SBO: Adoolessa 15 bara 2018. Oduu, Ijoo Dubbii ABO Haala Yeroo Ammaa Irratti Fuuleffate, Ajjeechaa Obboo Geetaachoo Addisuu Irratti Raawwatame Ilaalchisee Ibsa ABO irraa Kennamee fi Gaaffii fi Deebii Bu’ureessitoota ABO Waliin Taasifame Kutaa -3ffaa.

Aside

Aside

SQ-SAGALEE QEERROO:ADOOLESSA 12 2018

Aside

SBO: Adoolessa 13, 2018. Oduu, Marii Jalqabame Milkeessuuf Labsa dhukaasa Dhaabuu ABO, Ibsa ABO Ajjeechaa Obbo G eetachoo Addisuu Irratti Raawwatame Ilaallatuu fi Marii Bu’uressitoota ABO Waliin tasifame kutaa 3ffaa.

Aside

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Adoolessa 10,2018

Aside

Hararge Baabbiille Boorana fi Dambi Doolloo akkasumas bakkoota hedduutti yeroo ammaa Oromoo ajjeefamaa jiru akka dhaabbatu jechuun Qeerroon Bilisummaa Oromoo magaalaa Shaambuu FXG itti fufee jira!

Aside

Continue reading

Godina Harargee fi Bakkoota adda addaa keessatti dhumaatiin ummata Oromoo itti fufee jira.

Aside

Image may contain: 1 personHararge Lixaa aanaa Mi’eessootti Liyyuu Hyilii Sumaaleen uummataarraan miidhaa geessiste. Haaluma kanaan ilmaan Oromoo lama madaa’aanii Hospitaala Cirootti yaalamaa jiru

BBC- Dr. Abiy Ahimad: Hayyu duree ABO Obbo Daawud Ibsaa waliin mari’tan

Aside

Hayyuu duree Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Obbo Daawud Ibsaa

Hayyu dureen ABO obbo Daawud Ibsaa jila isaanii qabachuun ministira muummee Dr. Abiy Ahimad waliin Eertiraatti mari’ataniiru.

Gareen lamaan wal arguun dhimmota gurguddoo irratti mari’achuun wal hubannoo gaariirra gahameera jechuun dubbii himaan ABO Obbo Toleeraa Adabaa BBC’tti himan.

Fuula duratti haala akkamiin waliin hojjechuun danda’ama kan jedhu irratti mari’atameera.

Gareen lameen jilasaanii qopheessuun biyya biraatti waliin mari’achuuf walii galaniiru.

Yoomii fi eessatti marichi gaggeefama kan jedhuuf, obbo Toleeraan yeroo gabaabaa keessatti raawwachuuf bellamni qabameera jechuun alatti waan dabalataa hin himne.

Continue reading

HD ABO fi MM Dr,Abiyi Ahimad Magaalaa Asmaraa Keessatti Wal Arganii Marii Araaraa Taasisan.

Aside

Adoolessa 09, 2018- Oduu Simbirtuu/Breaking News

Hayyuu Dureen ABO Jaal Daawud Ibsaa fi Hoogganootni ol’aanoon Dhaabichaa kanneen biroo guyyaa har’aa (Adoolessa 09, 2018) biyya Ertiraa magaalaa Asmaraatti Muummicha Ministeeraa Itoophiyaa Dr. Abiy Ahmed walii

n wal arguun marii araaraa kan marraa duraa tasisanii jiru.

Jilli karaa lachuu magaalaa Asmaraa irratti wal arge   ABO fi Mootummaa Itoophiyaa gidduutti haasaan/negotiation jalqabamuu bifa itti danda’u irratti kan wal dubbatame dha. Mariin araaraa kunis yeroo gabaabaa keessatti mariin akka xumuramu dubbatanii jiru.

Akkanaanis Jilli qaamotni lamaan bakka buufatan yeroo gabaabaa booda wal arganii haasaan/negotiation jalqabamuu akka malu oduun Waajjira Hayyu-Duree ABO irraa bahe mirkaneessee jira.

Continue reading

Madaan Anoolee fi Calanqoo Qooruu Diddee?

Aside