ONN:Qophii Doyaa Marii TVOMTn dhihaate jiru hordofaa. Onk 29/2017

Aside

ደም እየጠጣ ያደገ እስከ ዕለተ-ሞቱ ድረስ ደም ካልጠጣ ሊኖር ኣይችልም የወያኔ ጦር ሃይል በኦሮሞ ዜጎችና በሌሎችም ብሄር ተወላጆች ላይ እየፈጸመ ያለውን ዘግናኝ ግድያ ኣጥብቀን እናወግዛለን

Aside

ደም እየጠጣ ያደገ እስከ ዕለተ-ሞቱ ድረስ ደም ካልጠጣ ሊኖር ኣይችልም

የወያኔ ጦር ሃይል በኦሮሞ ዜጎችና በሌሎችም ብሄር ተወላጆች ላይ እየፈጸመ ያለውን ዘግናኝ ግድያ ኣጥብቀን እናወግዛለን

የቄሮ ቢሊሱማ ኦሮሞ መግለጫ

 የወያኔ መንግስት እኣአ በ1991ዓም በኣሜሪካ፣ እንግሊዝ፣ ሱዳንና በሌሎችም በመንግስታትና ሃይሎች እገዛ በጦር ሃይል የኢትዮጵያን ኢምፓዬር የፖለቲካ ሃይል ተቆጣጠረ። ወደ ስልጣኑ በመውጣቱና ስልጣኑን ከተቆናጠጠበት ጊዜ ኣንስቶ ውሎ ሳያድር የኦሮሞ ልጆችን ደም መጠጣትን ስራዬ ብሎ ተያያዘው። በነጌሌ ቦረና ካፈሰሰው የገመቺስ ዳባ ደም ጀምሮ በድሬደዋ የኦነግ ጽ/ቤት ውስጥ ያፈሰሰውን የኦሮሞ ልጆች ደም ጨምሮ ባለፉት 26 ዓመታት የወያኔ መንግስት ሲጠጣ ዛሬን የደረሰውን የኦሮሞ ልጆች ደም መለስ ብለን ካየን የኦሮሞ ዜጎች ደም ያልፈሰሰበት ቀን ኣልነበረም ብንል ማጋነን ኣይሆንም። ለዚህ ድርጊቱ ስርዓቱን ወደ ስልጣን ካወጡት ከፍተኛ ድጋፍ ኣግኝቷል ዛሬም በማግኘት ላይ ነው። በዚህም በሺዎች የሚቆጠሩ የኦሮሞ ልጆችም ደም ከማፍሰስ ተቆጥቦ የማያውቀውና የዚህ መንግስት እስትንፋስ እስካለ ድረስ ደም መጠጣቱን የማያቆም መሆኑ ለሁሉም ግልጽ ነው።

ባለፉት ቅርብ ጊዜያት የኦሮሞ ልጆች ደም ከዚህ ቀጥሎ ባሉት ኣካባቢዎች በወያኔ ጦርና ደህንነት ሃይሎች መፍሰሱ ተጨባጭ እርምጃና የሰሞኑ ዘግናኝ ድርጊት ነው።

  1. በወያኔ በሰለጠኑ፡ በታጠቁና በተሰማሩ የልዩ ፖሊስ ጦር ኣባላት በምስራቅ ኦሮሚያ ድንበር ኣካባቢ በሚኤሶ፡ ቦርዶዴ፡ መዩ-ሙሉቄ፡ ጃርሶ ቁምቢ፡ ጉርሱምና በሌሎችም ኣካባቢዎች በመቶዎች የሚቆጠር ህይወት ተቀጥፎ ደም ፈሷል። በደቡብ-ምስራቅ ኦሮሚያ ሳዌና፡ ቤልቶ፡ ባሌ፡ ዳዌ-ቃቸን፣ መደ-ወላቡን በመሳሰሉት ውስጥ የኦሮሞ ልጆች ህይወት ተቀጥፎ ደም ፈሷል። በደቡብ ኦሮሚያ ቦረናና ጉጂ ውስጥ በበርካታ ኣካባቢዎች ህይወት ተቀጥፎ በመቶዎች የሚቆጠር ዜጎች ደም ፈሷል።
  2. በሰሜን ሸገር ውስጥ በሰላማዊ መንገድ ሰልፍ ወጥተው ጥይቄያቸውን ሲያቀርቡ የነበሩ የኦሮሞ ዜጎች በወያኔ ጦር ሃይል ተገድለው ደማቸው ፈስሷል። Continue reading

Qabsoo Bilisummaa Humni Waraanaa Dhaabuu Danda’u Hin Jiru!

Aside

Damee Booruun

Gochi TPLF jidduu kana qabsoo uummata Oromoo dhaamsuu Oromoiyaa guutuu keessatti dhiiga ilmaan Oromoo dhangalaasaa jirtu  gonkumaa iyyuu qabsoo bilisummaa fi muraannoo saba Oromoo akka sibilaa jabeessaa jira. Hojiin TPLF guyyaa guyyaa akka nama buddeena bukkeesee  tolshuu haala qabsoo bilisummaa saba Oromoo mijjeessuu irratti bukkeessitee akka bisheesaa jirtu ifa waan jiru dha. Continue reading

Oromo peoples power comes from truth not hate

Aside

Dr. B.K. Deressa

We Oromo people are a proud nation in our history, in our culture, in our actions and in our way of thinking. That is why we reject all types of underclass behavior, pupetism, opportunistic character and slavery. History remembers the battle, but forgets the blood. Whatever history remembers of the cruelty is a fraction of the truth. The unique history of Oromo people remembers the total truth including blood because of the unthinkable brutality of our enemies against every Oromo family from Neanderthals time (Menilik and his group with so called unique brain) until 21st century (TPLF mafia still with Neanderthals brain).

