Ummati Oromoo Gujii Tokkummaan Ka’uun Barattoota Oromoo 8 Hidhaa Wayyaanee Jala Jiran Baafatan.

Aside

 (4.02.2016, ‪#‎Gujii‬, Oromiyaa) Ummati Oromoo Gujii gootummaa isaaniitiin barattoota saddeet mana hidhaatii baafatan. Ummati gamtaan bahuun pooilisoota aryatee baratoota 8 hidhaa keessaa baasee fudhatee galeera. Diddaa fi mormii seena qabeessa kanaan humna wayyaanee raasaa jiran.

Humni dabalataa Hawaasaa irraa gara sanatti ergamaa jira. Ummati karaa cufee akka of eegagtu dhaamsi darbee jira.

Akkasumas humni warraanaa biraa kaampii 147 naannoo magaalaa Meeggaa Dubluq jirurraa gara Bulee Horaa kaatee jirti waan ta’eef uummati akak of eeggatu dhaamsi darbee jira,

Kana malees, yerooammaa naannoon Daawwaa, Ejersaa Gooroo, Bulchiinsi magaalaa Haya Diimaa fi gandi Booree Obbitti humnaa waraanaatiin dhunfatamtee jirti.

Guraandhala 4,2016 Godinaalee Oromiyyaa Adda Addaa Keessatti FXG Itti Fufee Oole.

Aside

Gurandala 4,2016 FXG godina Booraana fi Gujii keessatti Har’a Guraandhala 4/2016 mormii Albuuda qabeenyaa oromiyaa saamamaa jiruu fi FXG oromiyaa keessatti
dhaabbatummaan itti fufee jiru sirna wal harkaa fuudhinsa Fincilaatiin Qeerroon godinaalee lamaan kanatti jabaassuun yeroo ammaa adda duree
tahee argamaa jira.
Addatti fXG Bulee Horaatti gaggaaffaa ooleen uummanni magaalicha guutummaatti baadiyaa keessaa fottoqee bahee jira. kumaatama
guddaadhaan kan lakkaawamu daandii bakka 8 olitti cufuudhaan FXG finiinsaa oolera. Kun gabaasa godina Booranaa irraa nu qaqqabe yoommu
tahu oromiyaa gara lixaa
– Shawaa lixaa
– Wallagga bahaa fi
– Shawaa kibba lixaatti kan wal irraa hin cinneen har’as yeroo dhumaaf FXG itti fufeera.
Shawaa lixaa Gindabarat, akkuma duraatti itti fufuun shawaan kibba lixaa Wallisoon akkuma duraan maanguddodhaan of bulchaa jiranitti
qabsoon keenya hanga oromiyaan bilisoomtutti kan jedhamun FXG kana fiixaan baasuuf haaressanii itti fufaniiru.
– Oromoon ka’ee Bilisummaa isaaa haa mirkaneessu
– Lafti saamame galuuf ka’eera ka’ii fiixaan baafadhu
– Qeerroon Bilisummaa ka’I uummatakee kaasi
– Wayyaaneen biyyaaf hin dhaabbanne lammisheef lafa oromoo saamtee kennaa jirti yeroon ka’ii dura dhaabbadhu
– WBOtu nutty urgaa’e
– Abbaan keenya ABOn yoom nuuuf galaa? Yoom nuuf dhufaa? Jechuun dhaadannowwan kunneen magaala Wallisoo fi Jalduu keessatti
har’a dargaggootaan dhageessifamaa ooleera. FXG isa xumura gabrummaatiin bifa jijjiiirratee itti fufeera.

Beeksisa Tumsa Qeerroo Bilisummaa

Aside

12648186_1269060986453715_1199128968_n

U.S. Senators request Sec. Kerry for full review of the situation in Ethiopia to protect innocent Oromo civilians

Aside

US_Senators2016US_Senators2016_2

n a letter written to the U.S. Secretary of State John Kerry [equivalent to the Minister of Foreign Affairs], U.S. Senators Amy Klobuchar and Al Franken (both from the State of Minnesota) requested Sec. Kerry for a full review of the situation in Ethiopia in order for the U.S. Congress to take “immediate actions” to protect innocent Oromo civilians in Ethiopia. The full 2-page letter is attached below.

http://www.Gadaa.com

“World Report 2016: Itoophiyaa”

Aside

“World Report 2016: Itoophiyaa”

Human Rights WatchMotumaan Itoopian humna dhiibaa fudhechuu itti fuufeera. Bara 2015 keessatti qofa miseensota dhaabbilee siyaasaa, gaazexessitoota, fi hiriirtota nagaa baay’inni isaanii gidiraa adda addaa, hidhaa akka malee, akkasumas hiraarfama ilaalcha siyaasa irraa ka’ee gaggeeffamaa tureef saaxilamuun isaanii itti fufeera.

