Blog Archives
Aside
Aside
Aside
SAGALEE QEERROO Caamsaa 9,2020
Aside
Must Watch QAANQEE Shows/ BY Habtamu Lamuu
(GINGILCHAA)
#Subscribe #Sagalee #Qeerroo
Aside
Aside
Kaayyoo Wareegamtoota Keenyaa Galmaan Ni Geenya!
Ebla 15 (Guyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo) Kan 2020 Ilaalchisee (Ibsa ABO – Ebla 11, 2020)
Ebla 11,2020] Ebli 15 Guyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo ti. Guyyaan kun Gootota qabsaawota keenya kanneen Bilisummaa Saba keenyaa mirkaneessuudhaaf dabarsanii of kennan/wareegaman kan itti yaadannee oolluu dha. Akeekni kabajaa fi yaadannoo guyyaa kanaa, injifannoo fi mirgoota wareegama isaaniitiin gonfanne tikfachuu fi Kaayyoo isaan (Goototni Wareegamtootni keenya) wareegamaniif itti fufnee guutummaatti galmaan gahuudhaaf Waadaa/Irbuu qabsoo haaromsachuu dha. Continue reading
Aside
Ibsa ABO fi KFO
ABO fi KFO: Paartileen Oromoo lama murtee Boordii Filannoo qeeqan, mootummaa akeekkachiisan
April 3, 2020
Bilisummaa Oromoo fi Koongirasiin Federaaliistii Oromoo dhimma weerara koronaavaayirasii fi dheereffamuu filannoo irratti ibsa waloo baasaniin Boordii Filannoo Biyyaalessaa qeeqan.
Boordichi sababa weerara koronaavaayirasiitiin gabatee yeroo filannoo qophaa’ee ture haquufi qophii filannoof taasisaa jiru adda kutuu beeksisee ture.
Dhiibbaa weerarri koronaavayirasii adeemsa filannoo irratti uumu ilaalchisee boordiin filannoo paartilee waliin mari’achuu kan eeru ibsi paartilee lamaanii, murtee kanarra gahuuf akki itti adeemame garuu sirrii miti jedhe.
Boordichi dhimmi kanarratti murtee kennuuf marsaa lammataaf paartilee siyaasaa waliin mari’achuuf beellama qabatee ture.
Haa ta’u malee marii marsaa lammataa hin goone, karaa keessaas murtee kana paartilee siyaasaa hin beeksifne jedha ibsi barreeffamaan paartileen lamaan gama marsaa hawaasaan baasan. Continue reading
Aside
Abidda biyya gubu uumuuf ichima ichimaa jiru mootummaan daddaffiin keessa deebi’ee ilaaluu qaba!
Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo (Qote Bulaa, Horsiise Bulaa Oromoo ilaalchisee)
Eebla 4,2020
Finfinnee Oromiyaa
Uummati keenya waggoota dheeraaf sanyii orgaaniika ta’ee fi wantoota itti fayyadamu mara keemikaala kan of keessaa hinqabne fayyadamaa ture. Haalli jireenya saba keenyaa osoo keemikaalli garaagaraa biyyattii keessa hintatamsa’in maal akka fakkaatuuf, qilleensi akkam akka bareedu warri beeku beeka. Nageenya isaas tiksachuu fi yoo akkaan itti hammaate malee takkaa rakkoo beelaa osoo hinimatin hawwaasi jiraataa ture, hawwaasi Oromoo madda galii isaa Qonna irraa soorrata isaa of danda’ee midhaan gabaaf dhiyeessuun beekama.
Adeemsi wantoota keemikaala of keessaa qabanitti fayyadamuu qorannaa gahaa fi, barnoota hubannaa gahaa irraa kan maddu ta’uu osoo beekamuu qorannaan lafaaf keemikaalota lafatti biifaman gidduutti osoo haalaan hintaasifamin qorichoonni Aramaa jedhamanii fi Qorichoonni Marga goksan Qote bultootaaf callifamee raabsamuudhaan albuudota lafaa miidhuun itti yaadamee waan lafa uummata Oromoo goksuf taasifamedha jechuun fudhata Qeerroo Bilisummaa Oromoo. Continue reading
Aside
ቀን ፡ – 12/07/2012 ዓ. ም
Ref No. /ቁጥር ፡ – 59/03/20
ለክቡር ዶ/ር አብይ አህመድ፡
የኢ.ፈ.ዲ.ሪ. ጠቅላይ ሚኒስቴር እና የጦር ሀይሎች ጠቅላይ አዛዥ፡
አዲስ አበባ፡
ጉዳዩ፦ በዋናነት በምዕራብ እና ደቡብ ኦሮሚያ አከባቢዎቸ ስላለው የሰብዓዊ መብቶች
አያያዝን ይመለከታል።
ክቡር ጠ/ሚኒስትር፤
በመጀመሪያ በሃላፍነት በሚመራው የአፍሪካ ቀንድ የሰብዓዊ መብቶች ሊግ (The Human Rights
League of the Horn of Africa- HRLHA) ድርጅት ሥም የከበረ ሠላምምታዬ ይድረስዎ።
ይህንን ዴብዳቤ ልፅፍልዎ የወደድኩት በአሁኑ ጊዜ በኢትዮጵያ ውስጥ በአጠቃላይ በተለይ ደግሞ
በምዕራብ እና በደቡብ ኦሮሚያ ዞኖች ውስጥ ስለሚታየዉ የሰቢአዊ መብቶች አያያዝ አሳሳብነት
መሰረት በማድረግ ነው።
ክቡር ጠ/ሚኒስትር፤
ክቡርነትዎ እንደምገነዘቡት፤ የኢትዮጵያ ህዝቦች እና ብሔር ብሐረሰቦች ለአመታት ባደረጉት እልህ
አስጨራሽ ትግሎች በሀገሪቱ ወስጥ ለዘመናት ተንሰራፍቶ የቆየዉን ኢ-ሰብዓዊነት እና ኢዲሞክራሳዊ የሰፈነበትን ሥርዓቶችን በማስወገድ ለዉጦቸን አስመዝግበዋል፡፡
ባለፉት ሦስት አሥርት ዓመታት ኢትዮጵያን ስመራ የነበረው የኢህአዲግ መንግሥት ከፍተኛ
የሰብዓዊ መብቶች ጥሰት እና በደል ስፈፅም የነበረዉን ከባድ መስዋዕት ከፍሎ ማስወገዱ ከማንም
የተደበቀ አይደለም። የኢህአዲግ የግፍ አገዛዝ ያንገሸገሸው የኢትዮጵያ ህዝብ ከጫፍ እስከ ጫፍ
መብቱ እና ሉዓላዊነቱ እንድከበርለት ከፍተኛ ተጋድሎ አድርጓል። በተለይ ከ2006 ዓ.ም ወዲህ
የአፍሪካ ቀንድ የሰብዓዊ መብቶች ሊግ Continue reading