Today I am not going to discuss about the old and new Neanderthals, but about the diaspora based collectors of restover and servants of Neanderthals. Now days Oromo peoples are unable to protect  their children, their elders, their women’s (the backbone of our society) from rapist TPLF para commando’s, from butcher TPLF polices, from merciless TPLF security agents tell me how we are going to make economic revolution!!!!At this moment there is no single protection mechanism for Oromo people. Yes according to your formula abbagarummaa, gantummaa and gabrummaa will protect us from your boss TPLF killing machine, but this type of character is totally contrary to our proud history. Continue reading

SQ: Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Onkoloolessa 27, 2017

Aside

Sagantaa Addaa:- Media-n Akeeka ykn Kaayyoo dhiisee “Nama faarsuun” Ummata gara kamitti geessa isa jedhuuf hubii.

Kan Dhiigaa Duguun Guddate Hanga Du’uu Dhiiga Dhugu Malee Hin Jiraatuu Ajjeechaa Sukaneessaa Waranni Wayyaanee ilmaan Oromoo fi Saboota Biroo Irratti Raawwatamaa Jiru Gadi Jabeessinee Balaaleffatna

Aside

Kan Dhiigaa Duguun Guddate Hanga Du’uu Dhiiga Dhugu Malee Hin Jiraatuu

Ajjeechaa Sukaneessaa Waranni Wayyaanee ilmaan Oromoo fi Saboota Biroo Irratti Raawwatamaa Jiru Gadi Jabeessinee Balaaleffatna

Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Motummaan Wayyaanee bara 1991 gargaarsa Mootummaa Amerikaa, Inglizii, Sudan fi akkasumas mootummootaa fi humnoota biraan deggaramuun humna waraanaan aangoo Empira Itophiyaa qabate. Aangoo kanatti ol bahuu fi gaafa aangootti bahee irraa kaasee  olee osoo hin bullee dhiiga ilmaan Oromoon sooratuu dalagaa isaa godhate. Dhiiga Gammachiis Dhaabaa Negellee Boranatti dhangalasee jalqabee fi ilmaan Oromoo Wajjira ABO Dirree Dawaatti dhangalaasee dabalatee waggootii 26 darban kana dhiiga ilamaan Oromoo mootummaan Wayyaanee soorataa as gahe of booda deebinee yoo ilaallee guyyaa itti dhiigni ilmaan Oromoo hin dhangala’iin hin jiru yoo jenne dhaadhessa hin tahuu. Gochaa isaa kanaaf kanneen aangoo irratti isa baasan irraa tumsa ol aanaa argatee hara’a illee tumsa ol aanaa argataa jira. Akka kanaan dhiiga ilmaan Oromoo Kumaatamaan lakkaawaman dhangalasuu irraa of qusatee kan hin beeknee fi hanga umuriin mootummaa kanaa jirutti dhiiga sooratuun kan dhaabbatu akka hin taane hundaaf ifaa dha. Continue reading

SQ: Sagalee Bilisummaa Oromoo, Onkoloolessa 26, 2017

Aside

ONN:Qophii Doyaa Kessummaa Onk 26/2017

Aside

Oromiyaa Giddu GalaafOromiyaa Lixaa Keessatti Wayyaaneen Uummata Oromoo Waraanaa Jiraachuun Himame.

Aside

 Onkolol.26,2017

Magaalaa Amboo keessatti humna waraanaa Wayyaanee ilmaan Oromoo qaqqaalii ajjeesaa turuun, uummata magaalaa Amboof uummata Oromoo akka malee aarii jabaa keessa galchaa turuunsaa beekamaadha. Uummata Oromoo nagaa irratti waraana banee ajjeesuun qabsoo Oromoo kan gufachiisuuf akeekkate ta’ullee, gufachiisuu utuu hintaane fuulduratti tarkaanfachiisuu irratti argama. Ummata nagaa irratti waraana banuun gocha shororkeessummaa wayyaaneen bahataa jirtu ifatti mul’ataa tureera. Har’as mul’ataa jira. Saamtotni TPLF shukkaaraaf meeshaalee qaalii Oromiyaa keessaa baasuun ittiin duroomaa turan harkatti, daldala Seeraan alaa Qeerroon Bilisummaaf Oromoon Waliin ta’ee foolisoota Oromiyaaf laate hattoota Continue reading

Godina Wallagga bahaa magaalaa Naqamtee keessatti basaastonni ayyaana irreessaa gufachiisuuf bobbaafaman saaxilaman .

Aside

Akka maddi oduu qeerroo leeqaarraa gabaasee jirutti lukkeewwan diinaaf amanamoo ta’an torban kana keessa magaalicha keessatti akka bobba’anii turanii fi kanneen magaalicha keessatti boba’an keessaa heedduun isaanii saaxilamanii jiru.Hanga ammaattis basaastota dhiiga ilmaan oromoo magaalaa Naqamtee keessatti dhangalaasaa turan keessaa adda durummaan kanneen qeerroo fi qarreedhaan akka sumas poolisoota oromiyaadhaan saaxilaman keessaa Continue reading