Oromo Voice Radio broadcast on March 17, 2014

Aside

LEENCA GURMUUN BOBBA’E – Dirree Qabsoo

Aside

LEENCA GURMUUN BOBBA’E GALLI – MILKIIDHA!!

Jiituu Lammii – Dirree Qabsoo, Zoonii kibbaarraa

Nan baasa gumaa gootowwan koo;

Nan baasa gumaa!

Qoosaa mit-lubbuun jaallan koo;

Nan baasa gumaa!…..”

Hanga ijji koo danda’uttan bitaa mirga koo ilaale. Mukkeen gammoojjii aduu dadhabanii baalli irraa harca’ee qoraattii qofti ittafe malee waan ijji koo irra qubattun dhabe. Hundee mukaa tokko jalatti siqeen ammas ija kootiin waa barbaaduu ittifufe. Simbirroota lamaa- sadi ta’anii takka siiquun wal waamaa, takkammoo weedduun wal faarsaa mukarraa mukkatti ce’aa jireenya uumamaa waliin waldhaansoo qaban qofatu miira abdii wayii keessa namaatti yoo uume malee sagaleen abdii tokkollee waan jiru namatti hinfakkaatu. Iccitiin manaa nabaase garuu dhugaa kana waan geeddaruuf lafa lafa onaa fakkaatu kana keessa qalbiin koo waa dhaggeeffachuu hinlakkifne. Gammoojjii gogaa, bakkuma gurri namaa sagalee abdii dheebotu kana keessa abdii abdii caalutu jira. Abdii nam-tokkee qofa osoo hintaane, abdii saba guddaa, abdii saba roorroo ormaa hadheeffatee furmaataaf sochiitti jiruutu achi keessa jira. Otoon kanuma yaadaan buusee baasuu, “…geenyeerra!” jedhe namni karaa na qajeelchaa ture fuula gara kootti deeffachaa. Haltokko gara isaa miil’adheen ijaafi qalbii kootiin akka qeerransa beela’ee waa adamsuu bosona fuuldura koo jiru sakkatta’uutti deebi’e. Waan ijji koo argu dhugaa ta’uu isaa mameen miiraa gammachuufi rifaasuu walkeessoo tokkoon ka’ee dhaabadhe. Namoonni lama uffata bifti akka magariisuu uffatanii, qawwee gateettirra godhatanii, muka keessaan ulluuqaa gara keenyatti yoo dhiyaatanin arge. Inni dura deemu umriin ga’eessa yoo ta’u, qawween ani kanaan dura argee hinbeekne gateettiirra buufatee nama karaa na qajeelchaa ture nagaa gaafachaa miilaan gara kootti qajeele. Inni ittaanu kaa’ima reefuu yoo ta’u mataan cibiramee gurmuu keessa ciisu waliin yoo irra galchanii ilaalan leenca dheekkame fakkaata. Akka ilmoo haadhaarraa gargar turteen fiigee dabaree dabareen lamaan isaaniittuu harka maradhe. Qalbiin koo giduutti waa hedduu yaadattee imimmaan xiiqii ija koo keessaa harca’uu jalqabnaanan ciniinnadhee gadi dhoowwachaa jara gidduu bu’ee karaa ittifufe. Kabajamoo dubbistoota barruu kanaa, kana booda yeroofis ta’u keessummaa WBO ta’uuf jirtuutii yaadaaf qalbiin dhiyaadhaa!

Imala gabaabaa booda moonaa gootaa –goota daabee jigaa, kallacha qabsoo Oromoo, leenca roorroo jibbee gurmuun bosonatti gale, abdii Oromoofi Oromiyaa – WBO geenye. Waraan bakka bakka isaatti battala qabatee of eeggannoon sochii jiru hordofu yoon argu moonaan kun moonaa adda waraanaatti dhiyeenyaan jiru ta’uun tilmaame. Lafa qubsumaa gahee, gaaddifni boqqonnaa erga naaf tolfamee booda bishaan qabbanaawaan naaf dhiyaate. Ittaansuun shaayiin aannan waliin danfe naa gololchamee, dhangaa WBOn qopheesse waliin fuuldura koo gahe. Keessummaa WBO ta’uun akkam nama boonsa seetan! Dhangaa dhiyaate lilliqimsaa yaada sammuu kiyyaa dhaggeeffachuu ittifufe. “….edaa ilmaan saba kiyyaa rasaasa rasaan qolachuutti jiru! ….edaa ilmaan haadha kiyyaa mudhii jabeeffatanii sibiila hidhatanii, diina afaan qawween dabaree wal furee roorroof qe’ee saba isaanii dhuunfate afaan qawweetiin buqqisuuf murannoon diina waliin waldhaansoottii jiru! …edaa goota qabna…! Edaa dhiigni ilmaan Oromo nama gumaa baasuuf qaba! …edaa dhaadannoon diinaa goluma keessattii…..!?” Sammuun koo waa meeqa na yaade seetan.

