ONN: TV Oromiyaa

Aside

Godina Wallagga, Magaalaa Naqamtee Keessaa Maqaa Malaammaltummaa fi Hooromsa Jedhuun Hojjettooti Tel Ukkaamfamaa Jiri

Aside

Image result for nekemte telecommunication officeBitootessa 7,2017, Godina Wallagga bahaa magaalaa Naqamtee keessaa maqaa malaammaltummaa fi hooromsa jedhuun wal qabatee hojjettoonni waajira teelee magaalaa Naqamtee keessaa heedduminaan ukkaamfamaa akka jiran maddeen Qeerroo Leeqaa gabaasan.
Waajjira teelee kan mootummaa magaalaa Naqamtee keessatti baatii kana keessa sirni saamichaa fi humnaan qabeenyaa uummata oromoon duroome murni bicuu Wayyaanee hojjetoota teelee kan waajjira teelee magaalaa Naqamtee keessaa hojjetan irratti kisaaraa birrii miiliyoona 36 malaammaltummaan hojjetoota kanneen irratti waan argameef jecha heedduminaan hojjettoonni waajjira teelichaa ukkaamfamaa jiraachuu Qeerroon leeqaa gabaasee jira. Continue reading

Waraanni TPLF Godina Arsii Aanaa Roobee Magaalaa Roobee Diida’aa Keessatti Dargaggoota Hidhaa Keessaa Gadhiifaman T-shirt “ Irra Hin Deebi’amu” Jedhu Ifii Qpheessee Itti Hire Uffachuu Diddan Jedhee Qabee Hidhaa Jiraachuun Beekame.

Aside

Bitootessa 6,2017

Godina Arsii keessatti kumaand poostiin ummata nagayaa hidhaan dararuu itti fufuun Aanaa Roobee Magaalaa Roobee Diida’aa keessatti namoota Xoollayitti hidhamanii gadhiifaman Sababii namootni hedduun T-shirt Irra hin deebi’amu jedhuufii barruulee Wayyaaneen itti hirte gubanii fi balfa keessatti darbaniif jecha Namoota gara dhibbaaf Shantamaa 150 ta’an Gamoo 2020 Opin Kolleejjii keessatti hiitee erga dararuu eegaltee torbaan gahaa jira,Yeroo ammaa haalli ummanni magaalattii keessa jiru baay’ee yaaddessaa ta’uun dhagayamaa jira. Continue reading

“Lammaa Magarsaa fi Sabboontonni OPDO Tokko Tokko”?!

Aside

Baarentuu gadaa Irraa

 Image result for SabboonummaaSabboonummaan maali, eenyutu sabboona dha?  Eenyu yoo maal godhee fi hojjete sabboonaa jedhama” Gaafii jedhuuf deebiin namootaa ykn akki itti sabboonumaan ifu namootarra namootatti  addaa addummaa xixiqqoo qabaachuu mala. Haata’uutii  dhugaan nama hundumaa walii galchu  jechi “Sabboonummaa” jedhu walittii hidhaa jechoota lamaa ta’uudha. Hikkaan jechoonni kun walitti qaanja’uun kennanis ifa waan ta’eef  burjaaja’ins hiikoo gama kanaan  muldhatu hin jiru. ykn  harki guddeessi namaa ibsa dabalataa malee hiikoo jecha kanaa irratti walii gala.

Sabboonummaan jecha “Saba” jedhuu fi “Boonuu” jedhurra akka maddu eenyufuu ifaadha. Jechoonni kun lamaan walitti qaanja’uun  ergaa barbaadamu dabrsaa turaniiru dabrsaas jiru. Saba + Boonuu= Sabboonaa, sabboontuu, sabboontoota jechuu dandeenya.

Maddi  jecha kanaa erga kana ta’ee  ergaan isaas maal akka ta’e eenyufuu ifaadha. Jechi sabboonaa ykn sabboontuu jedhuu kun kallattiidhaan ergaa “Saba ofiitin boonuu” jedhu dabarsa.Saba ofiitiin boonuun ammoo nama afaan Oromoo dhagahu maraafuu  hikni isaa ifaa dha.  Continue reading

Understanding the negative impacts of side issues (barriers) on Oromo Struggle, By Dr. Teessoo

Aside

Wal-gayiin marii haala Qabso Bilisummaa Oromo irratti hogganttota ABO olaanodhan

Continue reading

Dr,Qadiidaa Show – MARII WAYEE QEERROO, Dura ta’aa Waldaa Tumsa Qeerroo Idil-Aduunyaa Obbo Tashoomaa Diimee

Aside

Kutaa 2ffaa  Continue reading

QOPHII KAAYYOO -Hayyuu seenaa Obbo Eda’o Boruu waliin dhimma seenaa Gosa Oromoo Jiillee fi miidhaa sirni nafxanyaa irraa ga’ee ilaalchisee marii goone caqasaa.

Aside

Qophii Qaanqee Show Bit 3, 2017 Gaafi fi deebi Jajjabee WBO Gurmessa Sabaa waliin

Aside

SBO Bitootessa 05,2017. Oduu, Qophii haala yeroo irratti qophaa’ee fi gaaffii fi deebii qindeessaa muuziqaa Birhaan Zarihun fi wallisaa Sa’aad Awwal waliin godhame kutaa lammaffaa fi xumura

Aside

SQ: Qeerroo Bilisummaa Oromo, Bitootessa 3, 2017

Aside