ONN:Qophii Doyaa Marii TVOMT Sadaasa 5/2017 dhihaate

Aside

Continue reading

Guyyaa Yaadannoo FDG  Sadaasa 9 Waggaa 12ffaa Kabajamuuf Jiru Ilaalchisuun Dhaamsa Qeeerroo Bilisummaa Oromoo Irraa Uummaata Oromoo Hundaaf Dabarfame.

Aside

Sadaasni 9 Guyyaan Yaadannoo Guyyaan Seenaa Qabeessi, Guyyaan Fincila Diddaa Gabrummaa FDG (meaning Revolt Against Subjugation) waggaan 12ffaan dhiyaate jira. Barri isaa Sadaasa 9-03-2005 ture. Dargaggootni barattootni Oromoo dhalootni Qubee haarawwaan waamicha Qabsoo ABO Uummata Oromoo hundaaf godhee keessatti dursanii owwaachuun bifa adda ta’een Qabsoof hiriiranii warraaqsa akkaa abidda saafaa boba’u diinatti qabsiisan. Wareegama qaalii baasuun mooraa Qabsoo Bilisummaa Oromoo haaromsuufi gabbisuun bara Qabsoon Bilisummaa Oromoo bifa adda ta’een dhaloota haarawaa hirmachisuun finiineedha. Jaallaan Ilmaan Oromoo gootota falmaa Irratti Wareegamaan guyyuu kan Yaadannuufi Gumaa isaanii Bilisummaan baanu ta’uu hubachiisna. Kaayyoo isaan Irratti wareegaman galiin gahuuf Qabsoon Qabsoo dhalee, Warraaqsii Warraaqaafi Warraaqsa dhalee bara 2011 hundeeffaama Qeerroo Bilisummaa Oromoof bu’uura ta’e. Continue reading

SBO Sadaasa 5, 2017. Oduu, Haala yeroo irratti Ibsa ABO fi Sadaasa 9 guyyaa Yaadannoo FDG waggaa 12ffaa sababeeffachuudhaan marii Dargaggoo Lammii Beenyaa waliin taasifame kutaa 3ffaa.

Aside

SQ: Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Sadaasa 2, 2017

Aside

SBO Saadaasa 03,2017. Oduu, Saadaasa 9 Guyyaa Yaadannoo FDG waggaa 12 ilaalchisuun marii dargaggoo Lammii Beenyaa waliin taasifne kutaa 2ffaa fi Guyyuma kana ilaalchsuun sagantaa qophaahe.

Aside

SQ: Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Onkoloolessa 31, 2017

Aside

ONN: Oduu Olmaa Oromiyaa Onk 31/2017

Aside

SBO: Sadaasa 1 bara 2017. Oduu, Ibsa ABO fi Yaadannoo Waggaa 12ffaa Guyyaa Fincila Diddaa Gabrummaa ilaalchisee Marii Dargaggoo Lammii Beenyaa waliin taasifame -Kutaa Jalqabaa Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

Aside

Hawwisoo Qeerroo Bilisummaa

Aside

Continue reading

Wayyaanee nurraa balleessaa jedhu Goototi Qeerroo Naqamtee.

Aside

Continue reading