Ilmaan Oromoo kaayyoo dhiigaan isaan qaqqabe dhiigaan galmaan gahuuf karaarra jiru. Ijoolleen WBO- fedhii namummaafi jireenya dhuunfaa hunda tuffatanii qooqa hidhatanii, hidhannoo jabeeffatanii, bilisummaa sabaafi walabummaa biyyaa dhugoomsuu akeeka godhachuun of kennaanii, diina saba isaanii goolu abiddaan kaaraa dhufettii godaansisuuf kuffisanii kufaa jiru. Isaaniif: haadhaa – abbaarra, obbooleessaa – obboleettiirra, dhalaa – ilmoorra, qabeenyaa – qananiirra…. kaayyoo sabaatu caala. Kaayyoof taanaan, wanti isaan waakkatan hinjiru. Tarii warri ammas mamiitti jirtan, akka kiyyaa fagaattanii otoo hindeemneyyuu ilmaan Oromoo mudhii hidhatanii sibiila qabatanii diina haadhaa fuulduratti tarkaanfachaa jiran qe’uma keessanittuu isin qaqqabuuf jiruutii – obsaa…!!

Anumaa akkuman callisetti waa hedduu of keessatti dhageeffachaa jiruu jaalli tokko gara kootti siqee “…hinceeka’iin…! Jedhe. Akka loqoda gara biraatti ‘hinmukaayiin…!’ jechuudha. Kabajamtoota keessumma WBO, jaallummaan ijoollee WBO biratti ulfina jabaa ta’uu qalbiitti qabadhaatii amma gara yaada harkaa qabnutti deebina. Jaalli kun qawwee isaa qomatti hirkifatee tamboo isaa harkisaa ijaan karaa bal’aa battala gama keessa qaxxaamuru fageenyarraa ilaalaa innis yaadaan fagaate. Aduun gamoojjii gogaa qaama isaa qaqee cilaattesseerra. Jajjabinni qaama isaa garuu alaalumaa beeksisa. Takka haala kanaan erga turree booda, haala qabsoon hidhannoo irra jiruufi sochiin uummataa maal akka fakkaatu odeessa gabaabduu walii qoonnee, baakki amma jirru kun lafa waraanni itti ka’uu danda’u ta’uu natti himee mooraa biraatti akka na dabarsan ijoollee WBO sadi waliin na geggeesse.

Fuuldura kiyya imala dheeraatu jira. Bakkan gahe hundatti sochii WBO daawwachaa, lafa dhiyetti, tokkos lamas bulaa, bubbulaa, fedhu aanan fedhu damma, fedhu foon gadamsaa, ykn. saalaafi gugguuftuu kan fedhe murachaa, kalaankalee ciffachaa, akka ilmoo leencaa sooramaa, akka mucaa dhabaa ururfamaa jabina jajjabee, tumsa hawaasaa, jaalala jaallumaa ….. haalkanii guyyaa otuman dinqisiifadhuu dadhabbii qaama koo madaa barruu miila koo otoon hindhaggeeffatiin amna dheertuu deeme. Biyya, bal’aa dirree bilisa wayyaaneef waraanni ishii abjuu baddeenillee garas miil’achuu hinfeene, kan to’annaa WBOfi leenca gammoojjiin qofaa bulu deemee… deemee… waliin gahuu dhiisii ijaanuu ilaalee akkan hinfullaafne ergan hubadhee booda bakka tokko qubadhee waanan arge xiinxaluu murteeffadhe. Feetan achuma waliin turra.

Amma lafan bubbulee haala jiru xiinxalu gaheera. barruun miila koo hangi lafa tuqu hundi bishaan abbuuqatee lafa ejjachuu na sodaachuutti jira. Bishaan dhiqadhee uffata ergan jijjiirradhee booda haala jiru hordofuuf qophaa’e. Anumaa reefu dugda lafaan gahee sammuun xiqqoo akka shilim jechuu na kajeeluuti wanti tokko deebisee qalbii koo hawate. Waraanni gaaddisa qubatee gariin saddeeqa gariin ammo akkuma fedhii isaatti taphachaa ture huursee lafaa ka’ee “ ….dhiiroo bishaanii …. bishaani…” yoo jedhan dhaga’een “…maaltu maalte’e…!?” jedee anis lafaa ol ka’ee gara jaraattifuula deebise ilaale. Waraana furgaatuu bobbaarra turtee deebitu simachuutti jiraachuun hubadhe. Gaaddisa boqonnaa mijeessaniifi, bishaan dhugaatiin dheebuu erga baasanii booda, ammas warrii kaan bishaan buufatanii warra dadhabee dhufe toora galchanii miila dhiquu aansan. Gochaan inni kun akka isa kaanii ilaalee callisuuf na hindandeessifne. Qalbii guutuunan raajeffadhe. Jaala qabsoo jechuun waa hundaa oli. Jaallummaa faayidaarratti hundaa’u miti. Hariiroo naaf godhii – siifan godhaa of keessaa hinqabu. Hariiroo kaayyoofi wal abdachuu, hanga wareegamaatti wal kunuunfachuu….hariiroo dhala namaa gidduutti uumamu keessaa isa fixee ta’uun mirkaneeffadhe.

