aanaa Waamaa Hagaloo magaalaa Qassootti duula haaromsaa maqaa jedhuun ergamtooti OPDO geggeessuufi uummata magaalichaa afaan faajjessuuf jedhan falalaawe

Aside

Qeerroon Qassoo akka gabaase tti maqaa amma Oromoon aanga’eera jedhuun uummata sossobbaaf yeroo ba’anitti uummati ammallee qabsoon keenya karaarraa jira kan ilmaan Oromoo ajjeesaa ba’ee fi itti jiru akkasumas kan maqaa Warshaa waamaa kusaayee jedhuun uummata keenya saamaa jiruufi ittis jiru utuu seeratti hin dhiyaatin waanti isin wajjin haasofnu hin jiru jechuun uummati magaalichaa wal tajjicha diduufi aangawooti aanichaa kanneen farra uummataa ta’an waltajjii qopheessanirratti salphachuu odeessi Qeerroo Qassoo Gabaaseera Continue reading

SBO: Caamsaa 20 2018. Oduu fi Qophiilee Haala Yeroo Irratti Fuuleffatan

Aside

በኢትዮጵያ ወቅታዊ ጉዳይ በተመለከተ ከሕዝቦች ለነፃነትና ለፍትህ አባል ድርጅቶች ጋር የተደረገ ውይይት

Aside

ONN:Oduu Idilee Olmaa Oromiyaa Kan Torbaan kanaa.Caamsaa 20/2018

Aside

Iyyamuufii Qaba!!

Aside

Iyyamuufii Qaba!!

Ilmaan Oromoo kun ammayyuu Qilinxoo jiru. Iyyamuufii qaba. Kana qofaa miti hedduu kan maqaan hin waamamne lakkoofsaan kumaan lakkaawaman ni jiru.

Kan isaan mana hidhaa ilma namaaf hin malle kana keessatti warri hafan kuniinis maqaa ABOn  Waraanaa fi Dabballummaatti shakkamaniiti. Jaallan amma illee hidhaa diinaa keessa jiran kuniin gootota qaqaalii dha, dandeettii gama hundaan kanneen qaroo fi ijoo ta’ani.

Jarreen sabboontoti kun hedduun isaanii maatiin lubbuun jiraachuu isaanii fi eessa akka isaan jiran quba hin qaban.Haalli isaanii kan garaa nama nyaatuu fi gaddisiisanidha. Huccuu if irraa jijjiirratan hin qaban.  Continue reading

SBO: Caamsaa 20 bara 2018. Oduu fi Qophiilee Haala Yeroo Irratti Fuuleffatan.

Aside

SQ-SAGALEE QEERROO : CAAMSAA 18,2018

Aside