Wallagga Naqamte- Agaaziin ummata nagaa irraatti dukaasa roobsaa jira/Gurraandhala 26,2018

Aside

Continue reading

Gabaasaalee Oromiyaa keessaa tokko tokko

Aside

Gurraandhala 26,2018

Godina Wallagga bahaa magaalaa Naqamtee keessatti mootummaan Abbaa irree wayyaanee yakka diinummaa uummata oromoo irratti raawwatu torbanoota kana keessa daran hammeessee jira.Mootummaan sirna cunqursaa abbaa irree wayyaanee  kufaatiin  isaa haalaan jala ga,uusaa erga guutummaatti mirkaneeffateen booda yakka duguuggaa sanyummaa isaa dhumaa uummata oromoorratti erga labsee bubbulee jira.Haaluma kanaanis mootummaan sirna nama nyaattuu wayyaanee sodaa fi rifaatuu jabaa keessa seenuudhaan waan qabee gad lakkisus erga wallaalees bubbulee jira.torban kana keessas sanbata duraa irraa kaasee uummata Nagaan hidhamtoota siyyaasaa gara magaalaa Naqamtee dhufaa jiran kanneen akka Dr Maraaraa guddinaa ,Obbo Baqqalaa Garbaafaa simachuuf uummata bahe irratti reebichaaf hidhaa akkasumas dhukaasa jumlaan raawwachuudhaan gaaffii uummatichaa gara loliisaa fi gooliitti ofiima isaatii  jijjiiree jira. Continue reading

#Wallagga Naqamte FXG Gurraandhala 26,2018

Aside

Continue reading

Spoke in Parliament this afternoon about the ongoing persecution of the Oromo peoples in Ethiopia.

Aside

Simannaa Gooticha Artist Eliyaas Kifluuf Qeerroon taasifame.

Aside

“WBOn Maal Kajeelee” Jedhu Goototi Qeerroo Bilisummaa Godina Wallagaa Magaalaa Naqamtee. Gurraandhala 25,2018

Aside

Continue reading

Wallaga Magaalaa Dambi Doolloo FXG Qeerroo Bilisummaa Gurraandhala 25,2018

Aside

Image may contain: one or more people and outdoor Continue reading

“Dabeessi Muddame Galteetu Oduu Caala” Diddaa Qeerroo Bilisummaa Wallagga Magaalaa Naqamtee,Gurraandhala 25,2018

Aside

Continue reading

Fincila Uummataa Gurrandhala 1974 fi Gurrandala 2018.

Aside

Damee Booruun

Guyyaan FDG University Dirree Daawwaattti Kabajame

Gurrandala 1974 fi Gurrandala 2018 jidduu waggaa afurtamii afur keessatti mootota Habashaa sadii wal jalaa booda akka mataan halayyaa seenaa jiran agarra.” Gamni orma irraa barata, gowwaan immoo ofii irraa iyyuu hin baratu” akuma jedhan tokko tokkoon isaanii seenaa fokkataa fi yakkama fudhatanii gara boola isaanii seenaa jiru. Maxxansaa gabaaduu kana keessatti seenaa mootota kana xinxaluuf bakkaa fi yaroo hin qabu. Haa tahu male bara lammeen olitti kaase kana wal bukkee kaaseen ilaaluu yaala.

Bara kudha saglii fi jaatamaa fi torbaatamaan keessa  sochiin bartoota Itopiyaa haala cimaan gageefamaa ture. Sababa kanaan Mootumaan Haaiyle Selaasee bartoota ajjeessuu , hidhuu fi dararuu irraa booda hin jenne. Garuu Gurrandhla 1974 sochiin bartootaa fincila  uummataan wal qabatee didaan jabaachuuirraa kan ka’e prime minister namni ture Akiluu Habteweld aangoo irraa darbame. Mootummaan Haayile Selaase namicha barnoota guddaa qaba jedhamee beekamu Indaalkaachew Mekoonin prime minister haaraa godhee mude. Continue reading

ONN:Wal-hubannaa ABO fi TPLF jidduu ture laalchisee marii bal’aa itti G/Damee Dantaa Alaa ABO kan ture Obbo Taahaa Abdii waliin goonee kutaa xumuraa.Gurraandhalaa 25/2018

Aside

Continue reading