Amma doo’annaa koo gara xumuruu gaheera. Ta’us garuu dhimmoota lamaan boruuf hinbulfanneen harkaa qaba. Mooraan amma ittargamu kun mooraa madoon keessatti waldhaanamaa jirani. Qabsoo saabaa keessatti sabaa ofiif dhiiga ofii dhangalaasuun, qaamaa- ittihir’achuun, lubbuu- ittiwareegamuun, miira akkamii akka namatti uumu bakkatti argamanii abbichaarraa baruu caalaa ragaan dhiyaatu hinjiru. Kanaaf madoowwan naannoo kiyya jiran xinxaluun jalqabe. Namni nan madaaye jedhee kulkulfatu tokkolleen ijaan barbaadee dhabe. Kaayyoo bahaniifitu laalaa madaa nama hindhaggeeffachiifneef malee, madaatu madaa laafaa ta’eetu miti. Rasaasa qaama keessatti hafte akkuma nama qoraattii walii baasuu achumatti baqaqsanii wal keessaa guru. Warra muratee bayetu akka kana. Madaa ofii otoo hintaane madaa saba isaaniit dhukkbsatu. Isaaniif qabsoorraa hafuun kan danda’amu gaafa lubbuun isaanii wareegamte qofa. Gaafas ulfinaan gaalmee seenaa barri hinmoofessinerraa yaadatamu. Kanaaf kan madaaye yoom akka fayyee hidhannoo isaa mudhiitti deeffatee dhimma baheefitti deebi’u qofa yaada.

Yaada kana qalbiitti qabachuun akka toluuf jecha seenaa gabaabduu tokko waliin ilaalla. Kanaaf ammo madoo jiran keessaa namtokkon fildhe. Maqaan Murataadha. Haala isaarraa ka’uunan moggaaseef malee maqaan isaa akkas miti. Asumaanis ammo iccitii eeguuf dirqama qabaachuu koos hindagatiinaa. Murataan baatii muraasa dura luqqeettuu isaarra rasaasaan madaaye. Ammaa jaallan qabsoorraa waldhaansa argachaa jira. Madaan isaa fayyee yoo ejjetu qofa xinnuma miilaan gartokkotti dhiibbata. Gaaddifni keenya wal fuullee waan ta’eef warra kaan dura dafee natti madaqe. Hunduma caalammoo amala kolfee taphachuu waan qabuuf moora hunda mukuu baasa. ‘Daamaa’ taphatee yoo qoofu gara kiyya dhufa. Akkaataa roorroon diinaa qabsootti isa baase, milkii duula gaafa innii madaa’ee (humna diinaa guyyaa sana rukutame, meeshaa booji’ame…) tokkoo lamaan naaf seenessa. Murataan amma waa hunda caala guyyaa guutummaatti fayyee muraasa isaatti deebi’ee hidhannoo isaa mudhiitti deeffatu abdiin eega. Kolfaaf gammachuu miira isaarraa dubbifamuun alatti sirbootaaf faaruu qabsoo afaan isaa keessaa hinbu’u.

Nan baasa gumaa gootowwan koo;

Nan baasa gumaa!

Qoosaa mit-lubbuun jaallan koo;

Nan baasa gumaa!…..”

Jechuun yoo inni maqaa gootota dirree qabsootti wareegamaniifi barattoota meesha maleeyyii diinaan ajjeefaman dabaree dabaareen waamee faarfatu dhaggeeffachuun waan hunda caala nagammachiisa. Miira xiiqii keessa kootti uuma. Gaafa deemmiin kiyya dhiyaachuu dhagahu waa tokko natti dhaammate. Dhaammannoo isaa kan koo qofa otoo hintaane kan kan Oromoo hunda ilaallatu waan ta’eef xumurattan ittideebi’aa amma seenaa fakkeenyummaa gaarii qabu tokottan deebi’a.

Daa’ima ganna sagaliiti. Yaanniif qalbiin isaa garuu nama jabaa caala. Ammaaf maqaa isaas iccitumaan qabnee yeroof ‘ Ganamoo’ haajennuun. Daa’ima sadarkaa umrii kanarra jiruuf maaltu akka barbaachisu mee sadarkaa guddina hawaasa keessa jirtanirraa ka’aatii yaadadhaa. Ganamoon garuu hiree kana hundayyuu hinarganne. Sababni isaammoo hawaasin inni keessaa dhalate qaama saba gabrummaa jala jiruu ta’uudha. Ganamoon diiramtuu ka’ee warraa isaa biraa gaala waliin bobba’a. Tikseedha. Tarii wanti inni manaa fudhatee bobba’u yoo guddate bishaan xiqqoo kobolaatti naqatu qofa. Yoo waareen ho’u, gaala isaa lafa baalli jirutti geesseetu gara hojii isaa, tarii kan irribaa yoo ka’ellee yaaddatutti fuulleffata. Kobolaa bishaan ittifudhatee bobba’e keessaa bishaan gadi xuruursee gaala haawwicha mirgisaa filatee elma. Kobolaan isaa yoo guutu aannan litira shan gateettirra godhatee gara WBO dhiyeenya isaa jirutti fiiga. Ammaammoo qabsaawaadha! Qoree saphansaafi sigirsoo bineensallee rarraasee qabu gidduu lo’ee WBOtti makama. Yoo waraannillee lafa geeddarate Ganamoon lafa WBOn jiru hinwallaalu. Afuura WBO beeka, jalatti guddate waan ta’eef foolii isaa dhagaha. Hangan achi turetti Ganamoon guyyutti aanan litira shan qabatee qabsoof gumaacha. Nama fuula hinbeekne naannichatti yoo arge fiigee WBOtti hima. Yoo aduun galgalaa’u gala isaa ooffatee warraatti deebi’a. kana kaasuun koo waa irraa barannaafi. “Tarii keessi keenya xiiqomaa laata ….!?” Jedheen. Abbumaaf dhiifna.

