Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo(SQ) Qophii Onkoloolessa 6 , 2016

Aside

SBO: Onkoloolessa 07 Bara 2016. Oduu, Ajjeechaa Jumlaa Ayyaana Irreechaarratti Wayyaanedhaan Raaw’atame Ilaalchisee Ibsa Dhaabbata Deeggarsa Qeerroo Idil Addunyaa Irraa Laatamee fi Qophii Haala Yeroo irratti Fuulleffate.

Aside

Duungoo Yaadatnoo Wareegamtootaa Gootonni Barattooti Oromoo Qabsiisan Ilaalchisee.

Aside

Boosee Keessatti Gootonni Qeerroo Daandii Konkolaataa Bifa Kanaan Cufaa Oolan.Barattooti Oromoo Yuniversitii Jimmaas Duungoo Yaadannoo Qabsiisan

Aside

Yaadannoo Duungoo Qabsiifannaa Barattoota Yuniverstii Jimmaa

Continue reading

Bulchiinsi TPLF Bososee Irree Ummata Oromoon Diigamaa Jira,Qabeenyi Mootummaa fi Kuufami Meeshaa Humna Addaan Booji’amee Jira,Daandiin Cumaaa Jira.

Aside

Onkolooleessa 5,2016 Bulchiinsi TPLF Bososee Irree Ummata Oromoon Diigamaa Jira,Qabeenyi Mootummaa fi Kuufami Meeshaa Humna Addaan Booji’amee Jira,Daandiin Cumaaa Jira.

Haaluma kanaan daandiileen bakka garagaraa geessu cufamee jiraachuun barameera. Magaalaaleefi Baadiyaaleetti bakkeewwan daandiin cufamee humna uummataa jala oolan keessaa:

  1. Waaqee Xiyyaa Mi’oo
  2. Malkaa Sa’aa
  3. Waaqa Malkaa Obaa
  4. Baattoo Dagaagaa
  5. Dirree Dagaagaa
  6. Magaalaa Bofaa
  7. Awaash
  8. Dooniifi KKf keessati ta’uun addaateera.

Namtokko Qeerroo irraa wareegamul illee dhagahameera.

Dabalataan shonkoraa warshaa sukkaara Matahaaraa zoonii sadii irratti guutummaa guutuutti gubuun daaraatti deebisanii jiru.

Oduu biraan ammoo magaalaa Adaamaa keessatti dhukaasni bakka garagaraatti uummataaf wayyaanee jidduutti banamee jira. Barattootni Yuunvarsiitii Adaamaa heeddumminaan bahanii mooraa kaampaasii irraa eegaluun BOOLEE IRRA GORANII FUULLEE ADAAMAA GENERAL HOSPITAL itti harka harka qaxxaamursuun mallattoo diddaa/Xumura Gabrummaa agarsiisaa jiru.  Continue reading

We need the end of TPLF! Jechuun Barattooti Oromoo University Mormii Dhageessisaa Jiru.

Aside

Video lee dabalataaf as tuqi:- 

Continue reading

Video lee Dabalataa

Aside

Caalaatti argachuuf as tuqi 

Continue reading

SBO: Onkoloolessa 05 bara 2016. Oduu, Yakka Ajjeechaa Ayyaana Irreechaarratti raawwatame ilaalchisee ibsa ABO, Ibsa Gaddaa fi Itti fufiinsa Warraaqsa FXG Qeerroo Bilisummaarraa kennamee fi Qophii Addaa Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

Aside

Dhaabbata Deegarsa Qeerroo Idila Addunyaa irraa

Aside

iqsg

Akkuma beekamu Qeerroon Bilisummaa Oromiyaa keessatti mirga uummata Oromoo fi walbummaa Oromiyaa kabachisiisuuf mootummaa abbaa irree biyya bulchu waliin qabsoo hadhooftuu gaggeessaa jira. Qabsoo kana keessattis lammiiwwan keenya hedduun lubbuu isaanii bakka bu’umsa hin qabne dhabaniiru, qaamaas hir’ataniiru akkasumas mana hidhaa keessatti dararaa dhala namaaf hin malle argaa jiru. Kunis mootummaan abbaa irree biyya bulchaa jiru mirga namoomaa uummatni Oromoo dhalootaan qabu mulquu bira taree duguuggaa sanyii kana jaarraa 21ffaa keessatti uumama jedhamee hin yaadamne geesisaa jira.Keesumaayyuu, Oromoon lagan, amantiinii fi saalaan osoo wal hin qoodiin ayyaana irreechaa kabajachuuf guyyaa har’aa (10/02/2016) manaa bahe  mootummaa nama nyaataa wayyaaneen haala suukkanneessaa ta’een tarkaanfii irratti fudhatame gochaa sanyii duuguginsaa waan ta’eef Oromotni biyya alaa jirtan marti balaaleffachuu irra darbee hojii qabatamaa keessa seenuun yeroon isaa amma dha. Namootni guyyaa har’aa du’an dhibbootaan kan lakkaawaman yommuu ta’u kan yeroo ammaa hospitaalaa keessatti du’aa fi jiraa jidduutti argaman daran heedduu akka ta’an odeessi Qeerroo irraa nu gahee jira.Kanaafuu:

Continue reading

Ethiopia: Deadliest TPLF/EPRDF Mass Murder In Oromia

Aside

HRLHAHRLHA Urgent Action

October 2, 2016
The HRLHA deeply condemns the mass execution by the Ethiopian government sponsored killing squad Agazi force near Bishoftu, Oromia where over 4,000,000 Oromos were gathered to celebrate the Irrecha annual festival , the Oromo Thanksgiving Day on October 2, 2016.
The attack by the killing squad Agazi supported by helicopter gunships- has left at least 300 civilians dead and thousands wounded; the latter have been taken to hospitals in Bishoftu and Addis Ababa, 40 km away from the place of mass execution. According to the HRLHA informant on the ground, the dead bodies were everywhere on the ground around the Hora Arsadi, the area of the Irrecha Festival.
The October 2, 2016 mass execution is one of the highest single day death tolls in Oromia since the Oromo Protest started in November 2015.
The HRLHA calls on the world governments and donor organizations to condemn the government sponsored terrorism act of the TPLF/EPRDF government against Oromo civilians and demands that they put pressure on the TPLF/EPRDF government to allow a neutral body to investigate the horrific action of this dictatorial government.

For more click Here 1-mass-murder-in-ethiopia