” Qeerroo Isaa Gurmeeffatee” Wallee Warraaqsaa Haaraa Artistoota Oromoo Hawwii H.Qananii fi Abbabaa Dhugaasaa /Gurraandhala 2017 Aside Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Shirootaa fi Afaan Fajjii Wayyaaneen TPLFn Ummata Irratti Xaxamaa fi Deemaa Jiru Gootummaa Qeerroon Fashalaa’ee FXG Itti Fufee Jira. Aside Gurraandhala 6,2017 /Sirni cunqursaa mootummaa jedhee of yaamu Wayyaanee TPLF yeroo ammaa maqaa haaromsa biyya keenyaaf jedhuun uummata Oromoo gidduutti afaanffajjii uummuuf yaalii akkaan jabaa ta,e gootus shiraa fi kijibni sirna Wayyaanee deemaa jirtuuf diddaa Qeerroo fi uummataan golee Oromiyaa mara keessatti Wayyaanee harkatti busha,aa jiraachuu Qeerroon gabaase. Shiftoonni Wayyaanee kunneen diddaa uummanni Oromoo osoo walirraa hin kutiin waggaa 1 olirra dabarsee gochaa jirutti muffii fi gidiraan akkasumas cinqii keessa kan seenan saamtooni wayyaanee kunneen yeroo ammaa maqaa haaromsa biyya keenyaa gadi faggeenyaan xiinxaluu jechuun uummata oromoo golee oromiyaa mara keessa jiran walga,ii fi doorsisaan gidirsaa jiraachuunis saaxilame jira. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Hidhamtootni Ilmaan Oromoo mooraa Liinjii Waraanaa Wayyaanee kanneen akka Xoollaayi, Awaash Arbaa fi Bakkoota garaa garaatti hidhamuun hiraarfamaa turan gadhiifamuun gabaafame Aside Guraandhala 5,2017 Hidhamtootni Ilmaan Oromoo mooraa Liinjii Waraanaa Wayyaanee kanneen akka Xoollaayi, Awaash Arbaa fi Bakkoota Garaa Garaatti hidhamuun hiraarkanneenfamaa turan wayyaaneen waan qabdee gadhiiftuu dhabuun maqaa leenjii haaromsaa gooneef jettuun hidhamtoota Oromoo muraasa kan gadhiiftee jirtu ta’uun ibsamera. Ilmaan Oromoo hiraarsa diinaa hamaa meessa turtan baga nagaan baatanii maatii fi hiriyoota keessanitti makamtan. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Oromia News_Network (ONN) Oduu gara garaa, Gur 5, 2017 Aside Gurraandhala 5,2017 Oromia_News_Network (ONN)Tamsaasa isaa Satalayitii kallattiin Biyyoota Afrikaa Bahaa Addatti immoo Oromiyaa fi Ethiopia irratti fuulleffachuun Kan eegale ta’uu yeroo dhageenyuu gammachuun keenya guddaa ta’uu uummta Oromoo hundaaf ibsina. Addaatti immoo Hoog gantootni Koree_Boordii_Olaanoo ONN uummata Oromoof hojjechuuf Qabsoo bilisummaa Oromoo jabeessuu fi tokkummaa uummata keenyaa mirkaneessuu irratti roga kanaan ga’ee media bahachuuf akka jirani fi Oromoof hojjechuuf fedhii guddaa qabachuufi of kenninsa bu’aa dhuunfaa irratti hin hirkanneen bu’aa uummataafi qabsoo bilisuummaa Oromoo dursuun hojjeechuuf akka jiran Koreen boordii ONN ifatti of beeksisaniru. Hooggantoota_ONN, Koree Bordii Olaanoo keessa muraasa: 1. Dr Moosisaa Aagaa hogganaa olaanaa ONN. 2. Dr Rundaasaa Asheetee barreessaa olaanaa ONN. 3. Obboo Elemoo Odaa miseensa Hojii rawwachiiftuu Olaanoo ONN Ifatti Oromoof hojjechuuf onnee guutuun qabsoo bilisummaa Oromoo cina dhaabbachuuf kan jiraniifi haala waliigala dhimma uummata Oromoo fi Oromiyaa irraatti hojjechuuf kan jiran ta’uun hubatameera. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Sagantaan ” TV Gaaddisa Dhugaa” Karaa TV ONN Qilleensa Irraan Darbuuf Qophii Xumuratee Jira. Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
ONN: Oromia News Network Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Godina Arsii Anaalee Gara Garaa Keessatti FXG Itti Fufe. Aside Gurraandhala 4/2017 Godina Arsii bakkoota hedduutti Qeerroon barattoonni Oromoo M/B sadarkaa 1ffaa Faaruu Alaabaa farfachuu dhiisuun fi Barnoota Lammummaaf Amala gaarii hin barannu jechuun itti fufuun Aanaa Doddotaa M/B Koloobaa fi M/B Boolloo keessattis eegaluunii jiraachuun itti fufee jira,Aanaa gololchaattis M/B Haroottis eegalamee jira, doorsifnii fi roorroon barsiiftonni ergamtuu Wayyaanee ta’anis itti fufuun Arsii Aanaa Roobee M/B Ataabaa Adamii fi Haddaa Baamoo keessattis itti fufeera. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
SBO: Gurraandhala 5 bara 2017. Oduu, Ibsa Addi Bilisummaa Biyyoolessaa Sidaamaa baase irratti gabaasa qindaa’e fi Gaaffii fi deebii Artiist Elemoo Alii waliin taasifame -Kutaa 2ffaa. Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2017/02/05022017sbo.mp3 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
DR,QADIIDAA Show, Marsii Siyaasaa Dargaggoo Caalaa Haayiluu Waliin Taasise. Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Guraandhala 3, 2017 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...