Amma doo’annoo koos xumureera, kan na hafe, boruuf milkii hawwee har’aaf nagaa dhaammachuudha Isa dura garuu “ ….. qabsoo sabaa galmaan gahuuf ilmaan Oromoo hundi bakka jiranitti waan danda’aniin hirmaachuu qabu. Waan dirreerra jiru atuu ija keen agarteetta. Oromoon human guddaa qaba. Humna kana warraaqsuun garuu hojii tokkoon tokkoon keenyaa ta’uu qaba. Gaafas warri har’a gargar qoodanii human saba kanaa laaffisuu yaalan abdii kotatu. Sabni keenya ulfinatti baha…” kuni dhaamsa Jaal Murataatti .. Anis kana caala waanan jedhu hinqabu. Akka adaa WBOtti dirqamaafi gaafa bobba’an “injifannoodha!” jechuun jaallan hafanitti nagaa dhaammatu. Anis “Injifannoodha!” jechaan hangan saganntaa dhibiitiin sinitti deebi’utti nagaa dhaammadha.

Faaruu Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Aside

OMN Oduu fi Qophilee Bitootessa 15/2014

Aside

SBO Bitootessa 16 Bara 2014 – Hiriira Hawaasa Oromoo Norway magaalaa Hamarii fi naannoo ishee akkasumas odeeffannoolee adda addaa qabnu caqasaa

Aside

Oromo Voice Radio broadcast on March 15, 2014

Aside

Mootummaan Wayyaanee Bosona Oromiyaa Mancaasuu Irra Darbee Qabeenya Ummataa Magalaa Harar Manca’uuf Gaafatama Qaba Jechuun Barattooti Oromoo Yuuniversitii Haromaya Gaaffii Kaasan.

Aside

Bitootessa 15,2014 Haroomayaa

Magaalaa Haromayyaa keessatti sababa magaalaa Harar keessatti qabeenyaan uummataa ibiddaan manca’aa hanga har’aatti gubachaa jiruu ilaalchisuun barattootni Yuniversitii Haromayyaa barumsa dhaabanii jiru kana malees  hojjetootni mootummaa gariin hojii irraa walaba of taasisanii jiraachuu gabaasi nu gahe addeessa.

Gaaffii barattooti kaasan keessatti,ammaan dura baroota bittaa TPLF keessa bosonni Oromiyaa ta’e jedhamee abiddaan gubamaa,bineensi keessaa manca’aa Oromiyaan kennaa uumamaan qabdu akka dhabdu taasisaa turan,bosonoota gubaa turan san yeroo ammaa inveesteroota dhalootaan Tigray ta’aniif baldhinaan hiramee jira. Haalli kun yeroo ammaa ammo gara magaalaatti ce’ee qe’ee daldaltooti Oromoo fi sabooti biro jiran abiddaan mancaasuun itti fufa gochaa hammeenyaa Wayyaaneeti sababaa jedhuun gaaffiin ka’ee jira. Gaaffiin kun Oromiyaa guutuutti akka hin qabanneef jecha dabballootii fi milishoonni Wayyaanee manneen barnootaa fi Yuunivesitiileetti bobba’anii akka jiran gabaasi kun hima.

Gama biraan diddaa barattootaa fi uummataan ka’een wal qabatee xurreen quunamtii fi tajaajilooti kan akka interneetii fi bilbilli naannoo mooraalee Yuuniversitii adda addaa irraa akka citu taasifamee jira.

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Bitootessa 14, 2014 Oromiyaa Finfinnee

Aside

“ኦነግ ኦሮሞ ነው። እናንተም ኦሮሞ ከሆናችሁ ለምን አንድ አት ሆኑም? እናንተ አንድ ብትሆኑ ልጆቻችን አይታሰሩም፣ አይገረፉም፣ አይሰቀ ሉም፣ የደረሱበት እየጠፋ ሃዘን አንቀመጥም፣ ኦሮሞ እስከመቼ ይታሰራል?

