SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Waxabajjii 22, 2017

Aside

SBO: Waxabajjii 23 bara 2017. Oduu, Gaaffi fi Deebii Artiist Hawwii Maahmud waliin taasifame -Kutaa jalqabaa fi Qophii Haala Yeroo Irratti Fuuleffate.

Aside

የእንጦጦ ቱሪስት ማዕከል ግንባታ ጨረታ ሊወጣ ነው:የዳግማዊ ምኒልክና የአፄ ቴዎድሮስ አደባባይ ሊታደሱ ነው::

Aside

የእንጦጦ ቱሪስት ማዕከል ግንባታ ጨረታ ሊወጣ ነው:ፕሮጀክቱ 4.8 ቢሊዮን ብር እንደሚፈጅ ተገምቷል
የዳግማዊ ምኒልክና የአፄ ቴዎድሮስ አደባባይ ሊታደሱ ነው

 

  • ፕሮጀክቱ 4.8 ቢሊዮን ብር እንደሚፈጅ ተገምቷል
  • የዳግማዊ ምኒልክና የአፄ ቴዎድሮስ አደባባይ ሊታደሱ ነው

(Ethiopian Reporter) –አዲስ አበባን የቱሪስት ማዕከል ያደርጋታል የተባለው ግዙፍ የሆነው የእንጦጦ ቱሪስት መዳረሻ የንድፍና የግንባታ ሥራ ጨረታ ሊወጣ ነው፡፡

የአዲስ አበባ ከተማን በዓለም አቀፍ የቱሪስት መዳረሻ ካርታ ውስጥ እቱሪስትንደሚያስገባ የታመነበት በሰሜን አዲስ አበባ በእንጦጦ ጥብቅ ደን ከየካ ዋሻ ሚካኤል እስከ ጉለሌ የዕፅዋት ማዕከል በተንሰራፋ 4,200 ሔክታር ተራራማ ቦታ ላይ፣ በ4.8 ቢሊዮን ብር ወጪ በርካታ የመዝናኛ ማዕከላትና የቱሪስት አገልግሎት መስጫ ተቋማት ለመገንባት ታቅዷል፡፡

የቱሪስት ማዕከሉ በዋናነት የመዝናኛ፣ የዕደ ጥበብ መሥሪያ፣ የመሸጫና ማሠልጠኛ፣ የብሔር ብሔረሰቦችና ሕዝቦች የባህል ማዕከልና ዓለም አቀፍ የአትሌቲክስ መንደር ግንባታን አቅፎ የያዘ ነው፡፡ Continue reading

Haalli Tajaajila Elektrooniksii Biyya Ethiopia Keessatti Ittuu Hammaataa Adeemee Jira

Aside

Waxabajjii 21,2017/
19059306_840446249438427_2910594271906238013_nYeroo darbe tajaajila elektrooniksiin wal qabatee kara bilbila harkaan kaardiiwaan Abbaa qarshii 5 fi 10 badanii turan. Adeemsa kana keessatti maatiwwaan akkatti bakkaa bakkatti sochii walii gaafatn dhabamee rakkoo hamaa keessa seenamee jira. Irrattis qiisasama maallaqaa hamaa keessa galee, saamicha dirqamaan dhaabbanni teelee biyyatti iimmatarra ture. Ammallee wanti sunneen itti fufuun kaardiwwaan abbaa 5, 10 fi 15 badanii jiran. Continue reading

SBO: Waxabajjii 21 bara 2017. Oduu, Dhaamsa Gamtaa Barattoota Oromoo irraa dabree fi Gaaffii fi Deebii Artiist Abbabaa Dhugaasaa waliin taasifame -Kutaa xumuraa Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

Aside

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Waxabajjii 20,2017

Aside

Galaanee Bulbulaa: “Finfinnee Karii Shannii” [New Oromo Music – 2017]

Aside

Diyaaspooraan Oromoo Murna Dhiiga Ummata Oromoo Dhangalaasaa Turee fi Jiru Waliin Ayyaana Gaggeeffatu, Sirbuu fi Dhiichisu Innuu Diina Oromoo Ti!

Aside

Baarentuu Gadaa Irraa

Ummata Oromoo

Wayyaaneen waggaa waggaadhaan guyyaa diyaaspooraa jettee erga holola eegaltee waggoonni muraafni lakkaawwamaniiru. Baranni waggaa 3ffaadha.

Murni tun guyyaa kanaan dahattees ilmaan sabootaa dararaa ishii baqatanii biyyaa bahanii fi sababoota adda addaatin biyyoota alaa jiraatan ofitti hawwachuuf hololaa turte, ittis jirti. Lafa argattuu, ni duroomtu, mana ijaarrattu jechuun horii isaan dafqanii argatanis harkaa sassaabbachaa turte, ammas caalaatti saamuuf iyyaa jirti. Continue reading

Godina Wallaggaa Magaalaan Naqamtee Ifaa Dhabaa Jirti.

Aside

Wallaggaa1Waxabajjii 20,2017/ Godina Wallaga magaalaa Naqamtee fi naannoo ishee keessatti rakkoon addaan ciccituu ibsaa fi bishaaniin wal qabatee uummanni magaalichaa rakkoo hamaaf saaxilamaa jiraachuun himame.
Murni aangoo qawween biyya bulchaa jiru Wayyaaneen TPLF jiraattota  godina Wallagga magaalaa Naqamtee kutaawwan magaalichaa tokko tokkorraa erga bishaanii fi ibsaa kutee bubbulee akka jiru uummanni magaalichaa iyyachaa jiran.
Akka maddi oduu qeerroo magaalaa Naqamteerraa gabaasetti Kutaawwan magaalichaa keessaa kanneen akka 07  fi 03 irraa sirni wayyaanee erga ibsaa irraa kutee uummata kutaa magaalichaa dhiphisuu eegalee bubbulee jiraachuun ibsame. Rakkoon bishaanni addaan ciccituus deddeebiin akka uummata magaalichaa mudachaa jirus ibsame. Continue reading

Neocolonialism fi Shira Diinaa Maqaa Qubee Afaan Oromoo Jijjiiruu jedhuun Gadi Bahee ilaalchisuun Dhaamsa Gudunfaa Dubbii.

Aside

The use of economic, political, cultural or other pressures to control or influence other Countries, especially former dependencies. It is the control of less- developed or developing countries by developed countries through indirect means. It may simply refers to the  involvement of powerful countries in the affairs of less powerful countries. In this sense , it implies a form of economic imperialism.
   Guyyaa Wayyaaneen afaan qawweetti fayyadamtee qawween aangoo dhuunfatte irraa kaasee , Ameriikaan Wayyaanee dugda duubaan gugguufaa har’a geesse, wayyaanee keessaan gortees Qabsoo keenya duras dhaabbachaa turte, har’allee sanumatu muldhata. Ambi maqaa USIAD jedhuun qabeenyaa invest godhee seenaa kee, duudhaa kee, safuu kee, eenyummaa kee,  aadaa kee fi Afaan kee hin beekne har’a anatu siif beekaa, hiree Afaan kee nutu siif murteessaa jechuun sirna kolonii nurratti gaggeessa jirti.

Continue reading