Mudde 8,2015 Guyyaa Har’aa FDG Itti Fufuun Magaalaa Waliisoo,Ada’aa Bargaa,Ejeree fi Geedoo Keessatti Jabaatee Itti Fuee Jira.

Mudde 8,2015 Guyyaa Har’aa FDG Itti Fufuun Magaalaa Waliisoo,Ada’aa Bargaa,Ejeree,Geedoo fi Shashammannee Keessatti Jabaatee Itti Fuee Jira.

Addatti  Walisoo dirree waraanaa fakkaattee jirti. Manneen tajaajila kennan kan akka Hoteelaa,Suuqii fi dhiimmi daldalaa hundi dhaabatee waraani tikaa waayyaanee qawwee waaqatti olqabanii dhkaassaa jiru. Kan namatti tolu ummaann magaalichaa bartoota cinaa graa jira. Loltooti Wayyaanee dhukaasa bananiin meeshaa gurguddaa yeroo shanii ol dhukaasanii jiraachuu Qeeroon gabaasa.

 

1 thought on “Mudde 8,2015 Guyyaa Har’aa FDG Itti Fufuun Magaalaa Waliisoo,Ada’aa Bargaa,Ejeree fi Geedoo Keessatti Jabaatee Itti Fuee Jira.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa FDG Oromiyaa | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s