Aside

Roba PawelosRoobaa  Pawelos   “የኦሮሞ እንግዴ ልጅ” በሚል ስያሜ የሚጠራው ኦህዴድ በ1997 መስቀለኛ ጥያቄ ቀርቦለት ነበር። ጥያቄውን ያቀረቡት አንድ በዕድሜ ጠና ያሉ አዛውንት ነበሩ። ጥያቄው የቀረበው አዳማ /ናዝሬት/ ቀበሌ 11 አዳራሽ ውስጥ ነበር። ተጠያቂው የወቅቱ የኦሮሚያ ክልል ፕሬዚዳንት አቶ ጁነዲን ሳዶ ሲሆኑ ስብሰባው የተጠራው “ለምን አልመረጣችሁንም” በሚል ኦህዴድ ከህዝብ ጋር ያለውን ችግር ለመፍታት ታስቦ ነበር.

በለገጣፎ ገሃነምና ገነት አየሁ!

“በኔ ዘመን የኦሮሞ ልጆች እንዳይታሰሩ አድርጌያለሁ” ጁነዲን kkkkkkkkkkkkkkkkkkk qsqsqs
legetafo 7

“የኦሮሞ እንግዴ ልጅ” በሚል ስያሜ የሚጠራው ኦህዴድ በ1997 መስቀለኛ ጥያቄ ቀርቦለት ነበር። ጥያቄውን ያቀረቡት አንድ በዕድሜ ጠና ያሉ አዛውንት ነበሩ። ጥያቄው የቀረበው አዳማ /ናዝሬት/ ቀበሌ 11 አዳራሽ ውስጥ ነበር። ተጠያቂው የወቅቱ የኦሮሚያ ክልል ፕሬዚዳንት አቶ ጁነዲን ሳዶ ሲሆኑ ስብሰባው የተጠራው “ለምን አልመረጣችሁንም” በሚል ኦህዴድ ከህዝብ ጋር ያለውን ችግር ለመፍታት ታስቦ ነበር።
“ኦነግ ኦሮሞ ነው። እናንተም ኦሮሞ ከሆናችሁ ለምን አንድ አትሆኑም? እናንተ አንድ ብትሆኑ ልጆቻችን አይታሰሩም፣ አይገረፉም፣ አይሰቀሉም፣ የደረሱበት እየጠፋ ሃዘን አንቀመጥም፣ ኦሮሞ እስከመቼ ይታሰራል?” የሚል ጥያቄ ያቀረቡት አባት ንግግራቸውን መጨረስ አልቻሉም ቤቱ በጭብጨባ ተናወጠ።
“በኔ ዘመን የኦሮሞ ልጆች እንዳይታሰሩ አድርጌያለሁ። በድሬዳዋና በቦረና በኩል የገቡትን ኦነጎች ድጎማ በመስጠት አርሰው እንዲበሉ አድርጌያለሁ። አሁን የምትናገሩትን በሙሉ አላውቅም” የሚል መልስ ሲሰጡ ቤቱን ሁከት ሞላው። ስም እየጠቀሱ የታሰሩ፣ የተሰወሩና የተገደሉትን ተሰብሳቢዎቹ በየተራ ተናገሩ። “በሌሊት የማናውቃቸው ሰዎች በራሳችን ወንድሞች እየተመሩ ይበረብሩናል። አሁን እናንተ ለኦሮሞ ትቆረቆራላችሁ?” ጥያቄው ዘነበ። እንደፈለጉ እንዲናገሩ ክፍት በሆነው መድረክ ሙስናም ተነሳ። የአርሶ አደሩ መሬት መቸብቸቡ ተጋለጠ። ለሶላት አንሄድም በማለት አዳራሽ ውስጥ ጸሎታቸውን አድርሰው ጁነዲንን ሞገቱ። ሰሞኑን ይፋ የሆነውን ግምገማና ውሳኔ አስመልክቶ የጎልጉል የአዲስ አበባ ዘጋቢዎች ያነጋገሩዋቸው ወደኋላ ተመልሰው ያነሱት አስተያየት ነበር። “መሬታችሁ አይነካም። ፊንፊኔ መቼም ቢሆን የኛ ናት። ነፍጠኛ የጫነ ሌጣ ፈረስ አትመልከቱ። ሌጣ ሌጣ ነው” ያሉት አቶ ጁነዲን ቀጣዩ እጣቸው ምን ይሆን?
አቶ ጁነዲን ብቻ ሳይሆኑ በርካታ የኦህዴድ አመራሮች መራገፋቸው እንደማይቀር የሚገልጹት አስተያየት ሰጪዎች የኦህዴድ ካድሬዎችና አመራሮች በወገኖቻቸው ላይ እየፈጸሙ ያለው ወንጀል ባዕድ ከሚፈጽመው በላይ እንደሆነ ይናገራሉ። ስርዓቱ ተጠቅሞባቸው እንደሚጥላቸው እያወቁ ስለምን ወገናቸው ላይ እንዲህ አይነት አስከፊ የተላላኪነት ተግባር ይፈጽማሉ ሲሉ ይጠይቃሉ።
ስሙ እንዳይገለጽ የጠየቀ ወጣት የለገጣፎ ነዋሪ አንድ አብይ ማስረጃ ላሳይህ ሲል የጎልጉልን ሪፖርተር እየመራ ወደ ካንትሪ ክለብ ግቢ ወሰደው። ካንትሪ ክለብ በግፍ፣ በሚገርም ክፍያ፣ ያለ በቂ ዝግጅት ከአርሶ አደሩ ላይ የተነጠቀ ሰፊ መሬት ነው።
የካንትሪ ክለብ ዴቨሎፐርስ (COUNTRY CLUB DEVELOPERS P.L.C. – CCD) ድረገጽ እንደሚመሰክረው ሥፍራው ከ160 ሄክታር ወይም 16 ሚሊዮን ካሬ ሜትር አካሎ ይዟል። እያንዳንዱ ቪላ 1000 ካሬ ሜትር ይዞታ ሲኖረው፣ ከ282 እስከ 513 ካሬ ስፋት ባለው ቦታ ላይ ቪላዎቹ ተኝተው ይታያሉ።
ዋናውን መግቢያ እንዳለፉ ኢትዮጵያ ለገጣፎ ውስጥ ስለመገኘትዎ ማረጋገጫ የለዎትም። ቪላዎቹ ከመሬት ብዙም ከፍ ሳይሉ ተንጣለው ሲያዩዋቸው የተሽኮረመሙ ይመስላሉ። እየቀረቡ ሲሄዱ የቤቶቹ ድርድርና አሰራር ያስገርማል። ብዙ ሪል ስቴቶች ቢኖሩም እንደ ካንትሪ ክለብ ያለ አለ ማለት አይቻልም። ፎቅና ምድር ሆነው የተሰሩት ህንጻዎች የሲሚንቶና የድንጋይ ክምር አይመስሉም። መሬቱ የተዋበት ጡብ፣ በየመንገዱ ያሉት መብራቶች፣ የመዳመቂያ እጽዋቶቹ፣ ሳርና የተመረጠ አበባ የለበሰው መስክ ቀልብ ይሰልባል። ያለማገነን በለገጣፎ ገሃነምና ገነትን አይቻለሁ። አገርቤት መሆንዎን የሚያውቁት ባሬላ ተሸክመው ከወዲያ ወዲህ የሚሉትን “ምስኪኖች” ሲመለከቱ ነው።
