Godina Wallaggaa Aanaa Guutoo Giddaa Magaalaa Ukkee Keessatti Dararaan Wayyaaneen Uummata Irratti Babal’ate

September 27,2016
Gochi Wayyaaneen uummata Oromoo irratti raawwachaa jirtu daran daran haadhaa daangaa hin qabne keessa seenee jira. hidhaan adabuun hanqatee qeensa dargaggootaa hanga bubuqqisuuf gara laafina dhabuufiitiin geggeeffamaa jira,darggaggoo Kanneen armaa gadii Magaalaa Ukkee keessatti dararaa guddaa irraan gahaa jiru.
1-Indalkachew kan qeensa irraa buqqisanii reebichaan dararame
2,Takilee…kan maqaa abbaasaa hin baramin
3, Obsa xilahun dafaa….
4- Obbo xilaahun dafaa bulchiinsa magaalaa ukkeeti hojjetaadha. Abbaa obsaati..meeshaa isaani irraa fuudhame kan jiru

Obsaan gaafa sana qabamee gara waajjira poolisii Aanaa guutoo giddaa magaalaa naqamteetti geeffame. reebanii qorachaa turani. Abbaan isaa immoo mucaankoo maal balleesse sababa jedheef reebuuf jennaan namoonni isa beekan bulchiinsi magaalichaa irraa kadhatee irraa dhorke, Garuu mana isaa sakattaa’anii qawwee isaa irraa fudhatani namichi sabboonummaa waan qabuuf badaa hin jaallatamu…Hojii bulchiinsaa hojjetullee Uummataaf waan dhaabatuuf mootummaan ija diinummaatiin ilaala.

1 thought on “Godina Wallaggaa Aanaa Guutoo Giddaa Magaalaa Ukkee Keessatti Dararaan Wayyaaneen Uummata Irratti Babal’ate

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (September) | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s