Hundeeffama sochii Qeerroo Bilisummaa Oromoo keessatti koree qindeessaa jalqabaa ta’ee Jaallan isaa waliin sochii jaarmiyaa Qeerroo Bilisummaa keessatti eegala bara 2011 keessa hogganummaa siyaasaan sochii Qeerroo gama hundaan taasisaa osoo jiruu University Harmayaa irraa qabamee waggaa 7 fi walakkaa hidhaan dararamaa turee amma bilisaan bahe.Imala gara Horroo Guduruutti Jaallan isaa hidhaa irraa bilisa gadhiifan waliin godhan irratti simannaaQeerroo magaalaa Harattoon isaanii taasiameen irratti haasaa gabaabaa gootichi Dachaaasaa Wiirruun taasise kunooti.Dachaasaan haasaa isaa irratti ummanni Horroo Guduruu fi Qeerroon goota Oromoo osoo weerara Habashaa falmuu wareegamee reeffi isaa biyya Habashaatti fudhatame Abishee Garbaan akka biyya dhaloota isaatti deebi’uu fi siidaan isaas magaalota keessatti akka dhaabbatuuf dhaamsa qaama mootummaa fi ummata Oromoof dabarsee jira.
Sirna Yaadannoo Waggaa 9ffaa Gootichi Oromoo Wandimmu_Daammanaa Kumsaa:
Aside
Wandimmuu Daammanaa waxabajjii 1978 A.L.H tti ,Godina Shawaa Lixaa,Aanaa Midaa Qanyii ganda Boquu Nissootti dhalate. Akkuma ilmaan Oromoo kamiyyuu umuriin isaa wayita barnootaaf gahu,baratee kutaa 11ffaa wayita gahutti,Guraandhala 21 bara 2001 A.L.H tti Sochii Warraaqsa FDG barattoota Oromoo Mana Barumsaa Geedoo sadarkaa lammaaffaafi Qophaa’inaan taasifameen rasaasaa Poolisoota ergamtuu diinaa irraa itti dhukaafameen Lubbuun isaa wareegame. Gootichi Oromoo Wandimmuu Daammanaa wareegamus kaayyoofi akeekni inni irratti Wareegamee hin wareegamne irratti kufa kuffisaa Oromoon diina hudhee qabee jira!! Continue reading
SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Bitootessa 9,2018
Aside
The Guardian:- ‘Freedom!’: the mysterious movement that brought Ethiopia to a standstill
Aside
Qeerroo – young Oromo activists – drove the mass strike that helped topple the prime minister of one of Africa’s most autocratic governments

Supporters of Bekele Gerba, secretary general of the Oromo Federalist Congress, celebrate his release from prison, in Adama, February 2018. Photograph: Tiksa Negeri/Reuters
Twelve years ago he helped organise mass protests against an election result he and many others believed the ruling Ethiopian People’s Revolutionary Democratic Front (EPRDF) had rigged. This landed him in prison, along with thousands of others, on terrorism charges. Continue reading
SBO Bitootessa 14,2018. Oduu, Dhumaatii Mooyaaleetti Mootummaan Wayyaanee geessiste fi gaaffii fi deebii Mis. GS-ABO fi Ajajaa WBO Zoonii Kibbaa Jaal Goollichaa Dheengee Waliin taasifamee fi SBO sagantaa Afaan Amaaraa.
Aside
Oromo Voice Radio (OVR) broadcast, March 12, 2018
Aside
Seenaa irraa Haa Barannu!
Aside
Damee Boruu irraa
Hooggantoonni OPDO bara kana namoota qara tahanii fi dammaqnisa qaban akka tahan waan mamnu natti hin fakkaatu. Waan hojii fi muxxannoon isaanii bara dheeraa warra Habashaa wajjin taheef ammantaa jabaa waan isaa irratti qaban akka tahe hojiin isaanii fi oolmaan isaanii ni agrsiisa. Yaroo qabsoon uummata Oromoo Qeerroo Bilisummaan hooggannamu Oromiyaa guutuutti fininu Obbo Lammaa Magarsaa Bulchaan Naannoo Oromiyaa ,“utuu uummata Oromoo milliyoona afurtama of duubaa qabnuu maal sodanaa” jedhee ture. Jecha haqaa onnee irraa buqa’e akka tahe naaf gala. Continue reading
NAAFKOO SOBBOOQAA *GUBAA BARA BARAA* NEW OROMO MUSIC, 2018
Aside
“VIVA QEERROO” Dawite Mekonen romo/Oromiyaa Music 2018 (Official Music Video)
Aside
Aside
