Godina Shaggar lixaa magaalaa gindabaratii fi kaachisitti rakkoo Bishaanii,ibsaa fi daandiin dararaamaa jiraachuu uummanni gama sanaa ni addeessa.Rakkoo bishaani ergi muudatee baatii sadii oliif erga badee ergi baatii sadii uummanni bishaan qulquulluu dhabuun lolaa lagaa yaadhu ugaa jiraachuu,uummanni dhibee gara garaaf saxilamee jira rakkoo fayyaan wal qabatee jechuudha. Continue reading
Blog Archives
Seife Nebelabal Radio, Adoolessa 2, 2017
Aside
Aside
Ummanni Oromoo Karoora Maastar Pilaanii Finfinnee Toftaa Jijjiirratee Hojiirra Oolfamuuf Jiru Gonkumaa Hin Eyyamu!
Jidduu kana Mootummaan Wayyaanee karaa “Kaabinee Ministirootaa” baanuun wixinee labsii faayidaa addaa Oromiyaan Finfinneerraa qabdu jedhu baaseera. Akka ibsa gartuu faashistii kanaan baheetti wixineen labsii kanaa raggaafamuudhaaf Mana Maree Bakka Bu’oota Ummatootaaf dhiyeeffama. Ummanni Oromoo fi dhaabni kallacha qabsoo isaa Addi Bilisummaa Oromoo wixinee labsii kanaa gonkumaa hin fudhatu. Continue reading
RSWO – Adooleessa 2, 2017 – ODUU, DHAAMSA RSWO FI QOPHII BIROO DHAGEEFFADHAA
Aside
Aside

Finfinneen “Dantaa Addaa” Osoo Hintaane Qaama Dachii Dhaloota Oromiyaati
Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Irraa Kenname.
TPLF mata-duree ‘’Bu’aa Addaa Ummatni Oromoo Finfinnee irraa argachuu qabu”jedhuun torban kana wiixinee tokko labsuun isaa ni yaadatame. Wiixineen kun karaa haqaa dantaa sabni Oromoo Finfinnee irraa argachuu qabu heeruuf kan yaadamee osoo hintaane, ijibaata TPLF bara angoo bittaa isaa dheereffachuuf saganteeffate ta’uu isaa Qeerroon Bilisummaa Oromoo jala harriqee hubachiisuu fedha.
Finfinneen qaama dhaloota Oromiyaati. Oromiyaa irratti abbaan Ummata Oromooti. Ummatni Oromoo bulchiinsa biyya isaaf eyyama ilmaan TPLF argachuu isa hinfeesisu. Finfinneen Maqalee ykn ammoo Aduwaa miti. Finfinneen wiirtuu Oromyaa, jiddu-galeessa buufata Ilmaan Oromooti. Finfinneen dachee akaakilee fi abaabileen keenya baroota dhufaa darbaaf irratti wal horaa jiraataan, qee uuman nu badhaaase malee daangaa ijoolleen Tigiraayi waraqaadhaan sarartee nuuf qooddu miti. TPLF dhimma Oromoo fi daangaa Oromiyaa irrati murtee tokkoyyu kennuuf angoo itti hinqabdu. Nuti Qeerroon Bilisummaa Oromoo biyya abbootiin keenya dhawaataan nutti dabarsan eegachuuf, kunuunsuu fi taliiguuf mirga fi dirqama guutuu itti qabna. Continue reading
SBO: Adoolessa 2 bara 2017. Oduu, Ibsa ABO fi Gaaffii fi Deebii Dargaggoo Mootii Kumalaa Ejjetaa waliin taasifame -Kutaa xumuraa.
Aside
Simbirtuu: Dhimma Finfinnee Ilaalchisee Marii Qophii Addaa Dr. Moosisaa Aagaa Waliin Taasise.
Aside
Gowwumaa Immoo Harrummaa Dha?
Aside
Damee Boruu irraa
Takkaa gowwoomuun waan jiru. Bara Baraan gowwoomuun garuu harrummaa malee gamnummaa miti. Mootonni Habashaa yaroo humni isaanii dhabee haxxawwa mee lafa irraa baduuf jedhu gamnumaa fi haxxumaa haaraan as bahuun amala isaa isa duraa ti. Namoota Oromoo keessaa warra jabaa tahan qabatee akka harree itti fe’amee bara dabarfachuu fi lubbuu dheerefachuu deddeebi’ee mulachaa jira. Erga rakkoo isaanii bahanii aangoo isaanii jabeefatanii booda uummatichaaf miti harroota isaanii kanaafuu ulfinaa fi bakka guddaa hin qaban. Akka saree gad baasanii darbuun salphinaaf saaxilu. Continue reading
OLF representative made comprehensive notes on State-sponsored oppression: The case of Oromo people’s struggle in Ethiopia.
Aside
Oppressed Nations in Scottish parliament
Dr. Shigut Geleta

The Unrepresented Nations and Peoples Organization (UNPO), in collaboration with the Third Generation Project (TGP) and MSP Willie Rennie (Scottish Liberal Democrats), held a conference entitled ‘Sharing Perspectives on the Rights of the Unrepresented on the Eve of UNPO’s XIII General Assembly’ on 26 June 2017. Continue reading