
Ibsa Gabaabaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo irraa
Hagayya 6,2018
Finfinnee Oromiyaa
Nagaa waaraa biyya keenya Oromiyaa keessatti akka uumamu, gaaffiin Oromoo karaa nagaa akka nuu deebi’u dhiibbaa gochaa turuun Qeerroo Bilisummaa Oromoo beekamaadha. Nageenyi biyyattii akka deebii’uuf rakkoo siyyaasaa biyya Xoophiyaa karaa nagaa akka furamuuf waamicha ABO taasise fudhachuun tarkaanfii mootummaan naannoo Oromiyaa taasisaa jiru dinqisiifataa adeemsi karaa nagaa akka milkaa’uuf kan hojjennu ta’
#Oromia- Kun Oromiyaa dha; guyyaan har’aa guyyaa seena-qabeessa. Giinciin akkanatti oolte; dhaloonni qawwee hin sidaanne, haqa qabsoo ibsuufis duubatti hin jenne.
Aside
SBO: Hagayya 5, 2018. Oduu, Gabaasa Gumaacha Maandhelee, Kutaa 1ffaa Gaaffii fi Deebii Dargaggoo Tamasgeen Staggayee Waliin Taasifamee fi Murtoo, Kutannoole fi Ibsa Ejjennoo Kora Gamtaa ABO Kutaa Awrooppaa.
Aside
SAGALEE QEERROO: HAGAYYA 3 2018
Aside
SBO: Hagayya 3 bara 2018. Oduu, Ibsa ABO Irraa laatamee fi Yaada Hirmaattota Kora Gamtaa ABO Ameerikaa Kaabaa kan bara 2018.
Aside
Walaleessaa Kichuu Damee Irraa
Aside
#Musee_Oromoo
Aside
#Musee_Oromoo
Faarfataa Dastaa Hinsarmuun.
Gaaffii yaada namaa hunda keessa guute
Dargaggeessa tokkotu Abiyyiin gaafate
“Addana dhaabadhee yoon isin daawwadhu
Yaadnikoo nabada akkan waa yaadadhu
Anis nan adeeme farda yaadaa koree
Miila fageeffadhee qe’ee Abiisheerra goree
Nama akka qaanqee lafa sanaa ka’ee
Bilisummaa Oromoo falmuuf manaa ba’e
Gaaraaf irraangadee hallayyaaf fodooddoo Continue reading