Sababa qaamota sagalee addaa qaban irratti karaan cufameef Gamtaan dhaabota siyaasaa aangoo irra jiru, Addi Dimokraatawaa Warraaqsa Ummata Itoopiyaa (ADWUI), baatii Caamsaa keessa filannoo gaggeeffameen teessuma paarlaamaa 547 hunda moo’eera. Dhufaatii Prezedantiin biyya Amerikaa Baaraak Obaamaa dura hidhamtoota siyaasaa beekamoo muraasa gadhiisuu tiin alatti mirga bu’uraa dhala namaa, seerota, imaammata caasaawwan bilisaa ummataa fi midiyaa cunqursan fi akka hin malletti sochii dhorkuuf tolfaman ilaalchisee biyatii keesatti fooya’insi ta’e homa hinjiru.

Filannoo fi Waltajjii Siyaasaa

Filannoon sadarkaa Federaalaa Caamsaa sun akka waliigalaa tti doorsisa/sodaachisuun kan guutame, Boordiin Filannoo Biyyoolessaa bilisummaa haala hin qabne keessatti gaggeeffame. Gama tokkoon dhaabotni mormitootaa humni tikaa fi dabballeewwan dhaaba siyaasaa aangoo qabatee jiru akka miseensota isaanii dararan fi hidhan yoo gabaasan gama biraatiin ammoo sirni dorgomtoota galmeessisuu mormitoota irratti akka malee ulfaataa akka ta’u godhamee ture.

Guutummaa Isaa Dubbisuuf As Tuqaa:- https://www.hrw.org/om/world-report/2016/country-chapters/285336

Gurraandhala 3,2016 Goototi Dargaggoonni Oromoo Baha Harargee Baadiyyaa Baddannoo Keessatti FXG Itti Fufan

Aside

Aside

Gurraandhala 3,2016 Ajajaan Humna Agaazii Dassalenyi Fiqaaduu Jedhamu humna hin beekamneen yeroo ajjeefamu,konkolaataan isaas 3l jedhamu naannoo Gaara Korbuutti akka barbaadoofte gabaafame.

Baha Wallaggaa Aanaa Nuunnuu Qumbaa Keessatti FXG Ademsifamaa jiru daran hammaachaa dhufuun  Oromoonni hedduu waraana Wayyaanee Agaaziin yeroo ajjeefamanitti humna Wayyaanee irras miidhami gahaa jira.

Guraandhala,3,2016 FXG Halkan edaa jalqabameen wal qabatee sodaaf raafama guddaa keessa mootumma gabronfataa kan galcheera yoo ta’u.ummatis sochii warraqsaa banbansisaa jirun daran jabaatee gaaffii mirga abbaa biyyummaa gaafataa jira.

Haaluma kanaan eda halkan naannoo tabba Korbuutti Konkolaataa 3L qabeenyaan kan diinaa taate tokko humna addaan guutummaan guututti
gubatte (barbadofte) Akkasuma humni Wayyaane ajajaa Agaazii Dassalenyi Fiqaaduu nama jedhamu humna hin beekamneen ajjeefamuun gabaafame. Fincilli kun achumatti kan argamtu magaalaa Adareef Waamaa Hagaloo magaalaa Qasso kan itti fufee jiru yoo ta’u Agaazii hedduminaan achitti fe’amaa jirachuu beekamee jira.

FXG Aanaa Jiddaa Magaalaa Sirxii Keessatti Haala Jabaan Deemaa Jira

Aside

” Gajallaa fi Gararraan Afuufi Haa Diimatu” Hawwisoo Qeerroo

Aside

Ethiopia: Life-Threatening Situations in Kalitti Jail

Aside

HRLHOromo Voices from Ethiopia Prisons

HRLHA Urgent Action

February 1, 2016 The Human Rights League of the Horn of Africa (HRLHA) would like to express its deep concerns regarding the safety of Oromo prisoners in the Kalitti Jail in Addis Ababa/Finfinne in Ethiopia. According to information leaked out from the Jail and obtained by the HRLHA, Oromo prisoners are discriminatory subjected to torture in a very harsh jail condition in underground dark rooms. In an inhuman and extrajudicial action taken against some Oromo prisons on the 29th of January, 2016, a lot of Oromo inmates were subjected to tortures that last for over ten hours and left those victims in life-threatening situations. The attack on Oromo prisoners by the prison guards and administrators was executed in two rounds on the same nights in two different compounds of the Jail. According to the leaked documents, it first started in the compound known as “Number Two”. In an after-hour operation, a handful of Oromo inmates was taken out of their prison cells on this Number Two compounds. They were beaten up and tortured for hours and eventually taken to the compound called “Tanker”. They were all naked, their bodies covered with blood, cuts and woulds, and broken limbs.Oromo Prisnors