ወጣቱ በቀስታ እያመለከተ እነዚህ ሁሉ የምታያቸው የቀን ሰራተኞች አብዛኞቹ የመሬቱ ባለቤቶች ነበሩ። አባት፣ እናት፣ ልጅ ቤተሰቦች ንብረታቸው ላይ ተፈርዶባቸው የቀን ሰራተኛ ሆነዋል። ለንብረታቸው የተከፈላቸው ካሳ ተመጣጣኝ ቢሆን ኖሮ እዚህ ጭቃ አያቦኩም ነበር። ወጣቱ አለቀሰ። ቤቶቹ የሚሸጡት ከአምስት ሚሊዮን ብር በላይ ነው። እንግዲህ አንድ አባወራ አራት ጥማድ መሬት ከተወሰደበት አራት ቪላ ይሰራበታል ማለት ነው። በአምስት ሚሊዮን ብር ሂሳብ ከሃያ ሚሊዮን ብር በላይ የሚያወጣ ግብይት ባንድ አባወራ መሬት ላይ ተፈጽሟል። እንደ ወጣቱ ገለጻ አራት ሄክታር የተወሰደበት አባወራ 120ሺህ የማይሞላ ብር ወስዶ ከጨዋታ ውጪ ይሆናል። እናም ኩሊ ለመሆን ይገደዳል። ይህንን ወንጀል ህዝባቸው ላይ የሚፈጽሙትና “ለምን” ብሎ ሲጠይቅ አስረው የሚገርፉት ኦሮሞዎች ናቸው። እንዲህ ያለው ግፍ የት አገር ተፈጽሟል?
ሶስት ወጣቶች ሆነው ሮፓክ ሪል ስቴት ግቢ ውስጥ ገቡ። ሮፓክ “ያለ እረፍት ለአገርና ለህዝብ ሲባትቱ ኖረው ተሰው የሚባሉት ሟቹ ጠ/ሚኒስትር” ወንድም ንብረት እንደሆነ ከወሬ በላይ ነው። ወጣቶቹ ይህም ቦታ በግፍ ያለ ተመጣጣኝ ክፍያ የተወሰደ የአርሶ አደር አባቶቻቸው ንብረት ነው። አንደኛው “ልማት መልካም ነገር ነው። ቦታው ለምቶ ከተማዋ ማደጓ ደስ ይላል። እድገቱ አንዱን እየገደለ መሆኑ ግን ትርጉሙ ሌላ ነው። አንዱ ደጅ እያደረ፣ ሌላው በሞቀ ቪላ የሚኖረው እስከመቼ ነው?” ሲል በንዴት ጠየቀ። አያይዞም ሰሞኑን በለገጣፎ የተነሳው ተቃውሞና እስር የአንድ ቀን ሳይሆን የቆየ ችግርና ብሶት ውጤት መሆኑንን አስረዳ።
ለገጣፎ ብቻ ሳይሆን በአዲስ አበባ ዙሪያ ባሉ የኦሮሚያ ከተሞች አርሶ አደሩ በሳንቲም ቤት የሚሰላ ካሳ እየተከፈለው ለልመና ተዳርጓል። ከከንቲባዎችና ከኦሮሚያ ባለስልጣናት ጋር በመሻረክ መሬት ንግድ ውስጥ የዋኙ ወደፊት የሚመጣው ችግር ሊታያቸው አልቻለም። ወጣቶቹ እንደሚሉት ከመሬት ንጥቂያና በቂ ካሳ ካለማግኘት ጋር በተያያዘ ገምጋሚም ተገምጋሚም የለም። ስለዚህ ህዝብ ፍርድ የሚሰጥበት ቀን ተቃርቧል። የሚያሳዝኑት የለፉበትን ሃብት አሟጠው “ማረፊያና መጦሪያ ገዛን” የሚሉት ናቸው።
በካንትሪ ክለብ መግቢያ ዋና የጥበቃ ማማ በር ፊትለፊት በተሰሩ የሳጠራ ታዛዎች ውስጥ ሽልጦ እየገመጡ የሚታዩት የቀን ሰራተኞች ዛሬ ርስት የላቸውም። አርሶ መሰብሰብ አቁመዋል። የተሰጣቸውን ገንዘብ አራግፈው በቀን ስራ መተዳደር እድላቸው ሆኗል። የጎልጉል ሪፖርተር ያነጋገራቸው አንድ አዛውንት “ሲያልቅ አያምር አሉና” ዝም አሉ።
ዋናው ጉዳይ ይህንን ውሳኔ ማን ወሰነ የሚለው ነው። አቶ ጁነዲን በቀጥታ ትዕዛዝ ካላይ የተጠቀሰው መጠን ያለው መሬት ለካንትሪ ክለብ እንዲሰጥ ማዘዛቸውን ማስረጃዎች ያረጋግጣሉ። ማዘዛቸው ብቻ ሳይሆን ለመሬቱ እንዲሰጥ የወሰኑት ካሳ በሳንቲም ቤት በካሬ መሆኑ ባለንብረቶቹን እስካሁን የሚያቃጥል ጉዳይ ነው። ከሁሉም በላይ የሚያንገበግበው ደግሞ አቶ ጁነዲን በስጦታ መልክ አንድ ቪላ ተበርክቶላቸዋል መባሉና “መነ ሞቲ” የሚል ቅጽል ስም የተሰጠውን ቪላ ሁሉም ማወቃቸው ነው። የጎልጉል ዘጋቢ ቤቱን ቢመለከተውም ቤቱ የአቶ ጁነዲን ስለመሆኑ በማስረጃ የቀረበ ማረጋገጫ አላየም።
ክሊኒክ፣ ሱፐር ማርኬት፣ መዋዕለ ህጻናት፣ ትምህርት ቤት፣ ቤተ መጽሃፍት፣ ጅምናዚየም፣ የጎልፍ ሜዳ፣ መዋኛ፣ የቴኒስ መጫወቻ፣ የመሰብሰቢያ አዳራሽ፣ የጤና ማዕከል፣ የተለያዩ የህዝብ መገልገያዎች ያሉት የካንትሪ ክለብ መኖሪያ መንደር ማዳበሪያ የማይነካው አትክልት ማዘጋጃ ቦታም አለው። በአዲስ አበባና በክልል የተመረጡ ባላብቶችና ታዋቂ አትሌቶች፣ባለስልጣናትና የዘመኑ ነገስታቶች የተሰገሰጉበት የካንትሪ ክለብ በዋና ባለቤትነት የሚያንቀሳቅሱት የአቶ መለስ አማካሪ መሃንዲስ ናቸው። ሸሪካቸው አንድ በመንገድ ስራ የተሰማራ መሬት ደላላና ኮንትራክተር እንደሆነም ለማወቅ ተችላል።
ለነዋሪዎቹ ሁሉን አሟልቶ ለማቅረብ በ1998 ዓም የተቋቋመው ካንትሪ ክለብ ለወሰደው መሬት በአግባቡ ካሳ ተከፍሎ የተሰራ ከተማ ቢሆን ኖሮ ያሰኛል። አንድ ሺህ የተለያዩ ቅርጽ ያላቸው ቪላዎችና ዘመናዊ ህንጻዎች የያዘው የመኖሪያ መንደር በርካታ የራባቸው በየቀኑ ጥርስ ይነክሱበታል። በመሬት ንግድ የጠገቡ ባለስልጣናት መጨረሻ ላይ የመደብ ትግል ውስጥ ገብተዋል። በመደብ ትግሉ ጅማሬ ለጊዜው አቶ ጁነዲን ግንባር ይሁኑ እንጂ የሚከተሉዋቸው እንዳሉ አንዳንድ መረጃዎች እየወጡ ነው።
ጁነዲን ሳዶ

