OMN: Qophii Keessummaa Atleet Fayyisaa Leellisaa Eenyu?

Aside

“Onnee Gootowwan Oromoo” Artist Gaaddisaa Baqqalaa/ Wallee Warraaqsaa Haaraa Fulbaana 2016

Aside

Ogeeyyiin Fayyaa Ilmaan Oromoo Qabsoo Oromoo utubuuf kan ammaa caalaatti hojii aantummaa hojjechuu akka qaban, Dooktoroonni fi Ogeeyyiin Fayyaa Miseensa Qeerroo ta’an waamicha dhiyeessan!

Aside

Fulbaana 19,2016

Ogeeyyiin fayyaa kun Hospitaalota irraa walitti dhufanii yaada gurmuu qeerroo isaaniif kennaniin, bara 2014 keessa utuu ogeeyyiin ilmaan Oromoo irraa dhalatan hedduu ta’anii jiranii FDG yeroo sana Oromiyaa keessatti ta’een Qeerroon Oromoo diinaan rukutame,yaalii tokko malee guyyoota sadii booda du’uun isaa kan nama gaddisiisu qofa utuu hin taane,hanqinaa gama keenyaan jirudha jedhan!

 Yeroo ammaa kanas,murni alagaa ilmaan Oromoo abiddaan gubee gara hospitaala Abeet dame Hospitaala  Phaawuloos erga fidee booda,hojjettoonni Hospitaalichaa fi Hospitaalota maraa dhimma hojii tiif gara Hospitaalichaa akka hin seenne taasisuun, kanneen gamoo Hospitaala Abeet irra keessa dhaabbatan kutaa reeffaa kan jala jiru keessatti reeffa namoota abiddaan gubamanii suura kaasuuf yaaltan maqaa jedhuun hojjettoonni hojiirraa arii’aman! Yeroo ammaa kana hojjettoonni kutaa reeffaa keessaa mana callabbeessaa keessatti reeffa ilmaan Oromoo abiddaan gubamanii eegaa jiran dararaa fi sodaachisa tika mootummaa Itoophiyaarraa halkaniif guyyaa boqonnaa dhabuurraan kan ka’e mana isaanii akka gadhiisanii fi kanneen mana qaban immoo mana galanii maatii isaanii wajjin bulaa akka hin jirre dubbataniiru! Continue reading

Godina Wallaggaa Aanaa Guutoo Giddaa Magaalaa Ukkee Keessatti Dararaan Wayyaaneen Uummata Irratti Babal’ate

Aside

September 27,2016
Gochi Wayyaaneen uummata Oromoo irratti raawwachaa jirtu daran daran haadhaa daangaa hin qabne keessa seenee jira. hidhaan adabuun hanqatee qeensa dargaggootaa hanga bubuqqisuuf gara laafina dhabuufiitiin geggeeffamaa jira,darggaggoo Kanneen armaa gadii Magaalaa Ukkee keessatti dararaa guddaa irraan gahaa jiru.
1-Indalkachew kan qeensa irraa buqqisanii reebichaan dararame
2,Takilee…kan maqaa abbaasaa hin baramin
3, Obsa xilahun dafaa….
4- Obbo xilaahun dafaa bulchiinsa magaalaa ukkeeti hojjetaadha. Abbaa obsaati..meeshaa isaani irraa fuudhame kan jiru Continue reading

Feyisa Lilesa Speech in Minnesota – FULL SPEECH

Aside

“Hegereen Keenyaa” Wallee Haaraa Arsitoota Oromoo Hirphaa Ganfuree fi Habtamu Lamu/Fulbaana 18,2016

Aside

Fulbaana 18,2016 Godina Arsii keessatti Wayyaanen dargaggoonni ayyaana irreechaa irratti argamuuf akka hin yaanne jechuun maatii dargaggootaa doorsisu eegalee jira.

Aside

Fulbaana 18,2016 Godina Arsii keessatti Wayyaanen dargaggoonni ayyaana irreechaa irratti argamuuf akka hin yaanne jechuun maatii dargaggootaa doorsisuu eegaltee jirti.guyyaa har’aa fulbaana 17/2016 Magaalota akka Shaashamannee, Adaabbaa, Ajjee, Waabee, Nageellee, Seeruu, Dheeraa, Itayya, Hamdaa, Siree, Gobeessa fi kofaleen keessatti wal gahiin dhimma ayyaana irreechaa ilaallatu jechuun wayyaanen waamtee manguddoota doorsisaa oolte bakkoota heddutti manguddoonni dheekkamsaan ergamtoota wayyaanee salphisuun.erga yoomii as dargaggoota ayyaana irreechatiif jedhee galmeessuu eegale bakka ilmaan Oromoo itti wal gayanitti argamuuf galmeen maaf barbaachise.ummata oromoo ka lubbuun jiru dhiisaa ka ficcisiiftaniif waan yaadaa jirtan nutti himaa erga biyya bulchaa jirra jettan jechuun gaafilee ciccimoon Afaan qabsiisun addaan bayuun isaanii dhagayame.kuni kanaan osoo jiruu guyyoottan hafanittis maatii dargaggootaa doorsisuuf kaabinoota hanga gandoota baadiyyaatti bobbaasun isii dhagayamee jira.

Gama biraan  Magaalaa Naqamtee Halkan kana dirree Waraanaa fakkaatti naannoo Ganda 05 tti dhikaasni dhaga’amaa Jira, qaama hin beekamnen Agaazii haleelaa Jira

Simannaa Atileet Fayyisaa leellisaa Hawaasa Oromoo Minisootaatiin,Fulbaana 18,2016-OMN

Aside

Continue reading

Fulbaana 18,2016 Godina Wallaggaa Horroo Guduruu, Magaalaa Kombolchaa Daandiin Konkolaataa Kana Fayyaata.

Aside

qeerroo-abo

A life of discrimination and fear led an Ethiopian marathoner to protest on the world stage

Aside

September 17, 2016

Rio Olympic marathon silver medal winner Feyisa Lilesa of Ethiopia attends a news conference in Washington, U.S., September 13, 2016.   REUTERS/Gary Cameron - RTSNKZ4

Rio Olympic marathon silver medal winner Feyisa Lilesa of Ethiopia attends a news conference in Washington, U.S., September 13, 2016. REUTERS/Gary Cameron – RTSNKZ4

(QZ) — At night, Feyisa Lilesa and his friends hid in the farms to evade the security forces who were arresting people across the country. As a 15-year-old growing up in Oromia region, Lilesa says he was always aware that many of his fellow citizens didn’t approve of the government’s treatment.

But the moment of awakening for him came in the days and weeks following the landmark May 2005 elections. Championed by the government as a genuine exercise in competitive elections, the vote involved multiple parties, not to mention the significantly enlarged space for political campaigning.

However, when the early outcome of the vote showed a huge lead from opposition groups, the government delayed finalizing the count and responded to protests with a heavy-handed approach. An independent study of the post-election violence by an Ethiopian judge showed the shooting, beating and strangling of almost 200 people, including 40 teenagers. The government also arbitrarily arrested protesters, with police records showing the detention of 20,000 people during the anti-government protests.

Continue reading