Adoolessa 7,2017/ Godina Arsii Aanaa Diksiis Hamdaa Keessatti leenjii gaggeessitootaa jechuun wal gahiin Wayyaaneen guyyoota hedduuf gaggeessaa oolte guyyaa har’aa kan xummurame yoo ta’uu.xummura wal gahichaarratti sabboontonni Oromoo gaaffilee ciccimoo gafachuu isaanii maddeen keenya Hamdaa irraa gabaasanii jiru.akka gabaasa achii nu gaheetti waa’ee hiree ufii ofiin
SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Adoolessa 7, 2017
Aside
Aside

RSWO Adooleessa 6 2017 ODUU, QOPHII ARGAAF DHAGEETTII FI DHAAMSA RSWO DHAGEEFFADHAA
Aside
Aside

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Adoolessa 6, 2017
Aside

SBO: Adoolessa 7 bara 2017. Oduu, Ibsa ABO Murtii Gamtaa Afrikaatin dabre ilaallatuu fi Ibsa Tumsa Ummatootaa Bilisummaa fi Dimokraasii(PAFD) waa’ee “Faayidaa Addaa” Oromiyaan Finfinneerraa argachuu qabdi jedhamuu ilaallatu.
Aside
Dr,Tsegayee Araarsaa
Aside
Filmii gabaabaa haala mootummaa TPLF kan mull’isu.
Aside
Aside
