“Bilisummaa Haata’u Galanni Isaanii” Qophii Birmachuu Biyyaa ABO Biyya UK

Aside

“Yaa Baraa” SQn Qophawe

Aside

Dhukkuba Maraamartoo Siyaasaa: Seenessaa Qeerrootiin, Maal nuuf Wayyaa?

Aside

 Seenessaa Qeerrootiin.

Dubbifamuu Qaba

Walit tan qabe: Caalaa Haahiluu Abaataa ti.
Dhukkuba Maraamartoo Siyaasaa(beekanguluma) — Ilmaan Oromoo Biyya Hambaa Jiraatan Keessattuu Diasporaa fi Kanneen Carraa Barnootaa Argatanii Biyyaa Alaa jiraataan Namootni Baay’een Dhukkuba Maraamartoo Siyaasaa Jedhamuun Qabamanii Rakkoo Hamaa Keessa Jiraachuu Qeerroon Mirkaaneesse!!

Dhukkubni Kun Vaayireesii Siyaasaan Daddarbuu dha.

Mallattoolee Dhukkuba Kanaa Keessa Muraasa:
———-

  1. Tokkummaa Uummataa , Jaalaala, Kabaja, Safuu fi Safeeffannaa jibbisiisa.
  2. Sabboonummaa Ajjeesuun Gara jaarmiyaa Siyaasaatti gurmaa’anii akkeekaa fi kaayyoo Jaarmiyaan Siyaasaa Qabsoorraa jiruu qabu fudhachuun bilisummaa Uummataa fi walabummaa biyyaaf hiriiruu ni balaaleffachiisa.
  3. Online Marsaa facebook fi Social media irratti yaasuun nama iyiisiisa, nama arrabsiisa, akka maraachuus ni godhaa, akeekaa fi kaayyoo diinni qabsoo bilisummaa Oromoof qabu sabboonaa fakkachuun ergama diinaa rawwachuu, of nama nyaachisa , wal nama nyaachisa akkasumas hirmii nama nyaachisa!!
  4. Maqaa ABOn afuura jaarmiyaa heddummeessuu namatti naqa.Kaayyoo ganamaa hanga har’atti uummatni Oromoo irratti Wareegamuun bilisummaaf cichee falmachaa jiruu nama dagachiisuun gandarra nama joorsa. Continue reading

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Bitootessa 21, 2017

Aside

Aside

Yuunbarsiitii Finfinneetti uummata qosheetti dhumeef guyyaa sadiif nyaata lagannee gaddina jedhee beeksisa baasee, kaaffee barataarraa cufe. Baratoonni hedduunis “gaafa irreechaa yeroo namni hedduun dhume, yoom gadditan? hin ta’u, hin gaddinu! ofii ajjeestanii ofii gadditanii nuun immoo agabuu nun ajjeesinaa!” jedhanii laguu nyaata didan. Mooraanis kunoo maqaa namoota nyaata didanii jechuun, warra ijoollee keessaa gaaffii gaafate maqaa baasee maxxanse.

SBO Bitootessa 22,2017. Oduu, Gaaffii fi deebii Art.Mastaawot H.Yesus Qananii kutaa xumuraa fi itti fufa gaaffii fi deebii miseensa poolisa federaa fi hojii tikaa wayyaanee keessa hojjechaa ture Caalaa Muddee waliin goone kutaa 3ffaa akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa

Aside

Qophiin ‘DIINQA OROMOO’’ Hayyuu Oromoofi Qorataa Siyaasaa Dargaggoo Moonenus Hundarraa Galataa wajjin turtii goone kutaa 2ffaa kana nufaana tura!!

Aside

Continue reading

    Kan Sodaatan Du’aa  kan hin Oolles Du’aa

Aside

Namichatuu baayyee sodaata jedhan.Namoota baayyee wajjin utuu karaa deemuu galgalli dhufnaan ,” maaloo nan sodaa dha jidduu keessan na rafisaa”, jedhee gaafate. Tolee jedhanii jidduu rafisan. Halkan sagalee wayyii dhaga’anii maalinni ? yaroo jedhan  “calluma jedhaa anaani dha bocoqsaa jiraa”, jedhee jedhan.

Sodaachuun isaa nama marara. Namni hunduu wal qixxa onnee ykn gootumaa qaba jechuun hin danda’amu. Garuu jecha kana irraa baayyee kan  nama gadisiisuu,”  maaloo naaf dirmadhaa, naaf qaqqabaa, na qabatee jira”,  jedhee iyyuu irraa warra fayyaa qabaniin, “calluma jedhaa “, jedhee ofii du’uuf  filachuun isaa akka jiraatti sodaan ajjeessee jiru agrsiisa. Warri isa wajjin jiran sodaa waan hin qabanneef isa iyyuu lubbuu olshuu danda’u turan. Inni garuu waan sodaaf aboomamee jiruuf  gargaarsa tokko utuu hin gaafatiinii fi utuu hin argatiin lubbuun isaa akka bilaashatti darbu godhe. Continue reading

Feyisa Lilesa wins 2017 United Airlines New York City Half Marathon

Aside

SBO: Bitootessa 19 bara 2017. Oduu, Gaaffii fi deebii Artiist Mastaawat Haylayyasuus Qananii waliin taasifame – Kutaa 2ffaa fi Yaada hirmaattota Walgahii ABO Kanaadaa -Toroontoo.

Aside