DIINQA OROMOO: Kutaa 16ffaa: Garbaabaa Guddisaa Ittisaa fi Beekan Gulummaa Irranaa Ebla, 2017. Qeerroo, ABO, WBO fi Diyaaspooraan Maali? Hidhaa kana keessa seenuun dhaggeeffadha!!
Blog Archives
SBO Ebla 09,2017. Oduu, Gabaasa sirna kabajaa Guyyaa Gootota Oromoo Jaarmayaa Tokkummaa Baqattoota Oromoo Yamani in geggeeffamee fi Gaaffii fi deebii qabsa’aa Geessisaa Kuusaa waliin kutaa 1ffaa
Aside
ONN: TUMSAA KUTAA 2FFAA KAN XUMURRA
Aside
SABBOONUMMAA LAMMAA MAGARSAA FI HUJUMMOO OLOLA ISAA(TPLF)
Aside
GUCA QABSOO OROMOO IRRAA
Peresdaantiin mootummaa naannoo oromiyaa namni Lammaa Magarsaa jedhamu baatii kana guutuu maal hojjechaa akka jiran hundi keenyayyuu ni beekna .daandiin qabsoo isaan qabatanii adeemaa jiranis uummata oromoof ifaaf ifatti mul’ataadha.Of kuuluu fi of mul’isuun isaaniimmoo uummata oromoo bukkeetti maal fakkaataa jira isa jedhuuf dubbiin kun dubbii jabduudha.Ifaajiin peresdaandaantiin mootummaa naannoo oromiyaa yeroo ammaa uummata oromoof waan qabsa’aa jiru of fakkeessuun jechoota kukkuulee dubbachuudhaan uummata oromoo hundaa oliif gadi dha’aa jira. Continue reading
SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Ebla 6, 2017
Aside
Wayyaaneen TPLF, Dargaggoota Oromoo Hojii Barbaacha Naannoo Irraa Socho’an Qabuun Hidhaatti Ugguraa Jira
Aside
Ebla 6,2017 Wayyaaneen dargaggoota Oromoo hojii barbaacha naannoo irraa sosso’an bakka isaan bobba’anitti adamsee hidhaa jirti, Godina Arsii Aanaa Doddotaa irraa daaw’adhaaf gara Godina Shaggar bahaa magaalaa Wanjii Shawaatti kan imalan dargaggoonni kun guyyaa Roobii kaleessaa yoo ta’uu akkuma isaan dhufanii Magaalaa Wanjiitti konkolaatarraa duudaniin Humna kumaandi poostitiin qabamuudhaan waajjira Poolisii Magaalattii keessatti hidhee jira, dhimma kamiifuu dargaggoonni Oromoo gurmaayanii deemuun dhoorgadha jettee akkuma labsii yeroo muddamaa keessatti dubbatte Amantiidhaaf jedhanii bobba’uunis yakka ta’ee jira,Dargaggoonni Hidhaman kun Continue reading
SBO Ebla 07,2017. Oduu, Hidhaa deemaa jiru irratti gabaasa qindaa’ee fi Gaaffii fi deebii Qeerroo dargaggoota Oromoo Fayyisaa Asaffaa fi Anuwaar Sa’id waliin godhame kutaa 3ffaa fi isa xumuraa
Aside
ONN : Qophi Kayyoo”Marii dirmmannaa qabsoo Bilisummaa Oromoo “
Aside
DUBBII HAALAAN KAN HIN BEEKNEE, ITTI HIMANUU HIN GALUUF !!!!
Aside
SEENAA Y.G(2005) kutaa 1ffaa
Eeyyama Tigrootaa malee, Lammaa Magarsaa waa jedha jettanni warri yaaddan dogoggora gudaa gotan. Lamma Magarsa cannot say a word against TPLF without a permission from them
Waggoota 150 oliif Gabrummaa jala jirra. Bilisummaan jiraachuu irra, Gabrummaa jalatti waa hedduu baratan. Warri Gabrummaa jala turanii fi jiran, hadhaa gabrummaa tokkummaan hadheeffatanii, mi’aa Bilisummaa waliin dhandhamaa jiran. Nuuti garuu hadhaa Gabrummaa kana wal qixa hadheeffachaa hin jirru. Kanaaf bakka sagal dhaabbannee ija walitti baafna. Waan nu ilaallatuu fi nu hin ilaallannee wallaallee, wal qoccolla. Akka nama tokkotti Kan of hin bilisomsinee , Bilisummaa sabaaf hin falmuu. Warri Bilisummaa ofii hin mirkaneessinee, , Waa gaafa ho’iitu, Bilisummaan boruu taati jedhanii fiiganii itti seenan. imalli bilisummaa yeroo dheerattu ammoo keessaa ba’anii, ykn ganee, ykn moggaa dhaabbatee qeeqaa fi xiinxala eegala. Namni Bilisummaa barbaaduu , jalqaba ofii isaa qaamaa qalbii bilisoomu isa barbaachisa. Raajiin Oromoota keenya keessatti argaa jirru garuu , kanarra taree OF-nama jibbisiisa. inni Gabrummaa jibbee, qabsaa’een Ummata kiyya bilisoomsaa jedhee of kenna. Inni kaan ammoo , qabeenyaa saammachuu fi nagaan ba’ee galuu ilaalee bilisummaa qabnaa jedha. Inni kaan ammoo, biyya alaa ba’uu isaa fi wayyaanee jalatti gabroomuu jalaa akka baraarameetti of ilaalee, amala habashootaan lammaaffaa gabroomee, obboleessa isaa waliin dhaabbachuu dadhabee kachachala. Continue reading