DIINA UUMMATAA WALIIN TA’ANII OLAANTUMMAA UUMMATAA MIRKANEESSUUN HIN DANDA’AMU!

Aside

Abdii Bilisummaa Irraa

Kaleessa uummanni Oromoo jaarraa tokkoon dura abbaa biyyasaafi abbaa waansaa maraa ture. Biyyasaarratti abbaa biyyummaasaa kabajatee, aadaa, duudhaa, amantiifi eenyummaasaa qabatee wal waamee waliif awwaatee, dubbatee wal dhaga’ee waldhageessisee, rakkoorratti waliif birmatee, gadda irratti waliin hirmaatee, gammachuu waliin qooddatee  garraamummaadhaan wal shakkii tokko malee  ilma abaluu, warra gamaa warra gamanaa utuu waliin hin jedhiin baroota dheeraadhaaf waliin jiraachaa turuunsaa akka seenaatti yaadatama. Maaddii tokkoo waliin nyaatee, qodaa tokko keessaa unatee waliin dhugee akka seera mataasaatti  safuufi aadaa mataasaatiin wal geggeessaa,wal bulchaa tureera. Continue reading

SBO Ebla 05,2017. Oduu, Gabaasa Ibsa Gaazzexaa KHR-TUBD kennan irratti qindaa’e, Gaaffii fi deebii Qeerroo dar gaggoota Fayyisaa Asaffaa fi Anuwaar Sa’id waliin godhame kutaa lammaffaa fi SBO Sagantaa Afaan Amaaraa

Aside

Ethiopia: Would Extending the State of Emergency Solve the Grievances of Citizens?

Aside

HRLHA Urgent Action

April 2, 2017 The Ethiopian government has reaffirmed to the world community once again its strong commitment to killing and kidnapping citizens by extending the state of emergency- declared on October 8, 2016- by four more months. The Ethiopian leaders have been very busy in the past months of the state of emergency in eliminating youths, men and women, those the government calls “Tsere Limat Hyiloch”, literally antidevelopment forces. The government is accusing of terrorists Oromos and Amharas, the two major nations and other nationalities, who have simply staged peaceful protests against the land grab which left millions of citizens without their livelihoods. Through its government controlled mass media, the Ethiopian government produces confusing news every day regarding the restoration of peace in the country. It says that security in the country has been improved and that things are returning to normal.Ethiopia- State Emergency (1)

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Ebla 4, 2017

Aside

Godina Lixa Shaggar Aanaa Calliyaatti Barsiisaa Tasfayee Cimdeessaa Waraana Koomandii Poostii Wayyaaneen reebichaan ulfaataan irra gahe.

Aside

Ebla 3/2017 Godina Lixa Shaggar Aanaa Calliyaatti Barsiisaa Tasfayee Cimdeessaa Waraana Koomandii Poostii Wayyaaneen reebichaan ulfaataan irra gahee du’aaf jireenya gidduu jiraachuu Maddeen Qeerroo Lixa gabaasan.
Waraanni Koomandii Poostii Wayyaanee Ilmaan Oromoo mooraa mana hidhaa Waraana Wayyaanee Xoollaayi keessatti hidhamanii hiraarfamaa erga turanii boodaa mootummaan wayyaanee maqaa leenjii haaromsaa jedhuun olola kijibaa hidhamtoota hiraarsaa jiruu irratti ofuun waanan jedhee dirqamaan fudhadhu jechechuun eenyuummaa namummaa isaanii kan gaaffiikeessa galchisiisaa ture dhummarratti hidhamtoota keessa muraasa gadi lakkisuun ni yaadatama. Yeroo amma kanattis hidhamtoota hiraarfamaa turanii hiikjaman hordofee yakka ajjeechaa, hidhaa fi reebichaa suukkaneessaa irratti raawwacha jira. Continue reading

Aside

Image may contain: 7 people, people smiling, text

Godina Wallagga aanaa Kiiramuu ganda Burqaa Soorumaa mana barumsaa Sadarkaa 1ffaa Keessatti FXG Itti Fufuu Qeerroon Gabbaase.

Aside

Ebla 3,2017/ Godina Wallagga  aanaa Kiiramuu ganda Burqaa Soorumaa mana barumsaa sad 1ffaa keessatti bitootessa 30  irraa eegalee barattoota mana barumsichaan fxg  mootummaa abbaa hirree mormuu irratti hundaa’e haala ho’aan geggeeffamaa jiraachuusaa Qeerroon araddaa Burqaa Soorumaa ibsan.mana barumsaa kana keessatti fincila geggeeffamaa jiruun Ebla 3, 2017 wayita barattoonni fincila mormii eegalan humni
waraanaa mootummaa Wayyaanee magaalaa Kiiramuurraa gara sana   deemuun barattoota addaan bittinsee erga deebi’ee maatii barattootaa ijoollee isaanii hubachuuf gara sanatti deeman qabachuudhaan fuudhuun gara waajjira poolisii aanaa Kiiramuutti akka deeman gabaafame. Continue reading

“Yaa Haqaa” Walaloo

Aside

Qophii Qaanqee Show Ebla 2,2017 Gaafi fi deebi Master Hassen Aymo waliin

Aside

Jaal Urjii Dhaabaa

Continue reading

Qeerroon Godina Wallaggaa Aanaa Jaarsoo Magaalaa Jaarsoo Keessatti Barruulee Warraaqsaa Ummataaf Raabsan.

Aside

Ebla 3,2017/ Godina Wallaggaa anaa Jaarsoottii Qeerroon magaalaa Jaarsoo warqaa dhadatnoo ykn ibsa ejjennoo 11 qabu guutuuma magaalaatii keessa faca’asnii bulanii jiru maneen barnoota ,wajjirallee Motummaa, maneen uummataa keessa facasaanii jiru Jaala deemtoottii wayyannee OPDOn gochaa kanattii hedduu rifaachun akka saaree maratee walii gaadi fiigaa jirtii. Ibsi ejjennoo sun kan armaan gaddittii.
1 Mirgaa Uummata Oromoo sarbuun haa dhabbatu Continue reading