Nutis Biyya Qabna!! Oromoon MN Eenyummaa fi Kaayyoo Isaanii Akkasitti Ibsatan. Aside Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Kora Gamtaa ABO Amerikaa Kaabaa Adoolessa 24 – 27, 2018. Aside Kora Gamtaa ABO Amerikaa Kaabaa Adoolessa 24 – 27, 2018. Murti ejjannoo fi kutannoolee Nuti miseensonni Adda Bilisummaa Oromoo biyya USA fi Kanada keessatti argamnu Kora Gamtaa ABO kan bara 2018 irratti hirmaatne dhimmoota siyaasa, jarmiya dinagdee fi haala waligalaa yero ammaa belbeltuu taate irratti maree ballaa fi dheera erga godhanneen booda milkaa’ina Qabsoo Bilisummaa Oromoo ABOn durfammu shaffisiisuuf murtii ejjennoo fi kutannoolee asiin gaditti tarreeffaman dabarfanne. Bilisummaa Ummata Oromoo dhugoomsuuf karaa siyaasaa, diplomasi fi waranaa ABOn geggeeffama as ga’e hanga xumuratti itti fufsiisuuf deggersa barbaachisu hunda dacha dachaan gummaachuuf murteeffanne. Addi Bilisummaa Oromoo rakkoo siyaasaa motummaa Itophiya waliin qabu karaa nagaa furuuf tattaaffi inni itti jiru akka milkaa’uuf deggersa guutu kennuufiif murteeffanne. Warraanni Bilisummaa Oromoo, WBOn, wabii qabsoo bilisummaa Oromoo ta’uun yeroo kamuu caala yeroo dhugooma jirutti deggersa bifa hundaan barbaachisu shaffissaan dhiheessuuf murteeffanne. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Oromoon maal keessa jirra? Maaltu nutti dhufuuf jedhaa? Aside Qalbeessaa Dhangi’aan Adooleessa 30,2018 Finfinnee Oromiyaa (Hubachiisa: Barruu kana Ilma Oromoo maraf naa ergaa! Share gochuun, karaa keessaa message inbox waliif ergaa! OPDO n illee akka dubbisan!) Barruu kana barreessuuf wantoota ta’aa jirantu na kakaase. Barreeffamne kun yoo wal dhageenyeef qoricha barbaaduuf yoo akkuma kanaan itti fufnemmoo kan rakkoo nutti fidu ta’uuf durfamee dubbatameera jechuuf akka oolitti qophaa’e. Seensa. Qabsoon Oromoon gaggeessaa ture qaxxaamuramaa turuuf saamamaa turuusaa eenyumtuu cimsee beeka. Qabsoon Oromoo kaleessa bara barnootni haala ammaan danatee hinjirretti hatamaa turee har’as hatamuuf akka jedhuuf gariin hatamuusaa himuu barbaanna. Qabsoon keenya hatuuf kan munyuuqaa jiru halagaa akkuma ta’e diinni Oromoo arcaatota baabura qabsoo Oromoo qabatee marroo dabalataa Oromoon akka hinkaaneetti cabsuuf adeemaa jira. Wayiita qabsoon Oromoo afaan boola’aarra jirtu ta’uu himaa yeroo kanatti ammoo dammaqiinsi uummata laaffataa jiraachuusaa asumaan dubbachuun barbaada. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Qabsooftuu Beekamtuu Shamarree OBSEE TAYYEE Mana Hidhaa Wayyaanee Irraa Gadhiifamte. Aside Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
“Goonni Kaayyoof Lole” Artist Waraaqaa Jaal Jaafar Yesuuf Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
It is time for independence of Oromia!! Aside Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Final of OFSNA 2018 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
SBO: Adoolessa 29, 2018. Oduu, Gaaffii fi Deebii Miseensa GS-ABO fi Miseensa Koree WBO Zoonii Kibbaa Jaal Jaatanii Dhugaa Waliin Taasifame fi Ajjeechaa Aadde Biraanee Maammoo Irratti Raawwatame Balaaleffachuun Ibsa Paartii KFO Irraa Kenname. Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2018/07/29072018sbo.mp3 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Muummee Seenaa (Seenaarraa maal baranna)? Aside Qalbeessaa Dhangi’aan Adooleessa 27,2018 Finfinnee Oromiyaa Seensa Uummanni Kuush/Kuusaan waggoota hedduun duras cunqursaarra tureera. Seenaan isaas hatamaa yoona gaheera. Kaawwan ammoo gubamaa yoona gahan. Waa’ee Kuush barreessitoonni maal jedhu. Obbo Birruu Tsaggaayee kitaaba isaanii keessatti waa’ee saamicha uummata Kuush irra gahaa ture haala kanaan ibsu “Araboonni yeroo Afrikaa Kaabaa weeraranii babal’ataa turanitti kitaaba Misir saamanii biyyatti fe’ataniin gamatti kan guban ji’a jahaaf (6f) halkanii guyyaa akka boba’e seenaan galmeesseera. Piraamidoota Nuumiibiyaa fi Misir keessa jiran dachaan kan caalan kan mancaa’an warra seenaa sana hinojjeenneeni. Fakkii dubartii (Sphinx) kan yaadannoo Asiisif (Asete-Ateete) tolfame san Naappoliyoon Boonappaartii madfiidhaan jigsiisef inaaffaa jibba sanyiitiin qabamee yoo ta’u siidaa guddaan kun yoo lafarratti hafe ragaa guddaa sagalee hinqabne warra hojjeteef ta’a jedheeti. Aleeksaandar guddichi Giriik barruu waa’ee mootota Misir san duraa barreeffamee kaa’ame barruu waggoota kuma hedduu hanga danda’e saamee fudhatee jira” jechuun ibsa. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
SQ- Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Adoolessa 27/2018 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...