ONN:Oduu Amma Nu Dhaqqabeen Ajjechaa Jumlaatu Dhiha Oromiyaa Magaalaa Gimbii Kessatti Agaaziin Raawwatamaa Jira,Bito.3/2018

Aside

Continue reading

Labsiin Muddamaa ABUT/Wayyaaneen Labsite QBO Galma Hin Hanqisu!

Aside

 Qabsoon  ittisaa fi qolatnaa gabrummaa ummatno Oromoo bara dheeraaf adeemsisaa ture yeroo sadarkaa murteessaa irra gahee jiru kanatti galma hanqisuuf labsiin buchulloota Tigreen labsame ummata Oromoo biratti dhuufuu farda guluufuu hin gahu. Ajjeechaan biyya isaa irratti ummata Oromoo irratti

raawwatamaa turame qabsoo kana daran finiinsaa akkuma asiin gahetti dhumaatiin biyya isaa irratti dhumuu uummata Oromoo walabummaa fi bilisummaa isaa gonfachiisuuf daran shaffisiisa malee duubatti akka hin deebine beekkamuu qaba.

Continue reading

SBO Bitootessa 04,2018. Oduu, Qophii haala magaalaa D.Doolloo irratti marii dargaggoo Lammeessaa Daaksisaa walii n taasifame.

Aside

Ibsa Ariifachiisaa Haala Yeroofi Itti Fufinsa Sochii Warraaqsaa Biyyoolessa Oromiyaa FXG Ilaalchisuun Qeerroo Bilisummaa Oromoo Irraa Kenname!!

Aside

Mootummaan Wayyaanee Sochii Warraasa Biyyoolessaa Oromiyaa FXG karaa nagaa, kabajamuu Bilisummaa, Walabummaa, mirgoota Dimookiraasiifi Mirgoota Namummaaf Qeerroon Bilisummaafi Uummatni Oromoo hundii itti fufinsaan Waggoota shanii(5)f gaggeessa jirruun injifatamee kufee waan jiruuf yeroo ammaa kanatti kufaatii irraa of dandamachiisuufi haaloo uummatarratti bahuuf addatti Yeroo 2ffaaf kallattiidhaan Waraana Uummatarratti labse. Labsii Waraanaa Uummatarratti Continue reading

“Suuraan Haa Dubbatu” Abbaa Shumbee fi Lij-Yaareed.

Aside

Image may contain: 1 person, smiling, hat

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Bitootessa 2,2018

Aside

ONN:Qophii Addaa keessatti Ajjeechaa Jumlaa Manni Marii Wayyaanee Bit.2/2018 Ilmaan Oromo irratti dabarsee laalchisee.

Aside

ONN:Qophii Addaa keessatti Ajjeechaa Jumlaa Manni Marii Wayyaanee Bit.2/2018 Ilmaan Oromo irratti dabarsee laalchisee Mormii Ummata Oromo fi Hayyoota Seeraa , Biyyaa keessaa , Masrii fi Saawuud Araabiyaa ,Kaanaadaa fi Ameeriikaa irraa.

Continue reading

SBO Bitootessa 02,2018. Oduu, Qophii haala yeroo irratti hundaa’ee fi diddaa Naqamtee irratti marii dargaggoo Roorroo Cabsaa waliin taasisame.

Aside

Simbirtuu: Mormitootni 13 mootummaa cehumsaa hundeessina jedhu. Dambii Doollootti hará 1- wareegame. LYM irratti Dh.D.U.O muddameera.

Aside

HIMA DIDDUUN , DU’A HIN DIDDUU !!!

Aside

SEENAA Y.G (2005)

Amma Mana keenya ijaarrachuuf murteeffachuun haqummaa ni qabaata. Bitaa fi mirga ilaallannee siyaasa keenya gaggeessuuf hedduu yaalleerra. Osoo miidhamnuu obsinee walii keenyallee nuffuu fi akka sodaataatti wal ilaalleerra. Diinnis fageessinee yaaduu keenya sodaatti fudhatee jira. Shira wayyaanee maseensina jennee osoo miidhamnuu callsiuun keenya, waan barbaannu qofaa gaggeessuun keenya, Sisyaasa keenyaaf bu’aa olaanaa galmeesiseera. Garuu diinni gonkumaa nu hubachuu hin dandeenye. Na ga’aas wallaaleera. Hegaree isaa fi Ummata isaafillee yaadutti hin jiru. Nuuti ammo siyaasa hegaree keenyaaf jennee waa hedduu ilaallannee tarkaanfachaa jirra. Har’aa garuu haalaa fi yerootuu waan hundaaf nu afeeraa jira. Dubbiin itti hin ariifannuu jennuu hundumtuu ,har’aa qormaata ta’ee nu fuuldura dhaabbateera. Continue reading