Wallagga Horoo Guduruu Malgaalaa Amuruu Keessatti Diddaan Barattoota Oromoo Jabaatee Itti Fufe. Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Barattooti Oromoo Yuniverstii Adaamaa Sayinsii fi Teknolojii Mormii Sirna Wayyaanee Bahuun Dhadatnoo Dhageessisaa Jiru. Aside Mudde,8,2015 Adaamaa Gootonni barattooti Oromoo Yuuniversitii Saayinsii fi Teknologii Adaamaa Mudde 7 irraa eegalee hanga har’a Muddee 8,2015 diddaa maaster plaanii Finfinnee fi gaaffii mirgaa abbaa biyyummaa Oromoo dhageessisaa jiru. Walleelee warraaqsaa fi dhadatnoo gara garaa dhageessisaa gaaffii mirgaa karaa nagaa gaafachaa yeroo jiranitti Wayyaanee EPRDF humna waraanaa guddaa naanncihatti geessee barattoota doorsisaa jiraachuu Qeerroon gabaase. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Goototni Barattooti Oromoo Wallagga Najjoo Dabtaraa fi Kitaaba Mataa Irratti Baattachuun Sagalee Calleensaan Gaddaa fi Diddaa Qaban Muldhisuun FDG Gaggeessan. Aside Mudde 8,2015 10102007101873553 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Har’a Mudde 8,2015 Barattooti Oromoo Godina Kibba Lixa Shaggar Aanaa Ammayyaa Diddaa Sirna Wayyaanee Jabeessuun Magaala Naannawuun Qabsoo Faarsaa Jiru. Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Shaggar Dhihaa Mugar Keessatti FDG Goototi Barattooti Oromoo Gaggeessaa Jiran. Aside 1037528209632042 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Wallee Haaraa “Nuti Qeerroon Leenca Goota” Wallisaa Sabboonaa Bashannanaa Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Oromo Voice Radio (OVR) Broadcast- 07 December 2015 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Gootonni Barattooti Oromoo Yuniverstii Rift Valley Kaampaasiin Shaashammannee Diddaa Sirna Wayyaanee Gaggeessaa Jiru. Aside Mudde 8,2015 Gootonni barattooti Oromoo Yuuniversitii Reft Vally warraaqsa Bilisummaa qabsiisaniin sirna gabroomfataa mootummaa Wayyaanee balaaleffataa jiru,gaaffii mirga abbaa biyyummaa fi mormii maaster plaanii Finfinnee jabeessanii kan itti fufan yeroo ta’u barattoota hidhamani akka gadhifamanii fi kanneen rasaasaan rukutamanis warri loltoota Wayyaanee kana taasisan seeraan akka gaafataman gaaffii kaasan keessa jira.Kana malees walleelee warraaqsaan diddaa isaanii dhageessifataa jiru. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Mudde 8,2015 Guyyaa Har’aa FDG Itti Fufuun Magaalaa Waliisoo,Ada’aa Bargaa,Ejeree fi Geedoo Keessatti Jabaatee Itti Fuee Jira. Aside Mudde 8,2015 Guyyaa Har’aa FDG Itti Fufuun Magaalaa Waliisoo,Ada’aa Bargaa,Ejeree,Geedoo fi Shashammannee Keessatti Jabaatee Itti Fuee Jira. Addatti Walisoo dirree waraanaa fakkaattee jirti. Manneen tajaajila kennan kan akka Hoteelaa,Suuqii fi dhiimmi daldalaa hundi dhaabatee waraani tikaa waayyaanee qawwee waaqatti olqabanii dhkaassaa jiru. Kan namatti tolu ummaann magaalichaa bartoota cinaa graa jira. Loltooti Wayyaanee dhukaasa bananiin meeshaa gurguddaa yeroo shanii ol dhukaasanii jiraachuu Qeeroon gabaasa. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Mudde 8,FDG Itti Fufeen Waraanni Wayyaanee EPRDF Godina Horroo Guduruu Aanaa Abbayyi Comman Sulul Finca’aa Keessatti Hojjetaa Warshaa Sukkaaraa 1 Yeroo Ajjeessan Barattoota 4 Ammoo Haalaan Madeessan. Aside Muddee 08/2015 Godina Horroo Guduruu Aanaa Abbaayi Cooman Suluula Fincaa’aa Magaalaa warshaan Sukkaara Finca’aa Keessatti Argamu Keessatti Warraaqsii FDG Gootota Uummata oromoo fi Gootota Barattoota Oromoo M/B Suluula Finca’aa tti Jabaatee itti fufe, Waraanni Wayyaanee Uummata irratti waraana bane ilmaan Oromoo 4 rasaasaan rukutaman. Namni tokko ajjeefame. Mootummaan abbaa irree Yakka ulfaataa fi garaa jabinaan guutameen uummata mirga isaaf falmachaa jiruu irratti waraana banuun ilmaan Oromoo madeessaa fi Ajjeesuu itti fufe. banuun Ilmaan Oromoo barattoota 4 rasaasaan rukutamuun yeroo amma du’aafi jireenya gidduutti argamu’. 1. Eebisaa nama jedhamuu fi Hojjetaa Warshaa Sukkaara Finca’aa kan ta’ee Mooraa Mana Galmaa isaa keessa utuu dhaabatu waraanni wayyaanee dhukaasee ajjeesee, yeroo amma kana wareegamee jira.Namootni 4 ol immoo Madaeeffamuu kaleessa gabasne kanneen : 1. Barataa Wakjiraa Giddisaa Mitikuu 2. Barataa Masarat Xilahuun Oljirraa 3. Barataa Alamuu Likkisaa Kabbabaa 4. Barataa Zarihuun Raggaasaa Teessoo kanneen jedhaman dabalatee Amma illee namootni kan biraan kan ajjeefaman maqaan adda kan hin bane jiraachuu madden gabaasa jiru. Warri rasaasan rukutaman 4’n kun yeroo amma gara hospitaalatti fe’amuu madden keenya gabaasan. Uummatni mootummaa ilmaan keenya fixaa jiru waliin hin jiraannu jechuun amma illee warraaqsaa itti fufee jira, galgala kanaa Waraanni Wayyaanee ittuma fufuun uummata irratti dhukaasaa banaa kan jiru yoo ta’uu ilmaan Oromoo hidduun hidhaatti guuramuu maddi keenya gabaase. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...