በሃይማኖት ጣጣ፣ በሙስናና፣ በፖለቲካ የሃይል አሰላለፍ እየተናጠ ያለው ኦህዴድና አመራሮቹ ህወሓት ከጀመረው የማጥራት ዘመቻ አስመልክቶ ሪፖርተር ጋዜጣ አቶ ጁነዲን ከኦህዴድ ድርጅት አባልነታቸው ስለመባረራቸው ምንጮቹን ጠቅሶ ከመዘገቡ ውጪ በይፋ የገለጸ መንግስታዊ ተቋም የለም። ጎልጉል ኦህዴድ በመደብ ትግል መጫረስ ጀምሯል በሚል ለጉዳዩ ቅርበት ያላቸውን ክፍል አነጋግሮ ባስነበበው ዜና የኦህዴድ ግምገማ ሲጠናቀቅ ከሃይማኖትና ከሙስና ጋር በተያያዘ የተገመገሙ ስለመኖራቸው፣ አቶ ጁነዲን በግምገማው ቀዳሚ እንደሚሆኑ ጠቅሰን ዘግበን ነበር።
መሬታቸው ያለ በቂ ካሳ ክፍያ መወሰዱ ሲብስባቸው ተቃውሞ ካሰሙት መካካል ታስረው የነበሩት ሰባት የለገጣፎ ለገዳዲ ከተማ አስተዳደር ነዋሪዎች ዋስ ጠርተው እንዲለቀቁ መደረጋቸውን ፖሊስ “ህዝብን ለጸረ ልማት በማነሳሳት” ወንጀል ክስ መስርቶባቸው እንደነበር የአሜሪካ ሬዲዮ አማርኛ ክፍል ሰኞ መስከረም 28 ቀን ተናግሯል።
በተያያዘ ዜና በህመም ምክንያት የሥራ መልቀቂያ አስገብተዋል የሚባሉት የኦሮሚያ ክልል ፕሬዚዳንት አቶ አለማየሁ አቶምሳ
አለማየሁ አቶምሳ

ኦህዴድን አስመለክተው ማስተባበያ ሰጥተዋል። በቴሌቪዥን ባርኔጣ ለብሰው የቀረቡት አቶ አለማየሁ፣ ኦህዴድ እንደተዳከመ የሚናፈሰው አሉባልታ ከእውነት የራቀ መሆኑንን ካስታወቁ በኋላ “ከድርጅታችን ዓላማ ውጪ ሲንቀሳቀስ የነበረ አንድ አባል አግደናል” ብለዋል። አሉባልታ ስላሉት ግን ማብራሪያ አልሰጡም። ኦህዴድ ራሱን መገምገሙን ያስታወሱት ፕሬዚዳንቱ የቀጣዩን ዓመት በጀት በማጽደቅ በቆራጥነት ለመስራት ከስምምነት መደረሱን ተናግረዋል። እሳቸው ይህንን ይበሉ እንጂ ኦህዴድ ውስጥ የተፈጠረው አለመግባባት እታች ቀበሌ ድረስ መዝለቁን ለጉዳዩ ቅርበት ያላቸው ይናገራሉ።

No Oromo has constitutional or legal protection from the cruelty of the TPLF/EPRDF regime.

Aside

By Roba Pawelos | March 13, 2014

Roba Pawelos

Roba Pawelos

A country is not about its leaders but of its people. It goes without saying that the people are the symbolic mirror of their nation. That is exactly why foreigners particularly the development partners assess and evaluate a nation through its people. In other words, happy people are citizen of not only a peaceful and happy nation but one which accepts the principles of democracy, rule of law and human and people’s right. On the contrast, heartbroken, timid and unhappy people are subjects of dictatorial, callous and brutal regimes. Such people are robbed of their humanity and identity through systematic harassment, intimidation, unlawful detention, extra judicial killing and disappearance by the leaders who transformed themselves into creators of human life or lords. The largest Oromo nation in Ethiopia through the 22 years of TPLF/EPRDF repressive leadership has turned into a nation sobbing in the dark. One does not need to be a rocket scientist to figure this out. All it takes is a closer look at any Oromo in the face. The story is the same on all the faces: fear, uncertainty, and an unquenchable thirst for freedom. The disturbing melody of the sobs, in the dark echo the rhythmic, desire to break free from TPLF dictatorial shackles.

The Horn African region of Ethiopia is home to just 90 million people, it is also home to one of the world’s most ruthless, and eccentric, tyrannical regime. TPLF/EPRDF is ruling the nation particularly the Oromo with an iron fist for the past two decades and yet moving on. Today dissents in Oromia are frequently harassed, arrested, tortured, murdered and put through sham trials, while the people are kept in a constant state of terror through tight media control, as repeatedly reported by several human rights groups. It has been long time since the Woyane government bans most foreign journalists and human rights organizations and NGOs from operating in the country for the aim of hiding its brutal governance from the world. While the people in Ethiopia are being in terrorized by TPLF gangs, the western powers are yet looking at the country as a very strategic place to fight the so called terrorism in horn African region. But In today’s Ethiopia; as an Oromo, No one can speak out against the dictatorship in that country. You can be killed. You can be arrested. You can be kept in prison for a long time. Or you can disappear in thin air. Nobody will help. Intimidations, looting Oromo resources and evicting Oromo from their farm lands have become the order of the day everywhere across Oromia.

No Oromo has constitutional or legal protection from the killing machinery of the TPLF securities. The recent murdering of Tesfahun Chemeda in kallitti prison is a case book of the current circumstance.

Read More:- pawelos.odt