Godina Arsii Aanaa Diksis Magaalaa Hamdaa Keessatti Ummanni Diddaa Sirna Wayyaanee Jabeessee Jira.

19702542_407325253001249_4608705056103289273_nAdoolessa 5,2017/ Godina Arsii Aanaa Diksiis Magaalaa Hamdaa keessatti Maqaa faaydaa addaa  Finfinneetin Mormiin ka’uutu mala jechuun Wayyaanen Ummata walitti qabdee eddoo kamittuu mormiin maqaa kanaan kan ka’u yoo taate jiraattonni Aanichaa Ujoollee teessan akka hojii misoomaa mootummaan eegale hin gufachiifne  jiraataan kamuu maqaa kanaan

mormii godhuuf akka manaa hin baane fuula keessan gara misoomaaf nageenya naannoo keennaa akka godhattan jechuun kaabinoonni manneen barnootaa hunda keessatti umnata doorsisaa jiraachuun dhagayamee jira.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: