Filmii gabaabaa haala mootummaa TPLF kan mull’isu.

Aside

Aside

Image may contain: 1 person, text

Godina Baalee Aanaa Diinshootti leenjii hooggasaa maqaa jedhuun ummanni wal gayii waamamee doorsifamaa jira.

Aside

19731884_137962103449669_4789384958733527366_nAdoolessa 5,2017/Godina Baalee Aanaa Diinshootti leenjii hooggasaa maqaa jedhuun ummanni wal gayii waamamee doorsisni adda addaa kannamaafii jira.akka gabaasni achii nu gahe addeessutti Faaydaa addaa oromiyaan finfinnee irraa argatu kanaamiti jedhamee ololli oofamaa jira ummanni aanaa keenyaa Waan kanaaf jedhee mormiin godhamu yoo jiraate akka irratti akka Continue reading

Godina Arsii Aanaa Diksis Magaalaa Hamdaa Keessatti Ummanni Diddaa Sirna Wayyaanee Jabeessee Jira.

Aside

19702542_407325253001249_4608705056103289273_nAdoolessa 5,2017/ Godina Arsii Aanaa Diksiis Magaalaa Hamdaa keessatti Maqaa faaydaa addaa  Finfinneetin Mormiin ka’uutu mala jechuun Wayyaanen Ummata walitti qabdee eddoo kamittuu mormiin maqaa kanaan kan ka’u yoo taate jiraattonni Aanichaa Ujoollee teessan akka hojii misoomaa mootummaan eegale hin gufachiifne  jiraataan kamuu maqaa kanaan Continue reading

Gowwumaa  Immoo Harrummaa Dha?

Aside

Abdii Booruu Irraa

OPDO.jpg harreeTakkaa gowwoomuun waan jiru. Bara Baraan gowwoomuun garuu harrummaa malee gamnummaa miti. Mootonni Habashaa yaroo humni isaanii dhabee haxxawwa mee lafa irraa baduuf jedhu gamnumaa fi haxxumaa  haaraan as bahuun amala isaa isa duraa ti.   Namoota Oromoo keessaa warra jabaa tahan qabatee akka harree itti fe’amee bara dabarfachuu fi lubbuu dheerefachuu deddeebi’ee mulachaa jira. Erga rakkoo isaanii bahanii aangoo isaanii jabeefatanii booda uummatichaaf miti  harroota isaanii kanaafuu ulfinaa fi bakka guddaa hin qaban. Akka saree gad baasanii darbuun  salphinaaf saaxilu. Continue reading

The game of the bottle

Aside

By. Dr.Baro Keno Deressa

baroWe all want peace, we all want freedom, we all want stay out of war. We know the horrible toll and the criminal folly of war. But men of equal sincerity and loyality can and do honestly differ as to the best means of achieving this end. So let us try to think clearly and realistically in these difficult times. Those people, therefore, in our midst who would break up Oromo people life into hostile regional or religious groups and who would persuade others to judge Oromo peoples not on the basis of individual worth, character or achievement, but on the basis of the region to which they belong, or the religion to which they subscribe are the deadliest foes of the spirit as well as the peace of the Oromo people. Continue reading

Finfine Osoo Hin Tahin Maqaleen Kan Enyyuti?

Aside

Abbaawayii irraa

Barreessaa dhugaa baasa!TPLF angoo, maallaqa, biyya fi waraan ittisa biyaa harka isii osso jiruu dargageesaa fi shamaran Orommoo harka duwaa dhaan mormanin mohamtee.  Kana ragaa kan tahu TPLF filmaata democracy dhann gaggeessameen 100% filmaata mohee jattee osso hin turin labsi hatatamaa (state of emergency) labsu dhaan biya waraanan akka bulchaa jirtu addunyaan beeku dha.  Injifanoon dhigaa fi lubbu daa’iman fi hawwaan Oromoon arkaame akka laafaatti kan of booda hin deebinee tahu isaa TPLF kan bartee yaroo isiin labsi hatatamaa kan baati jahaaf labsitee dheerafachu waan dirqamteefi. Continue reading

SBO: Adoolessa 5 bara 2017. Oduu, Ibsa Qeerroo Bilisummaa fi Gaaffii fi Deebii Dargaggoo Mootii Kumalaa Ejjetaa waliin taasifame -Kutaa xumuraa Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

Aside

“Seenaa Keenya Dhalootatti Labsina” Artist Eliyaas Kifluu

Aside

Continue reading

Godina Wallagga Guddayyaa Bilaa Keessatti Daandiin Hojii Geegale Waggaa 4f Osoo Hin Xumuramiin Jira.

Aside

Adolessa 4,2017/Godina Wallagaa,Aanaa Gudayyaa Biilaatti,imma ijaarsa daandiin ilaalachiisee  ergi daandiin hojjetamuu eegalee waggaa afurii ol tadhu Qeerroon gudayyaa Biilaa fi jaree ni himu.haatadhu malee hojii kanarratti kan hirmaatu uummata Tigiree fi Goojjamoota qofaa tadhu qeerroon naannoo Sanaa ni addeessa. Continue reading