1 thought on “Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo(SQ) Qophii Onkoloolessa 6 , 2016

  1. Ashaam akkam jirtaan ilimman oromoo hundii kessan, har’aa dhammisa tokkoon qabaa, halaa yeroo amma ilaalchisee, waarreen Dasiifooraa fii gantuu sabaa ykn seree wayyaane ,akkasumaa waarreen marsaa intarnetii hawasaa irratii ollolaa hassawaa jirtaan, activestii kenyaa fii hoggansaa dhabbaa kenyaa maqaayakaa jirtaan off egaadhaa dhigaa ummataa oromoo qoossaa jirtaan hubadhaa ,yoo diidaan itti gaaftaam seenaa jalaa hin battaan hubadhaa. Akkassum gaddaa guuddaa ayyaana irreechaarratii mootumman nama nyaataa wayyaane ummataa kenyaa qaaqabsiisee bay’ee gaaddiinee, Har’aa ammo gamachuu guuddaa qeerroo bilisummaa oromoo nuu qaaqabsiis ,gallanii issan bilisummaa hatuu.WBO fii qeerroo bilisummaa oromoo hojjii bonsaa hojjataan ammas hojjachaas jiraan. akkasuma WBO fii qeerroo oromoo wareegamaan seenaan bara baran hayyadatuu. Dabalataa yeroo amma ummanii oromoo fii qeerroo oromoo biyyaa kessaa jiraan finciilaa xummuraa gabrummaa jijiirree abbaa biyyuuma falmatee jitaa . horraa bulaa. Gadaan gadaa bilisummatii.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s